Preface
Read
+
Publisher
Nainoia, Inc.
PO Box 462, Bellefonte, PA 16823
(814) 470-8028
Nainoia Inc, Publisher
LinkedIn/NAINOIA-INC
Third Party Publisher Resources
Request Custom Formatted Verses
Please contact us below
Submit your proposed corrections
I understand that the Aionian Bible republishes public domain and Creative Commons Bible texts and that volunteers may be needed to present the original text accurately. I also understand that apocryphal text is removed and most variant verse numbering is mapped to the English standard. I have entered my corrections under the verse(s) below. Proposed corrections to the New Orormo Contemporary Version, Psalms Chapter 67 https://www.AionianBible.org/Bibles/Oromo---New-World/Psalms/67 1) Dura Buʼaa Faarfattootaatiif. Miʼa ribuutiin. Faarfannaa. Waaqni garaa nuuf laafu; nu haa eebbisus; fuula isaas nurratti haa ibsu; 2) kunis akka karaan kee lafa irratti, fayyisuun kee immoo saboota hundumaa biratti beekamuuf. 3) Yaa Waaqayyo, saboonni si haa jajatan; saboonni hundii si haa jajatan. 4) Ati waan qajeelummaadhaan namoota bulchituuf, saboota lafa irraas waan geggeessituuf, saboonni haa gammadanis; ililchaniis haa faarfatan. 5) Yaa Waaqayyo, saboonni si haa jajatan; saboonni hundii si haa jajatan. 6) Lafti midhaan kenniteerti; Waaqayyo Waaqni keenyas nu eebbiseera. 7) Waaqni nu eebbiseera; handaarri lafaa hundi isa haa sodaatu. Additional comments?
Refresh Captcha
The world's first Holy Bible un-translation!