Preface
Read
+
Publisher
Nainoia, Inc.
PO Box 462, Bellefonte, PA 16823
(814) 470-8028
Nainoia Inc, Publisher
LinkedIn/NAINOIA-INC
Third Party Publisher Resources
Request Custom Formatted Verses
Please contact us below
Submit your proposed corrections
I understand that the Aionian Bible republishes public domain and Creative Commons Bible texts and that volunteers may be needed to present the original text accurately. I also understand that apocryphal text is removed and most variant verse numbering is mapped to the English standard. I have entered my corrections under the verse(s) below. Proposed corrections to the New Oromo Contemporary Version, Psalms Chapter 113 https://www.AionianBible.org/Bibles/Oromo---New-World/Psalms/113 1) Haalleluuyaa. Yaa tajaajiltoota Waaqayyoo, galata galchaa; maqaa Waaqayyoo jajadhaa. 2) Ammaa hamma bara baraatti maqaan Waaqayyoo haa eebbifamu. 3) Baʼa biiftuutii hamma lixa biiftuutti, maqaan Waaqayyoo haa jajamu. 4) Waaqayyo saba hundaa ol jira; ulfinni isaas samiiwwanii ol. 5) Kan akka Waaqayyo Waaqa keenya isa gubbaa teessoo isaa irra taaʼu sanaa eenyu? 6) Kan gad jedhee samii fi lafa ilaalu eenyu? 7) Inni hiyyeessa awwaara keessaa ni kaasa; rakkataas tuulaa daaraa keessaa ol fuudha; 8) inni bulchitoota gidduu, bulchitoota saba isaa gidduus isaan teessisa. 9) Inni akkuma haadha ijoollee kan gammachuudhaan jiraattuutti, dubartii maseena mana ishee keessa ni jiraachisa. Haalleluuyaa. Additional comments?
Refresh Captcha
The world's first Holy Bible un-translation!