< Yeremia 15 >
1 Kisha Bwana akaniambia, “Hata kama Musa au Samweli walisimama mbele yangu, bado sitawafikiria watu hawa. Watoe mbele yangu, ili waweze kuondoka.
Waaqayyo akkana naan jedhe; “Yoo Musee fi Saamuʼeel fuula koo dura dhaabatan iyyuu garaan koo gara saba kanaatti hin deebiʼu. Fuula koo duraa isaan ariʼi! Isaan haa deeman!
2 Ikiwa watakuambia, 'Tunapaswa kwenda wapi?' Kisha uwaambie, 'Bwana asema hivi Wale wanaotakiwa kufa wanapaswa kufa; wale waliotayarishwa kwa upanga wanapaswa kwenda kwa upanga. Wale waliopelekwa kwa njaa wanapaswa kwenda kwa njaa; na wale waliopelekwa uhamisho wanapaswa kuhamishwa.'
Yoo isaan, ‘Eessa dhaqna?’ jedhanii si gaafatan immoo akkana jedhii isaanitti himi; ‘Waaqayyo akkana jedha: “‘Namni duʼaaf ramadame gara duʼaa, namni goraadeedhaaf ramadame gara goraadee, namni beelaaf ramadame gara beelaa, namni boojuudhaaf ramadame immoo gara boojuu dhaqa.’
3 Kwa kuwa nitawapa kwa makundi manne-hili ndilo tamko la Bwana-upanga wa kuua wengine, mbwa wararue, ndege wa angani na mnyama mkali wale na kuangamiza.
“Ani waan isaan balleessu gosa afur isaanitti nan erga” jedha Waaqayyo. “Akka isaan ajjeesuuf goraadee, akka isaan harkisaniif saroota, akka isaan nyaatanii fixaniif immoo allaattiiwwan samiitii fi bineensota lafaa isaanitti nan erga.
4 Nitawafanyia jambo lenye kutisha kwa falme zote za dunia, kwa sababu Manase mwana wa Hezekia, mfalme wa Yuda, alifanya huko Yerusalemu.
Ani sababii Minaaseen ilmi Hisqiyaas mootichi Yihuudaa Yerusaalem keessatti hojjete waan sanaatiif fuula mootummoota lafa irraa hunda duratti jibbamtoota isaan nan godha.
5 Kwa maana ni nani atakayewahurumia, Yerusalemu? Ni nani atakayeomboleza kwa ajili yako? Nani atakayegeuka kuuliza kuhusu ustawi wako?
“Yaa Yerusaalem, eenyutu garaa siif laafa? Eenyutu siif booʼa? Eenyutu si dubbisuuf sitti gora?
6 Umeniacha-hili ndilo tamko la Bwana-umerudi nyuma. Kwa hiyo nitawapiga kwa mkono wangu na kukuangamiza. Nimechoka kuwahurumia.
Ati na dhiifteerta; ittuma fuftees duubatti deebiʼaa jirta” jedha Waaqayyo. “Kanaafuu ani harka koo sitti hiixadhee sin balleessa; ani siʼachi siif naʼuu hin dandaʼu.
7 Kwa hiyo nitawapepea kwa kipepeo katika milango ya nchi. Nitawafukuza. Nitawaangamiza watu wangu kwani hawakurudi na kuziacha njia zao.
Ani karrawwan magaalaa biyyattii duratti, qorbiidhaan qilleensatti isaan nan kenna. Ani saba kootti gaddaa fi badiisa nan fida; isaan karaa isaanii irraa hin deebineetii.
8 Nitawafanya wajane wao kuwa zaidi ya mchanga wa bahari. Dhidi ya mama wa vijana nitamtuma mwangamizi mchana. Nitafanya mshtuko na hofu ghafla kuanguka juu yao.
Ani haadhota hiyyeessaa isaanii cirracha galaanaa caalaa nan baayʼisa. Ani haadhota dargaggoota isaaniitti, guyyuma saafaadhaan waan isaan balleessu tokko nan fida; ani goolii fi naasuu akkuma tasaa isaanitti nan gadhiisa.
9 Mama aliyezaa watoto saba ataharibika. Atashuka. Jua lake limekuchwa wakati bado ni siku. Yeye atakuwa na aibu na kufedheheka, kwa kuwa nitawatoa wale waliosalia kwa upanga mbele ya maadui zao-hili ndilo tamko la Bwana.”
Haati ilmaan torbaa gaggabdee hafuura dhumaa baafatti. Aduun ishee guyyuma adiidhaan dhiiti; isheenis salphattee namaa gad taati. Ani hambaawwan isaanii fuula diinota isaanii duratti goraadeef dabarsee nan kenna” jedha Waaqayyo.
10 Ole wangu, mama yangu! Kwa maana umenizaa, mimi ambaye ni mtu wa kushindana na hoja katika nchi yote. Sijakopesha, wala hakuna mtu aliyenikopesha, lakini wote wananilaani.
