< Zabura 109 >

1 Don mai bi da kaɗe-kaɗe. Ta Dawuda. Zabura ce. Ya Allah, wanda nake yabo, kada ka yi shiru,
Dura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit. Yaa Waaqa ani galateeffadhu ati hin calʼisin;
2 gama mugaye da masu ruɗu sun buɗe bakunansu a kaina; sun yi magana a kaina da harsunan ƙarya.
namoonni hamoonnii fi gowwoomsitoonni, afaan isaanii natti banatanii jiruutii; isaan arraba sobaatiin maqaa na balleessaniiru.
3 Da kalmomin ƙiyayya sun kewaye ni; sun tasar mini ba dalili.
Isaan dubbii jibbaatiin na marsan; sababii tokko malees na lolan.
4 A maimakon ƙauna sun sāka mini da zargi, amma ni mutum ne mai addu’a.
Utuma ani isaan jaalladhuu na himatan; ani garuu nan kadhadha.
5 Sun sāka mini alheri da mugunta, ƙauna kuma da ƙiyayya.
Qooda waan gaarii hammina, qooda jaalala koo immoo jibba naa deebisan.
6 Ka naɗa mugun mutum yă yi hamayya da shi; bari mai zargi yă tsaya a hannun damansa.
Akka inni isa mormuuf nama itti ramadi; seexannis karaa mirga isaa haa dhaabatu.
7 Sa’ad da aka yi masa shari’a, bari a same shi da laifi, bari kuma addu’o’insa su hukunta shi.
Yommuu qoratamutti isatti haa muramu; kadhannaan isaas cubbuu isatti haa taʼu.
8 Bari kwanakinsa su zama kaɗan; bari wani yă ɗauki wurinsa na shugabanci.
Umuriin isaa haa gabaabbatu, aangoo isaa namni biraa haa fudhatu.
9 Bari’ya’yansa su zama marayu matarsa kuma gwauruwa.
Ijoolleen isaa abbaa malee haa hafan; niitiin isaas haadha hiyyeessaa haa taatu.
10 Bari’ya’yansa su zama masu yawo suna bara; bari a yi ta koransu daga gidajensu da suke kufai.
Ijoolleen isaa kadhattoota asii fi achi jooran haa taʼan; mana isaanii diigamaa keessaa illee haa ariʼaman.
11 Bari mai binsa bashi yă ƙwace dukan abin da yake da shi; bari baƙi su washe amfanin aikinsa.
Waan inni qabu hunda namni isa irraa liqii qabu haa fudhatu; buʼaa dadhabbii isaa illee karaa adeemtonni haa saaman.
12 Bari kada kowa yă yi masa alheri ko yă ji tausayin marayunsa.
Namni tokko iyyuu isaaf hin naʼin, yookaan ijoollee isaa kanneen abbaa hin qabneef garaa hin laafin.
13 Bari duk zuriyarsa su mutu, a shafe sunayensu daga tsara mai zuwa.
Sanyiin isaa haa dhumu; maqaan isaanii dhaloota itti aanu keessaa haa balleeffamu.
14 Bari a tuna da laifin kakanninsa a gaban Ubangiji; bari kada a taɓa shafe zunubin mahaifiyarsa.
Balleessaan abbootii isaa fuula Waaqayyoo duratti haa yaadatamu; cubbuun haadha isaas hin haqamin.
15 Bari zunubansu su kasance a gaban Ubangiji kullum, don yă sa a manta da su daga duniya.
Akka inni seenaa isaanii lafa irraa balleessuuf, cubbuun isaanii yeroo hunda fuula Waaqayyoo dura haa jiraatu.
16 Gama bai taɓa yin tunanin yin alheri ba, amma ya tsananta wa matalauta da mabukata da kuma masu fid da zuciya har suka mutu.
Inni hiyyeeyyii fi rakkattoota, warra garaan isaanii madaaʼes hamma duʼaatti gugse malee garaa isaaniif laafuu hin yaadneetii.
