< 1 Yohane 2 >

1 Mobana bame ndamulembelenga makani aya kwambeti mutakensa byaipa. Nsombi na umbi lepishi, tukute weshi kutunyamfwa kayi ukute kutwambililako ku Bata nendi uyo ni Yesu Klistu walulama.
Yaa ijoollee ko, ani akka isin cubbuu hin hojjenneef kana isiniifan barreessa. Garuu yoo namni kam iyyuu cubbuu hojjete nu Abbaa biraa abukaattoo qabna; innis Yesuus Kiristoos Isa Qajeelaa sana.
2 Yesu enshila bwipishi bwetu mobukte kulekelelwa, kutambowa eti bwipishi bwetu bonka nsombi ne bwa bantu nabambi bonse.
Inni aarsaa cubbuu keenyaaf araara buusuu dha; cubbuu addunyaa hundaatiifis malee cubbuu keenya qofaaf miti.
3 Na tulakonkonga Milawo ya Lesa empotwela kwinshiba eti tumwishi.
Nu yoo ajaja isaa eegne, kanaan akka isa beekne ni beekna.
4 Na muntu wambeti, “Ame ndimwinshi Lesa”, Kakuli nkakute kukonka Milawo mubuyumi bwakendi ekwinshibeti nimubepeshi kayi liya cakubinga.
Namni, “Ani isa nan beeka” jedhu kan garuu ajaja isaa hin eegne kam iyyuu sobduu dha; dhugaanis isa keessa hin jiru.
5 Nsombi na muntu lasungunga maswi a Lesa, luyand lwa Lesa luli muli endiye. Pakwinga encotukute kwinshibeti eti tuli muli endiye kayi nendiye uli nenjafwe.
Garuu yoo namni kam iyyuu dubbii isaatiif ajajame, jaalalli Waaqaa dhugumaan isa keessatti guutuu taʼa. Kanaanis nu akka isa keessa jirru ni beekna;
6 Uyo lamabangeti bwikalo bwakame buli muli Lesa, welela kuba nebwikalo mbuli Yesu ncalekala.
namni ani isaanan jiraadha ofiin jedhu kam iyyuu akkuma Yesuus jiraate sanatti jiraachuu qaba.
7 Omwasunika, nkandamulembelenga mulawo walino lino sobwe, nsombi niwepele usa ngomwalikwinshiba kufuma kumatatikilo. Mulawo uyu wakeendi emakani onka ngomwalanyumfwa.
Yaa obboloota, ani ajaja moofaa isuma jalqabaa kaasee isin bira ture sana malee ajaja haaraa isinii hin barreessu. Ajajni moofaan kunis ergaadhuma isin dhageessan sana.
8 Necikabeco mulawo uyu ngondamulembelenga niwalino lino pakwinga cakubinga cawo cilabonekelenga patuba muli Yesu kayi ne muli njamwe. Lino mushinshe ulenga akupwa kayi mumuni wancine ncine ulatatiki kubala kendi.
Taʼus ani ajaja haaraa tokko isiniif nan barreessa; sababiin isaas dukkanichi darbaa, ifni dhugaa immoo waan amma iyyuu ifaa jiruuf dhugaan isaa isa keessattii fi isin keessatti ni mulʼata.
9 Na muntu wambeti uli mumumuni nsombi nkali wapatana ne munendi, muntu wamushoboyu ucili mumushinshe.
Namni ani ifa keessa jira ofiin jechaa obboleessa isaa immoo jibbu kam iyyuu amma illee dukkana keessa jira.
10 Uliyense usuni munendi uli mumumuni, Kayi muli endiye muliya cintu cela kulengesheti epishe.
Namni obboleessa isaa jaallatu hundinuu ifa keessa jiraata; wanni isa gufachiisu tokko iyyuu isa keessa hin jiru.
