< Hosea 7 >

1 kila mara nilipotaka kumponya Israeli, dhambi za Efraimu zinafichuliwa na maovu ya Samaria yanafunuliwa. Wanafanya udanganyifu, wevi huvunja nyumba, maharamia hunyangʼanya barabarani,
yeroo ani Israaʼelin fayyisutti cubbuun Efreem saaxilamee yakki Samaariyaas ifatti baafama. Isaan nama gowwoomsu; hattuun cabsitee mana seenti; saamtonni daandii irratti nama saamu;
2 lakini hawafahamu kwamba ninakumbuka matendo yao yote mabaya. Dhambi zao zimewameza, ziko mbele zangu siku zote.
isaan garuu akka ani jalʼina isaanii hunda yaadadhu hin hubatan. Cubbuun isaanii isaan marseera; yeroo hundas fuula koo dura jira.
3 “Wanamfurahisha sana mfalme kwa maovu yao, wakuu wao kwa uongo wao.
“Isaan hammina isaaniitiin mootii, soba isaaniitiin immoo ilmaan mootii gammachiisu.
4 Wote ni wazinzi, wanawaka kama tanuru ambayo moto wake mwokaji hana haja ya kuuchochea kuanzia kukanda unga hadi umekwisha kuumuka.
Isaan hundinuu ejjitoota, akkuma badaa ibiddaa kan tolchituun tokko yeroo bukoo sukkuumanii jalqabee hamma inni bukaaʼutti itti tuttuquu hin barbaannee ti.
5 Katika sikukuu ya mfalme wetu wakuu wanawaka kwa mvinyo, naye anawaunga mkono wenye mizaha.
Guyyaa ayyaana mootii keenyaatti ilmaan moototaa daadhii wayiniitiin finiinan; innis qoostota wajjin harka isaa diriirsa.
6 Mioyo yao ni kama tanuru, wanamwendea kwa hila. Hasira yao inafoka moshi usiku kucha, wakati wa asubuhi inalipuka kama miali ya moto.
Akkuma badaa ibiddaatti garaa isaanii qopheessaniiru; isaan dabaan gara isaatti dhiʼaatu. Aariin isaanii halkan guutuu irraa hin galu; ganama immoo akkuma arraba ibiddaa balaliʼa.
7 Wote ni moto kama tanuru; wanawaangamiza watawala wao. Wafalme wake wote wanaanguka, wala hakuna yeyote kati yao aniitaye mimi.
Hundi isaanii akkuma badaa ibiddaa hoʼu; bulchitoota isaaniis ni fixu. Mootonni isaanii hundinuu ni dhumu; tokkoon isaanii iyyuu na hin waammatan.
8 “Efraimu anajichanganya na mataifa; Efraimu ni mkate ambao haukuiva.
“Efreem sabootaan walitti makama; Efreem maxinoo gara hin galfaminii dha.
9 Wageni wananyonya nguvu zake, lakini hafahamu hilo. Nywele zake zina mvi hapa na pale, lakini hana habari.
Namoonni ormaa humna isaa nyaatan; inni garuu hin hubatu. Arriin isatti baʼe; inni garuu hin beeku.
10 Kiburi cha Israeli kinashuhudia dhidi yake, lakini pamoja na haya yote harudi kwa Bwana Mungu wake wala kumtafuta.
Of tuulummaan Israaʼel dhugaa isatti baʼa; inni garuu utuu wanni kun hundi akkana taʼee jiruu, gara Waaqayyo Waaqa isaatti hin deebiʼu yookaan isa hin barbaaddatu.
11 “Efraimu ni kama hua, hudanganywa kwa urahisi na hana akili: mara anaita Misri, mara anageukia Ashuru.
“Efreem akkuma gugee gowwaa sammuu hin qabnee ti; isaan Gibxin waammatu; isaan gara Asooritti deebiʼu.
12 Wakati watakapokwenda, nitatupa wavu wangu juu yao; nitawavuta chini waanguke kama ndege wa angani. Nitakaposikia wakikusanyika pamoja, nitawanasa.
Yommuu isaan deeman ani kiyyoo koo isaan irra nan buusa; ani akkuma simbirroo samii gad isaan nan harkisa. Ani yommuun akka isaan walii wajjin yaaʼan dhagaʼutti, isaan nan qaba.
13 Ole wao, kwa sababu wamepotoka kutoka kwangu! Maangamizi ni yao kwa sababu wameniasi! Ninatamani kuwakomboa, lakini wanasema uongo dhidi yangu.
Waan narraa goraniif isaaniif wayyoo! Waan natti fincilaniif badiisni isaaniif mala! Ani isaan furuu nan barbaada; isaan garuu waaʼee koo soba dubbatu.
14 Hawanililii mimi kutoka mioyoni mwao, bali wanaomboleza vitandani mwao. Hukusanyika pamoja kwa ajili ya nafaka na divai mpya, lakini hugeukia mbali nami.
Isaan garaa isaanii guutuudhaan gara kootti hin iyyatan; garuu siree isaanii irra tataaʼanii booʼu. Isaan midhaanii fi daadhii wayiniitiif walitti qabamu; garuu natti fincilu.
15 Niliwafundisha na kuwatia nguvu, lakini wanapanga mabaya dhidi yangu.
Ani leenjiseen irree isaanii jajjabeesse; isaan garuu waan hamaa natti yaadu.
16 Hawamgeukii Yeye Aliye Juu Sana, wako kama upinde wenye kasoro. Viongozi wao wataanguka kwa upanga kwa sababu ya maneno yao ya jeuri. Kwa ajili ya hili watadhihakiwa katika nchi ya Misri.
Isaan gara Waaqa Waan Hundaa Oliitti hin deebiʼan; isaan akkuma xiyya jalʼatee ti. Hooggantoonni isaanii sababii soba dubbataniif goraadeedhaan dhumu. Sababii kanaaf isaan biyya Gibxitti ni tuffatamu.

< Hosea 7 >