< Ezra 2 >

1 Basi hawa ndio watu wa jimbo waliotoka uhamishoni, ambao Nebukadneza mfalme wa Babeli alikuwa amewachukua mateka hadi Babeli (walirudi Yerusalemu na Yuda, kila mmoja kwenye mji wake,
Egaa isaan kunneen namoota kutaa biyya sanaa warra boojuu Nebukadnezar mootichi Baabilon sun boojiʼee Baabilonitti isaan geessee ture sanaa deebiʼanii dha; isaanis Yerusaalemii fi Yihuudaatti deebiʼanii tokkoon tokkoon isaanii magaalaa ofii isaaniitti galan;
2 wakiwa wamefuatana na Zerubabeli, Yeshua, Nehemia, Seraya, Reelaya, Mordekai, Bilshani, Mispari, Bigwai, Rehumu na Baana): Orodha ya wanaume kati ya watu wa Israeli ilikuwa:
isaanis: Zarubaabel, Yeeshuuʼaa, Nahimiyaa, Seraayaa, Reʼelaayaa, Mordekaayi, Bilshaan, Misphaar, Baguwaayi, Rehuumii fi Baʼanaa wajjin dhufan. Maqaa namoota saba Israaʼel taʼanii:
3 wazao wa Paroshi 2,172
sanyiin Phaarosh 2,172,
4 wazao wa Shefatia 372
sanyiin Shefaaxiyaa 372,
5 wazao wa Ara 775
sanyiin Aaraa 775,
6 wazao wa Pahath-Moabu (wa jamaa ya Yeshua na Yoabu) 2,812
sanyiin Fahat Moʼaab warri karaa Yeeshuʼaa fi Yooʼaab dhalatan 2,812,
7 wazao wa Elamu 1,254
sanyiin Eelaam 1,254,
8 wazao wa Zatu 945
sanyiin Zaatuu 945,
9 wazao wa Zakai 760
sanyiin Zakaayi 760,
10 wazao wa Bani 642
sanyiin Baanii 642,
11 wazao wa Bebai 623
sanyiin Beebay 623,
12 wazao wa Azgadi 1,222
sanyiin Azgaad 1,222,
13 wazao wa Adonikamu 666
sanyiin Adooniiqaam 666,
14 wazao wa Bigwai 2,056
sanyiin Baguwaay 2,056,
15 wazao wa Adini 454
sanyiin Aadiin 454,
16 wazao wa Ateri (kupitia Hezekia) 98
sanyiin Ateer warri karaa Hisqiyaas 98,
17 wazao wa Besai 323
sanyiin Beesaay 323,
18 wazao wa Yora 112
sanyiin Yooraa 112,
19 wazao wa Hashumu 223
sanyiin Haashum 223,
20 wazao wa Gibari 95
sanyiin Gibaar 95,
21 watu wa Bethlehemu 123
namoonni Beetlihem 123,
22 watu wa Netofa 56
namoonni Netoofaa 56,
23 watu wa Anathothi 128
namoonni Anaatoot 128,
24 watu wa Azmawethi 42
namoonni Azmaawet 42,
25 wazao wa Kiriath-Yearimu, Kefira na Beerothi 743
namoonni Kiriyaati Yeʼaariim, kan Kefiiraatii fi Biʼeeroot 743,
26 wazao wa Rama na Geba 621
namoonni Raamaa fi Gebaa 621,
27 watu wa Mikmashi 122
namoonni Mikmaas 122,
28 watu wa Betheli na Ai 223
Namoonni Beetʼeelii fi Aayi 223,
29 wazao wa Nebo 52
namoonni Neboo 52,
30 wazao wa Magbishi 156
namoonni Magbiish 156,
31 wazao wa Elamu ile ingine 1,254
namoonni Eelaam kaan 1,254,
32 wazao wa Harimu 320
namoonni Haariim 320,
33 wazao wa Lodi, Hadidi na Ono 725
namoonni Lood, kan Haadiidii fi Oonoom 725,
34 wazao wa Yeriko 345
namoonni Yerikoo 345,
35 wazao wa Senaa 3,630
namoonni Senaaʼaa 3,630.
