< Hiob 29 >
Iyyoob haasaa isaa itti fufee akkana jedhe:
2 “Mʼani agyina asram a atwa mu no, nna a Onyankopɔn hwɛɛ me so no,
“Ani jiʼoota darban, bara Waaqni na eege sana akkamin hawwa ture,
3 bere a ne kanea hyerɛn mʼatifi na mede ne kanea nantewee sum mu no!
yeroo ibsaan isaa mataa koo irratti ife, anis ifa isaatiin dukkana keessa darbee yeroon deeme,
4 Ao, nna a misii so no, bere a Onyankopɔn adamfofa a emu yɛ den hyiraa me fi,
yeroo ani nama jabaa ture, yeroo michummaan Waaqaa mana koo eebbise,
5 bere a na Otumfo no da so ka me ho na me mma atwa me ho ahyia no,
yeroo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu na wajjin ture, yeroo ijoolleen koo naannoo koo turan,
6 bere a na nufusu mu srade afɔw mʼakwan na abotan hwiee ngo sɛ nsu maa me no.
yeroo daandiin koo dhadhaadhaan jiifame, yeroo kattaanis laga zayitii ejersaa naaf yaase.
7 “Bere a na mekɔ kuropɔn pon ano mekɔtena mʼagua so wɔ ɔmanfo aguabɔbea,
“Yeroo ani gara karra magaalaatti gad baʼee oobdii sabaa keessa barcuma koo irra taaʼe,
8 mmerante hu me a, wogyina nkyɛn na mpanyimfo sɔre gyina hɔ;
dargaggeeyyiin na arganii karaa irraa goru; maanguddoonnis kaʼanii dhaabatu ture;
9 atitiriw gyae kasa na wɔde wɔn nsa kata wɔn ano;
hangafoonni sabaa dubbii afaanitti qabatanii harka isaanii afaan irra kaaʼatu ture;
10 mmapɔmma tɛm dinn, na wɔn tɛkrɛma ka wɔn dudom.
sagaleen namoota bebeekamoo hin dhagaʼamu ture; arrabni isaaniis laagaa isaaniitti ni maxxana ture.
11 Wɔn a wɔte me nka nyinaa ka me ho asɛmpa, na wɔn a wohu me nyinaa kamfo me,
Namni na dhagaʼu kam iyyuu na jaja; kanneen na arganis na galateeffatu ture;
12 efisɛ meboaa ahiafo a wosu pɛɛ mmoa, ne ayisaa a wonni aboafo.
ani hiyyeessa gargaarsa barbaachaaf booʼu, nama abbaa hin qabne kan namni isa gargaaru tokko iyyuu hin jirre fureeraatii.
13 Onipa a na ɔrewu no hyiraa me; na memaa akunafo ani gyee wɔn koma mu.
Namni duʼuu gaʼe na eebbiseera; ani akka garaan haadha hiyyeessaa gammachuun ililchus godheera.
14 Mede trenee furaa sɛ mʼadurade; atɛntrenee yɛɛ me nkataso ne mʼabotiri.
Qajeelummaa akka uffata kootti uffadheera; murtiin qajeelaan immoo uffata koo fi marata mataa koo ture.
15 Meyɛɛ aniwa maa anifuraefo, ne anan maa mmubuafo.
Ani nama jaameef ija, okkolaaf immoo miilla taʼeen ture.
16 Meyɛɛ ahiafo agya; na mekaa ahɔho asɛm maa wɔn.
Ani rakkataadhaaf abbaan ture; nama ormaatiif illee nan falman ture.
17 Mibubuu amumɔyɛfo se na mihwim wɔn a wodi wɔn nya no fii wɔn anom.
Qarriffaa nama hamaa nan cabse; waan inni qabates afaan isaatii buuseera.
18 “Medwenee sɛ, ‘Mewu wɔ mʼankasa me fi mu, na me nna dɔɔso sɛ nwea.
“Ani akkana jedheen yaadee ture; ‘Manuma koo keessattin duʼa; barri jireenya kootiis akkuma cirrachaa baayʼata.
19 Me ntin beduu nsu ano, na obosu agugu me mman so anadwo mu nyinaa.
Hiddi koo gad fagaatee bishaan qaqqaba; fixeensis halkan guutuu dameewwan koo irra bula.
20 Mʼanuonyam rempa da, na agyan ayɛ foforo wɔ me nsam daa.’
Ulfinni koo na keessatti haaraa taʼee jiraata; iddaanis harka koo keessatti haaromfama.’
21 “Nnipa hwehwɛɛ sɛ wotie me, wɔyɛɛ dinn, twɛn mʼafotu.
“Namoonni calʼisanii gorsa koo eeggachaa abdiidhaan na dhaggeeffatu.
22 Sɛ mekasa wie a wɔnnkasa bio, efisɛ me nsɛm tɔɔ wɔn asom yiye.
Erga ani dubbadhee booddee isaan deebiʼanii hin dubbanne; dubbiin koos akka gaariitti gurra isaanii seena ture.
23 Wɔtwɛn me sɛnea wɔtwɛn osu a ɛpete, na wɔmenee me nsɛm sɛ osutɔ bere nsu.
Isaan akkuma nama bokkaa eeggatuutti na eeggatan; dubbii koos akkuma bokkaa arfaasaa dhugan.
24 Sɛ meserew mekyerɛ wɔn a, wɔntaa nnye nni; mʼanimtew som bo ma wɔn.
Yeroo ani isaaniif seequtti isaan hin amanne; ifni fuula koos isaaniif waan guddaa ture.
25 Mebɔɔ kwan maa wɔn na metenaa ase sɛ wɔn hene; metenaa ase sɛ ɔhene a ɔwɔ nʼasraafo mu; meyɛɛ sɛ obi a ɔkyekye agyaadwotwafo werɛ.
Ani karaa isaaniif filee akka hangafa isaaniitti nan taaʼe; akka mootii loltoota isaa gidduu jiraatuutti nan jiraadhe; ani akka nama warra booʼan jajjabeessuus taʼe.