Wayyoo yaa haadha ko, kan ana nama biyyattii guutuu loluu fi falmu deesse? Ani hin liqeessine yookaan hin liqeeffanne; namni hundi garuu na abaara.
11 Bwana akasema “Je sitakuokoa kwa manufaa? Kwa hakika nitawafanya maadui wako waombe msaada wakati wa msiba na dhiki.
Waaqayyo akkana jedhe; “Ani dhugumaan kaayyoo gaariidhaaf sin baraara; Ani dhugumaan yeroo rakkinaatii fi gidiraatti, akka diinonni kee si kadhatan nan godha.
12 Je, mtu anaweza kusaga chuma? Hasa chuma kutoka kaskazini iliyochanganywa na shaba?
“Namni kam iyyuu sibiila, sibiila kaabaa dhufe yookaan naasii cabsuu ni dandaʼaa?
13 Nitawapa adui zako utajiri wako na hazina yako kama nyara za bure. Nitafanya hili kwa sababu ya dhambi zako zote zilizofanywa ndani ya mipaka yako yote.
“Sababii cubbuu kee hunda kan biyya kee guutuu keessa jiru sanaatiif ani badhaadhummaa keetii fi qabeenya kee toluma boojuuf nan kenna.
14 Ndipo nitakufanya utumikie adui zako katika nchi ambayo huijui, maana moto utawaka, ukawaka katika ghadhabu yangu juu yako.”
Sababii dheekkamsi koo ibidda ishee gubu qabsiisuuf, ani biyya ati hin beekne keessatti diinota keetiif sin garboomsa.”
15 Wewe mwenyewe wajua, Bwana! Unikumbuke na kunisaidia. Ukanilipie kisasi kwa ajili ya wanaonifuata. Katika uvumilivu wako usiniondoe. Utambue kwamba nimekuwa na aibu kwa ajili yako. Maneno yako yamepatikana, na nikayala.
Yaa Waaqayyo situ beeka; na yaadadhu; na tiksis. Warra na ariʼatan haaloo naaf baʼi. Ati obsa guddaa qabdaatii na hin balleessin; akka ani siif jedhee tuffatamu beeki.
16 Maneno yako yalikuwa furaha kwangu, furaha yangu kwa moyo wangu; kwa maana jina lako linatangazwa juu yangu, Bwana, Mungu wa majeshi.
Dubbiin kee ni argame; anis nan nyaadhe; innis na gammachiise; gammachuu garaa kootiis taʼe; yaa Waaqayyo, Gooftaa Waan Hunda Dandeessu, ani maqaa keetiin nan waamamaatii.
17 Sikuketi katika mkutano wa wale waliosherehekea au waliofurahi. Nimeketi kwa faragha kwa sababu ya mkono wako wenye nguvu, kwa maana umenijaza na hasira.
Ani gonkumaa tuuta fandalaltootaa wajjin hin teenye; gonkumaa isaan wajjin hin gammanne; sababii harki kee narra turee fi sababii ati aariidhaan na guutteef ani kophaa koo nan taaʼe.
18 Kwa nini maumivu yangu yanaendelea na jeraha langu halitibiki, linakataa kuponywa? Je, utakuwa kama maji ya udanganyifu kwangu, maji yanayokauka?
Rakkinni koo maaliif dhuma dhabe? Madaan koos maaliif fayyuu dide? Ati akka laga nama gowwoomsuu akka burqaa goguus natti taataa?
19 Kwa hiyo Bwana asema hivi, “Yeremia, Ikiwa utatubu, nitakurejesha, nawe utasimama mbele yangu na kunitumikia. Kwa maana ukitenganisha mambo ya kipumbavu kwa vitu vya thamani, utakuwa kama kinywa changu. Watu watakuja kwako, lakini wewe mwenyewe usirudi kwao.
Kanaafuu Waaqayyo akkana jedha: “Yoo ati qalbii jijjiirratte, ani akka ati na tajaajiltuuf deebisee sin dhaaba; Ati yoo dubbii faayidaa hin qabne dhiiftee dubbii faayidaa qabu dubbatte afaan naaf taata. Sabni kun gara keetti haa deebiʼuu malee ati gara isaaniitti deebiʼuu hin qabdu.
20 Nitakufanya kama ukuta wa shaba usioweza kuingilika kwa watu hawa, nao watapigana vita dhidi yako. Lakini hawatakushinda, kwa kuwa mimi ni pamoja nawe ili kuokoa na kukuponya-hili ndilo tamko la Bwana-
Ani saba kanaaf dallaa dhagaa, dallaa naasii kan jabeeffamee ijaarame sin taasisa; isaan si lolu; garuu si hin moʼatan; ani si baraaruu fi si baasuuf si wajjin jiraatii” jedha Waaqayyo.
21 kwa maana nitakuokoa mikononi mwa waovu na kukukomboa katika mkono wa mshindani.”
“Ani harka namoota hamoo jalaa sin baasa; harka warra gara jabeeyyii jalaas sin fura.”