< Zabura 108 >

1 Waƙa ce. Zabura ta Dawuda. Zuciyata tsayayyiya ce, ya Allah; zan rera in kuma yi kiɗi da dukan raina.
Faarfannaa Daawit. Yaa Waaqi, garaan koo hin raafamu; ani nan faarfadha; lubbuu koo guutuudhaanis sin galateeffadha.
2 Ku farka, garaya da molo! Zan farkar da rana.
Yaa kiraaraa fi baganaa dammaqaa! Anis ganamaan nan dammaqa.
3 Zan yabe ka, ya Ubangiji, a cikin al’ummai; zan rera game da kai cikin mutane.
Yaa Waaqayyo, ani saboota gidduutti galata siif nan galcha; namoota gidduuttis waaʼee kee nan faarfadha.
4 Gama ƙaunarka da girma take, bisa fiye da sammai; amincinka ya kai sarari.
Jaalalli kee guddaa dha; samiiwwanis caalaa ol dheeraadhaatii; amanamummaan kees samiiwwan qaqqaba.
5 A ɗaukaka ka, ya Allah, a bisa sammai, bari kuma ɗaukakarka ta kasance a bisa dukan duniya.
Yaa Waaqi, ati samiiwwaniin olitti ol ol jedhi; ulfinni kees lafa hunda irra haa jiraatu.
6 Ka cece mu ka kuma taimake mu da hannunka na dama, domin waɗanda kake ƙauna su kuɓuta.
Akka warri ati jaallattu furamaniif, harka kee mirgaatiin nu oolchi; nu gargaaris;
7 Allah ya yi magana daga wurinsa mai tsarki, “Ciki nasara zan raba Shekem in kuma auna Kwarin Sukkot.
Waaqni iddoo qulqullummaa isaatii akkana jedhee dubbateera: “Ani gammachuudhaan Sheekemin gargar nan qooda; Sulula Sukootis nan safara.
8 Gileyad nawa ne, Manasse nawa ne; Efraim shi hulan kwanona, Yahuda ne sandana na sarauta.
Giliʼaad kan koo ti; Minaaseenis kan koo ti; Efreem gonfoo sibiilaa koo ti; Yihuudaanis bokkuu mootummaa koo ti.
9 Mowab shi ne kwanon wankina, a kan Edom zan jefa takalmina; a bisa Filistiya zan yi kirari cikin nasara.”
Moʼaab caabii dhiqannaa koo ti; Edoom irra kophee koo darbadhee nan buusa; Filisxeem irrattis moʼannaadhaan nan geerara.”
10 Wa zai kawo ni birni mai katanga? Wa zai jagorance ni zuwa Edom?
Eenyutu magaalaa jabeeffamtee ijaaramtetti na fida? Eenyutu Edoomitti na geessa?
11 Ba kai ba ne, ya Allah, kai da ka ƙi mu ba ka kuwa fita tare da mayaƙanmu?
Yaa Waaqi kan nu gatte, kan loltoota keenya wajjin baʼuu diddes suma mitii?
12 Ka ba mu taimako a kan abokin gāba, gama taimakon mutum banza ne.
Diina keenya of irraa dhowwuu nu gargaar, gargaarsi namaa faayidaa hin qabuutii.
13 Tare da Allah za mu yi nasara, zai kuma tattaka abokan gābanmu.
Nu Waaqa wajjin ni moʼanna; innis diinota keenya gad dhidhiita.

< Zabura 108 >