11 Muntu shikupana ne munendi ucili mumushinshe kayi ucenda mumushinshe pakwinga ulamupofolo mensu.
Namni obboleessa isaa jibbu garuu dukkana keessa jira; dukkanuma keessa jiraatas; inni waan dukkanni sun isa jaamseef gara itti adeemu hin beeku.
12 Ndalembelenga njamwe mobana bame, pakwinga ukute kumulekelela bwipishi bwenu cebo ca Yesu Klistu.
Yaa ijoolle, cubbuun keessan sababii maqaa isaatiif waan isinii dhiifameef ani isiniifin barreessa.
13 Ndalembelenga njamwe mobamashali bakame batuloba pakwinga mumwishi uyo walikubako kufuma kumatatikilo. Ndalembelenga njamwe batuloba batwanike pakwinga mulamukomo waipa.
Yaa abbootii, isin waan isa jalqabumaa kaasee jiru sana beektaniif ani isiniifin barreessa. Yaa dargaggoota, isin waan isa hamaa sana moʼattaniif, ani isiniifin barreessa.
14 Ndalembelenga njamwe mobana bame pakwinga mumwinshi. Ndalembelenga njamwe mobashali bakame pakwinga mumwinshi uyo walikubako kufuma kumatatikilo. Ndalembelenga njamwe batuloba batwanike pakwinga mulamukomo waipa.
Yaa ijoolle, isin waan Abbaa beektaniif, ani isiniifin barreessa. Yaa abbootii, isin waan isa jalqabumaa kaasee jiru sana beektaniif, ani isiniifin barreessa. Yaa dargaggoota, isin waan jajjaboo taataniif, waan dubbiin Waaqaa isin keessa jiraatuuf, waan isa hamaa sanas moʼattaniif, ani isiniifin barreessa.
15 Kamutasuna cishi capanshi ne bintu byonse bilimo. Pakwinga na muntu lasunu cishi capanshi, ekwambeti nkabasuni Bata.
Addunyaa yookaan waan addunyaa keessa jiru tokko illee hin jaallatinaa. Eenyu iyyuu yoo addunyaa jaallate, jaalalli Abbaa isa keessa hin jiru.
16 Pakwinga byonse bya pacishi capanshi, ekwambeti ibyo mubili mbyoula kumbwanga, ne byonse bantu mbyobala kumbwanga na balabibono ne byonse byeshikulengesha muntu kulisumpula nkabikute kufuma kuli Bata nsombi bikute kufuma mucishi.
Wanni addunyaa keessa jiru hundinuu jechuunis hawwiin foonii, hawwiin ijaa, akkasumas waan qabaniin kooruun kan addunyaati malee kan Abbaa miti.
17 Lino cishi nebintu bili mukati ibyo bantu mbyobakute kukumbwa bilapitinga, nsombi abo balenshinga luyando lwa Lesa nibakekale muyayayaya. (aiōn g165)
Addunyaa fi hawwiin ishee ni badu; namni fedhii Waaqaa raawwatu garuu bara baraan jiraata. (aiōn g165)
18 Mobana bame kupwa kwa cishi kulipepi, mwalanyumfwa kwambeti mulwani wa Yesu Klistu nakese, nomba balwani ba Yesu Klistu balesa kendi bangi. Neco tucinshi kwambeti kupwa kwa cishi kulipepi.
Yaa ijoolle, saʼaatiin kun saʼaatii dhumaa ti; akka farri Kiristoos sun dhufu akkuma dhageessan sana ammuma iyyuu farroonni Kiristoos baayʼeen dhufaniiru. Kanaanis nu akka saʼaatiin kun saʼaatii dhumaa taʼe beekna.
19 Aba bantu nkabali kuba likoto lyetu weco ncobalatushila, pakwinga nebali kuba ba likoto lyetu nebalekala nenjafwe. Nsombi balatushiya kwambeti cinshibiketi nkabalipo mukalikoto ketu.
Isaan nu keessaa baʼan malee dhugumaan kan keenya hin turre. Utuu kan keenya taʼanii silaa nu biratti hafu turan; nu biraa deemuun isaanii garuu akka tokkoon isaanii iyyuu keenya hin taʼin mulʼise.
