Preface
Read
+
Publisher
Nainoia, Inc.
PO Box 462, Bellefonte, PA 16823
(814) 470-8028
Nainoia Inc, Publisher
LinkedIn/NAINOIA-INC
Third Party Publisher Resources
Request Custom Formatted Verses
Please contact us below
Submit your proposed corrections
I understand that the Aionian Bible republishes public domain and Creative Commons Bible texts and that volunteers may be needed to present the original text accurately. I also understand that apocryphal text is removed and most variant verse numbering is mapped to the English standard. I have entered my corrections under the verse(s) below. Proposed corrections to the New Oromo Contemporary Version, Psalms Chapter 2 https://www.AionianBible.org/Bibles/Oromo---New-World/Psalms/2 1) Namoonni maaliif akkanumaan malatu? Saboonnis maaliif waan akkanumaan mariʼatu? 2) Mootonni lafaa kaʼanii, bulchitoonnis Waaqayyoo fi Masiihii isaatiin mormuuf walitti qabaman; 3) isaanis, “Kottaa foncaa isaanii of irraa kukkunnaa; hidhaa isaaniis of irraa hiiknee gannaa” jedhu. 4) Inni samii keessa, teessoo irra taaʼee jiru ni kolfa; Gooftaanis isaanitti qoosa. 5) Innis aarii isaatiin isaan ifata; dheekkamsa isaatiinis isaan naasisa; 6) innis, “Ani tulluu koo qulqulluu irra, Xiyoon irra, mootii koo teessifadheera” jedha. 7) Ani seera Waaqayyoo nan labsa: innis akkana anaan jedhe; “Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera. 8) Na kadhadhu; ani saboota dhaala kee, handaara lafaas qabeenya kee godhee siifan kenna. 9) Ati ulee sibiilaatiin isaan cabsita; akka qodaa supheettis isaan hurreessita.” 10) Kanaafuu yaa mootota, qalbeeffadhaa; bulchitoonni lafaas of eeggadhaa. 11) Sodaadhaan Waaqayyoon tajaajilaa; hollachaas gammadaa. 12) Akka inni hin aarreef, isinis akka karaa irratti hin badneef ilma isaa dhungadhaa; dheekkamsi isaa dafee bobaʼaatii. Warri isatti kooluu galan hundi eebbifamoo dha. Additional comments?
Refresh Captcha
The world's first Holy Bible un-translation!