36 Makuhani: wazao wa Yedaya (kwa jamaa ya Yeshua) 973
Luboota: Sanyiin Yedaaʼiyaa warri karaa maatii Yeeshuuʼaan dhufan 973,
37 wazao wa Imeri 1,052
sanyiin Imeer 1,052,
38 wazao wa Pashuri 1,247
sanyiin Phaashihuur 1,247,
39 wazao wa Harimu 1,017
sanyiin Haariim 1,017.
40 Walawi: wazao wa Yeshua na Kadmieli (kupitia jamaa ya Hodavia) 74
Lewwota: Sanyiin Yeeshuuʼaa fi Qadmiiʼeel, karaa Hoodayiwaa dhufan 74.
41 Waimbaji: wazao wa Asafu 128
Faarfattoota: sanyiin Asaaf 128.
42 Mabawabu wa lango la Hekalu: wazao wa Shalumu, Ateri, Talmoni, Akubu, Hatita na Shobai 139
Eegdota karra mana qulqullummaa: sanyiin Shaluum, sanyiin Ateer, sanyiin Talmoon, sanyiin Aquub, sanyiin Haxiixaa fi sanyiin Soobaay 139.
43 Watumishi wa Hekalu: wazao wa Siha, Hasufa, Tabaothi,
Tajaajiltoota mana qulqullummaa: sanyii Ziihaa, sanyii Hasuufaa fi sanyii Xabaaʼoot,
44 wazao wa Kerosi, Siaha, Padoni,
sanyii Keeroos, sanyii Siiʼaa, sanyii Faadon;
45 wazao wa Lebana, Hagaba, Akubu,
sanyii Lebaanaa, sanyii Hagaabaa fi sanyii Aquub;
46 wazao wa Hagabu, Shalmai, Hanani,
sanyii Haagaab, sanyii Shalmaayi, sanyii Haanaan;
47 wazao wa Gideli, Gahari, Reaya,
sanyii Gideel, sanyii Gahar, sanyii Reʼaayaa;
48 wazao wa Resini, Nekoda, Gazamu,
sanyii Reziin, sanyii Neqoodaa, sanyii Gazaam;
49 wazao wa Uza, Pasea, Besai,
sanyii Uzaa, sanyii Faasehaa, sanyii Beesaay;
50 wazao wa Asna, Meunimu, Nefusimu,
sanyii Asinaa, sanyii Meʼuunimii fi sanyii Nefuusiim;
51 wazao wa Bakbuki, Hakufa, Harhuri,
sanyii Baqbuuq, sanyii Haquufaa, sanyii Harhuur,
52 wazao wa Basluthi, Mehida, Harsha,
sanyii Bazluut, sanyii Mihiidaa fi sanyii Harshaa;
53 wazao wa Barkosi, Sisera, Tema,
sanyii Barqoos, sanyii Siisaaraa fi sanyii Teemahi;
54 wazao wa Nesia na Hatifa.
sanyii Neziiyaa fi sanyii Haxiifaa
55 Wazao wa watumishi wa Solomoni: wazao wa Sotai, Hasaferethi, Peruda,
Sanyii tajaajiltoota Solomoon: Sanyii Soxaayi, sanyii Sofereetii fi sanyii Firuudaa;
56 wazao wa Yaala, Darkoni, Gideli,
sanyii Yaʼilaa, sanyii Darqoonii fi sanyii Gideel;
57 wazao wa Shefatia, Hatili, Pokereth-Hasebaimu na Ami.
sanyii Shefaaxiyaa, sanyii Haxiil, sanyii Fookeret-Hazbaayimii fi sanyii Aamii;
58 Watumishi wa Hekalu wote na wazao wa watumishi wa Solomoni 392
tajaajiltoota mana qulqullummaatii fi sanyiin tajaajiltoota Solomoon 392.
