Preface
Read
+
Publisher
Nainoia, Inc.
PO Box 462, Bellefonte, PA 16823
(814) 470-8028
Nainoia Inc, Publisher
LinkedIn/NAINOIA-INC
Third Party Publisher Resources
Request Custom Formatted Verses
Please contact us below
Submit your proposed corrections
I understand that the Aionian Bible republishes public domain and Creative Commons Bible texts and that volunteers may be needed to present the original text accurately. I also understand that apocryphal text is removed and most variant verse numbering is mapped to the English standard. I have entered my corrections under the verse(s) below. Proposed corrections to the New Oromo Contemporary Version, Psalms Chapter 136 https://www.AionianBible.org/Bibles/Oromo---New-World/Psalms/136 1) Waaqayyoof galata galchaa; inni gaariidhaatii. 2) Waaqa waaqotaatiif galata galchaa. 3) Gooftaa Gooftotaatiif galata galchaa: 4) inni kophaa isaa dinqii gurguddaa hojjeta; 5) inni ogummaa isaatiin samiiwwan uume; 6) inni bishaanota irratti lafa diriirse; 7) inni ifa gurguddaa hojjete; 8) inni akka biiftuun guyyaa mootu godhe; 9) inni akka jiʼii fi urjiiwwan halkan moʼan godhe; 10) inni hangafa Gibxi dhaʼe; 11) inni isaan gidduudhaa Israaʼelin baase; 12) harka jabaa fi irree diriiraadhaan Israaʼelin baase; 13) inni Galaana Diimaa iddoo lamatti gargarii qoode; 14) inni galaana gidduudhaan Israaʼelin dabarse; 15) Faraʼoonii fi loltoota isaa garuu Galaana Diimaatti naqe; 16) inni saba ofii isaa gammoojjii keessa geggeesse; 17) inni mootota gurguddaa dhaʼe; 18) inni mootota jajjaboo fixe; 19) inni Sihoon mootii Amoorotaa ajjeese; 20) inni Oogi mootii Baashaan ajjeese; 21) inni biyya isaanii dhaala godhee kenne; 22) dhaala godhee garbicha isaa Israaʼeliif kenne; 23) Inni yeroo nu gad deebinetti nu yaadate; 24) inni harka diinota keenyaatii nu baase, 25) inni uumama hundaaf soora kenna; 26) Waaqa samiitiif galata galchaa. Additional comments?
Refresh Captcha
The world's first Holy Bible un-translation!