Preface
Read
+
Publisher
Nainoia, Inc.
PO Box 462, Bellefonte, PA 16823
(814) 470-8028
Nainoia Inc, Publisher
LinkedIn/NAINOIA-INC
Third Party Publisher Resources
Request Custom Formatted Verses
Please contact us below
Submit your proposed corrections
I understand that the Aionian Bible republishes public domain and Creative Commons Bible texts and that volunteers may be needed to present the original text accurately. I also understand that apocryphal text is removed and most variant verse numbering is mapped to the English standard. I have entered my corrections under the verse(s) below. Proposed corrections to the New Oromo Contemporary Version, Job Chapter 26 https://www.AionianBible.org/Bibles/Oromo---New-World/Job/26 1) Iyyoob akkana jedhee deebise: 2) “Ati nama humna hin qabne hammam gargaarte! Irree laafes hammam jajjabeessite! 3) Nama ogummaa hin qabneef gorsa akkamii kennite! Beekumsa guddaa akkamiis argisiifte! 4) Akka ati dubbii kana dubbattuuf eenyutu si gargaare? Hafuura eenyuutu afaan kee keessaa dubbate? 5) “Warri duʼan, warri bishaanii gadiitii fi kanneen bishaan keessa jiraatan hundii ni hollatu. 6) Duuti fuula Waaqaa duratti qullaa jira; badiisnis waan isa dhoksu hin qabu. (Sheol h7585) 7) Waaqni iddoo duwwaa irra samii kaabaa diriirsa; lafas iddoo duwwaa irratti rarraasa. 8) Inni duumessa isaatiin bishaanota hidhee qaba; duumessi sunis bishaanota jalatti hin dhoʼu. 9) Inni duumessoota isaa itti uffisuudhaan fuula jiʼaa ni haguuga. 10) Inni fuula bishaanotaa irratti, ifaa fi dukkana gidduu daarii dhaabe. 11) Utubaawwan samii ni hollatu; dheekkamsa isaatiinis ni rifatu. 12) Inni humna isaatiin galaana ni raasa; ogummaa isaatiinis Raʼaabin ni ciccira. 13) Hafuura baafatuun samiiwwan qulqulleesse; harki isaas bofa shawwisaa waraane. 14) Wantoonni kunneen hojii isaa keessaa qarqaruma qofa; hasaasni nu waaʼee isaa dhageenyu hammam xinnaa dha! Yoos kakawwee humna isaa eenyutu hubachuu dandaʼa ree?” Additional comments?
Refresh Captcha
The world's first Holy Bible un-translation!