17 Yana jin daɗin la’antarwa, bari yă dawo a kansa; ba ya son sa albarka, bari kada kowa yă sa masa albarka.
Inni abaaruu jaallate; abaarsi sun isumatti haa deebiʼu; inni eebbisuu hin jaallanne; eebbis isa irraa haa fagaatu.
18 Ya sa la’antarwa kamar rigarsa; ta shiga cikin jikinsa kamar ruwa, cikin ƙasusuwansa kamar mai.
Inni akkuma uffata isaatti abaarsa uffata; abaarsis akkuma bishaanii dhagna isaa seena; akkuma zayitiis lafee isaa lixa.
19 Bari tă zama kamar mayafin da aka ɗaura kewaye da shi, kamar ɗamara da aka ɗaura kewaye da shi har abada.
Abaarsi sun akkuma uffata inni ittiin of haguuguu, sabbata inni yeroo hunda hidhatuus isatti haa taʼu.
20 Bari wannan yă zama sakayyar Ubangiji ga masu zargina, ga waɗanda suke mugayen maganganu a kaina.
Kaffaltiin Waaqayyo warra na himatanii fi warra jireenya koo irratti waan hamaa dubbataniif kaffalu kanuma haa taʼu.
21 Amma kai, ya Ubangiji Mai Iko Duka, ka yi da ni da kyau saboda sunanka; ta alherin ƙaunarka, ka cece ni.
Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati garuu maqaa keetiif jedhii na gargaar; gaarummaa jaalala keetiitiif jedhiitii na oolchi.
22 Gama ni matalauci ne mai bukata kuma, zuciyata kuwa ta yi rauni a cikina.
Ani hiyyeessaa fi rakkataadhaatii; garaan koos na keessatti madaaʼeera.
23 Na ɓace kamar inuwar yamma; ana kakkaɓe ni kamar fāra.
Ani akkuma gaaddidduu galgalaa badeera; akkuma hawwaannisaas olii gad oofameera.
24 Gwiwoyina suna mutuwa saboda azumi; jikina ya rame ba kuma ƙarfi.
Jilbi koo soomuudhaan dadhabeera; dhagni koos huqqatee lafeetti baʼeera.
25 Na zama abin dariya ga masu zargina; sa’ad da suka gan ni, suka kaɗa kawunansu.
Ani warra na himatan biratti waan tuffii taʼeera; isaan yommuu na argan mataa isaanii raasu.
26 Ka taimake ni, ya Ubangiji Allahna; ka cece ni bisa ga ƙaunarka.
Yaa Waaqayyo Waaqa ko, na gargaari; akkuma jaalala keetiittis na oolchi.
27 Bari su san cewa hannunka ne, cewa kai ne, ya Ubangiji, ka yi shi.
Yaa Waaqayyo, akka wanni kun harka kee taʼe, akka ati waan kana hojjette isaan haa beekan.
28 Za su iya la’anta, amma kai za ka sa albarka; sa’ad da suka tasar za su sha kunya, amma bawanka zai yi farin ciki.
Isaan ni abaaru; ati garuu ni eebbifta; yommuu natti kaʼan isaan ni qaanaʼu; tajaajilaan kee garuu ni gammada.
29 Masu zargina za su sha kunya za a rufe su da kunya kamar mayafi.
Himattoonni koo salphina haa uffatan; akkuma nama waaroo uffatuutti qaaniidhaan haa haguugaman.
30 Da bakina zan ɗaukaka Ubangiji sosai; cikin babban taro zan yabe shi.
Ani afaan kootiin guddisee Waaqayyoon nan galateeffadha; waldaa guddaa gidduuttis isa nan jajadha.
31 Gama yana tsaya a hannun damar mai bukata, don yă cece ransa daga waɗanda suke hukunta shi.
Innis warra lubbuu isaatti muran jalaa isa baasuuf jedhee, karaa harka mirga rakkataatiin dhaabataatii.

< Zabura 109 >