20 Nsombi amwe Yesu walamupa Mushimu Uswepa, neco mucinshi cakubinga.
Isin garuu Isa Qulqulluu sanaan dibamtaniirtu; isin hundis dhugaa ni beektu.
21 Nkandamulembelenga makani awa pacebo cakwambeti nkamucinshi cakubinga, nsombi amwe mucinshi kwambeti kuliyawa bundengamano bweshi kufuma mucakubinga.
Sababiin ani isinii barreessuuf waan isin dhugaa beektanii fi akka sobni tokko iyyuu dhugaa keessa hin jirres beektaniif malee waan isin dhugaa hin beekneef miti.
22 Nomba mubepeshi niyani? Ni uyo labulunga kusumineti Yesu ni Mupulushi. Bantu bamushoboyu ebalwani ba Yesu, pakwinga balakana Bata ne Mwana.
Nama Yesuus kun Kiristoos miti jedhee ganu malee sobduun eenyu ree? Namni akkasii farra Kiristoos; inni Abbaa fi Ilma ni gana.
23 Uliyense lakananga Mwana lakananga ne Bata. Lanyumfwilinga Mwana uli ne Bata.
Namni Ilma ganu kam iyyuu Abbaa illee hin qabu; namni waaʼee Ilmaa dhugaa baʼu hundinuu Abbaas qaba.
24 Nsombi amwe bintu ibyo mbyomwalanyumfwa pakuyamba bibe mumyoyo yenu. Na mulasungu mulumbe uyu numwikale muli Mwana ne Bata kwa muyayaya.
Wanni isin jalqabaa kaaftanii dhageessan sun isin keessa haa jiraatu. Yoo wanni jalqabaa kaaftanii dhageessan isin keessa jiraate, isinis Ilmaa fi Abbaadhaan ni jiraattu.
25 Neco ncalashomesha kupa nibuyumi butapu. (aiōnios g166)
Wanni inni waadaa nuu gale kanaa dha; kunis jireenya bara baraa ti. (aiōnios g166)
26 Ndamulembelenga makani awa pacebo ca abo balayandanga kumubepa.
Ani waaʼee warra karaa irraa isin jalʼisuu yaalan sanaatiif waan kana isiniifin barreessa.
27 Nsombi amwe, Yesu Klistu walamupa Mushimu Uswepa ukute kwikala muli njamwe. Neco nkakulayandikinga shikwiyisha naumbi, pakwinga Mushimu Uswepa ngomwalatambula ukute kumwiyisha byonse, kayi mbyokute kumwiyisha nibyakubinga ntebyo bya bundengamano. Pacebo ico kamwikalilila muli Yesu kwelana mbuli ncalamwiyisha.
Garuu dibanni isin isa irraa argattan sun waan isin keessa jiraatuuf namni tokko iyyuu isin barsiisuu hin barbaachisu; dibanni isaa sun garuu waan waaʼee hundumaa isin barsiisuuf, dibanni sun waan dhugaa malee soba hin taʼiniif akkuma inni isin barsiise sanatti isumaan jiraadhaa.
28 Lino mobana bame kamwikalilila muli endiye kwamwambeti pabushiku mpoti akese, katutakanyumfwa buyowa ne nsoni.
Ammas yaa ijoolle, akka yommuu inni mulʼatutti ija jabina qabaannuuf, akka nu guyyaa dhufaatii isaattis fuula isaa duratti hin qaanofneef isaan jiraadhaa.
29 Nomba pakwinga mucinshi kwambeti Yesu Klistu waswepa, kayi mwelela lino kwinshiba kwambeti uliyense lenshinga bintu byaina ni Mwana wa Lesa.
Isin yoo akka inni qajeelaa taʼe beektan, akka namni waan qajeelaa hojjetu hundinuu isa irraa dhalate ni beektu.

< 1 Yohane 2 >