59 Wafuatao walikuja kutoka miji ya Tel-Mela, Tel-Harsha, Kerubu, Adoni na Imeri, lakini hawakuweza kuthibitisha kwamba jamaa zao zilikuwa uzao wa Israeli:
Warri armaan gadiis magaalaawwan Teel Melaa, Teel Hareshaa, Kiruub, Adaanii fi Imeeriitii dhufan; isaan garuu akka maatiin isaanii sanyii Israaʼel taʼan mirkaneessuu hin dandeenye; isaanis:
60 wazao wa Delaya, Tobia na Nekoda 652
sanyiin Delaayaa, sanyiin Xoobbiyaa fi sanyiin Neqoodaa 652.
61 Kutoka miongoni mwa makuhani: Wazao wa Hobaya, Hakosi, Barzilai (mtu aliyekuwa amemwoa binti wa Barzilai, Mgileadi, naye akaitwa kwa jina hilo).
Luboota keessaa immoo: Sanyii Habayaa, sanyii Haqoosii fi kan Barzilaay; Barzilaayiin kun sababii intala Barzilaay namicha Giliʼaad sanaa fuudheef maqaa kanaan waamame.
62 Hawa walitafuta orodha za jamaa zao, lakini hawakuonekana humo, kwa hiyo waliondolewa kutoka kundi la makuhani kwa kuwa walihesabiwa kuwa najisi.
Isaan kunneen sababii galmee hidda dhalootaa keessaa maqaa maatii isaanii barbaadanii dhabaniif akka xuraaʼotaatti ilaalamanii tajaajila lubummaa dhowwaman.
63 Mtawala aliagiza kuwa wasile chochote miongoni mwa vyakula vitakatifu hadi kuwe kuhani atakayehudumu kwa Urimu na Thumimu.
Bulchaan biyyattiis hamma lubni Uriimii fi Tumiimiidhaan tajaajilu tokko argamutti akka isaan nyaata nyaata hunda caalaa qulqulluu taʼe kam iyyuu hin nyaanneef isaan ajaje.
64 Jumla ya watu wote waliorudi walikuwa 42,360;
Warri boojuudhaa deebiʼan walumaa galatti namoota 42,360 turan;
65 tena zaidi ya hao walikuwepo watumishi wa kiume na wa kike 7,337; pia walikuwamo waimbaji wanaume na wanawake 200.
kana malees tajaajiltoonni isaanii dhiiraa fi dubartiin 7,337 turan; akkasumas isaan faarfattoota dhiiraa fi dubartii 200 qabu ture.
66 Walikuwa na farasi 736, nyumbu 245,
Isaan farda 736, gaangolii 245,
67 ngamia 435 na punda 6,720.
gaala 435 fi harree 6,720 qabu ture.
68 Walipofika kwenye nyumba ya Bwana huko Yerusalemu, baadhi ya viongozi wa jamaa walitoa sadaka za hiari kwa ajili ya kujenga upya nyumba ya Mungu katika eneo lake.
Yommuu isaan mana Waaqayyoo kan Yerusaalem keessa jiru sana gaʼanitti hangafoonni maatiiwwanii tokko tokko akka manni Waaqaa iddoo isaatti deebiʼee ijaaramuuf kennaa fedhiidhaan kennamu ni gumaachan.
69 Wakatoa kwa kadiri ya uwezo wao na kutia katika hazina darkoni 61,000 za dhahabu, mane 5,000 za fedha, na mavazi 100 ya ukuhani kwa ajili ya kazi hiyo.
Isaanis akkuma dandeettii isaaniitti warqee daariikii 61,000, meetii minnaanii 5,000 fi uffata lubootaa 100 horii hojii kanaaf walitti qabametti ni dabalan.
70 Makuhani, Walawi, waimbaji, mabawabu, na watumishi wa Hekalu waliishi katika miji yao wenyewe, pamoja na baadhi ya watu wengine, nao Waisraeli waliosalia waliishi katika miji yao.
Luboonni, Lewwonni, faarfattoonni, eegdonni karraa fi tajaajiltoonni mana qulqullummaa namoota tokko tokko wajjin magaalaawwan ofii isaanii keessa qubatan; Israaʼeloonni kaan magaalaawwan ofii isaanii keessa qubatan.

< Ezra 2 >