< Mariku 3 >

1 Shapakanu Yesu kingira kayi munumba ya Mlungu. Mlii paweriti na muntu yakawera na liwoku lyalilewelekiti.
Ammas Yesuus mana sagadaa seene; namichi harki irratti goge tokkos achi ture.
2 Wantu wamu waweriti wankumlola su wawoni handa hakamponiziyi muntu ulii mulishaka lya kwoyera su wapati toziya ya kumsitaki.
Isaan keessaas namoonni tokko tokko Yesuusin himachuuf jedhanii sababa barbaadaa turan; kanaafuu akka inni Sanbataan namicha fayyisu ilaaluuf isa gaadan.
3 Yesu kamgambira muntu ulii yakaweriti na liwoku lyalilewelekiti, “Gwizi panu.”
Yesuusis namicha harki irratti goge sanaan, “Kaʼii fuula nama hundaa dura dhaabadhu” jedhe.
4 Shapakanu Yesu kawakosiya wantu, “Hashi, lyoshi lyaliherepa mulishaka lya kwoyera, kutenda gaherepa ama gadoda? Kumponiziya muntu ama kulaga?” Kumbiti womberi wanyamalira jii.
Yesuusis, “Sanbataan isa kamtu eeyyamamaa dha? Waan gaarii hojjechuu moo waan hamaa hojjechuu? Lubbuu oolchuu moo ajjeesuu?” jedhee isaan gaafate. Isaan garuu ni calʼisan.
5 Yesu kawalola wantu woseri walii kwa maya, kahinginikiti nentu toziya ya ukamala wa myoyu mwawu. Shapakanu kamgambira muntu ulii, “Gunyoshi liwoku lyaku.” Yomberi kanyosha, pala palii liwoku lyakuwi lipona nakamu!
Innis mata jabina isaaniitti akka malee gaddee, aariidhaan garagalee isaan ilaale; namicha sanaanis, “Harka kee diriirfadhu!” jedhe. Namichis harka diriirfate; harki isaas guutumaan guutuutti fayye.
6 Pala palii Mafalisayu walawiti kunja, wanja kusakula ntambu ya kumlaga Yesu, womberi pawawera na shipinga sha wantu wa Herodi.
Fariisonnis gad baʼanii akka ittiin Yesuusin ajjeesuu dandaʼan garee Heroodis wajjin mariʼachuu jalqaban.
7 Yesu pamuhera na wafundwa wakuwi uganu na wagenditi kulitanda lya Galilaya, na lipinga lya wantu limfatiti kulawa Galilaya mkowa gwa Yudeya.
Yesuus barattoota isaa wajjin achii kaʼee gara galaanichaatti qajeele; tuunni namoota baayʼees Galiilaadhaa isa duukaa buʼe.
8 Viraa virii Yerusalemu na mumikowa ya Idumeya na kumwambu kwa lushemba Yoridani na lushi lwa Tiru na Sidoni. Lipinga lya wantu awa wavuwa wamgenderiti Yesu toziya wavipikiniriti vitwatira vivuwa vyakatenditi.
Namoonni baayʼeenis yommuu waan inni hojjechaa ture hunda dhagaʼanitti Yihuudaadhaa, Yerusaalemii, Edoomiyaasii, biyya Yordaanos gamaatii, naannoo Xiiroosiitii fi Siidoonaatii gara isaa dhufan.
9 Toziya lipinga lya wantu lyaliweriti likulu, Yesu kawagambira wafundwa wakuwi wamtuliri mtumbwi, su wantu nawambabanika.
Innis akka baayʼina namaatiin hin dhiibamneef akka isaan bidiruu xinnoo tokko isaaf qopheessan barattoota isaatti hime.
10 Kawaponiziyiti walweli wavuwa, walii yawawera na malweli waweriti wankumbabanika su wapati kumshinkula.
Sababii inni nama baayʼee fayyisee tureef, warri dhukkubsatan hundinuu isa tuquuf jedhanii irratti wal cabsaa turan.
11 Kila mala washamshera pawamwoniti Yesu, waguwiti pasi kulongolu kwakuwi na wagutanga pawalonga, “Gwenga gwa Mwana gwa Mlungu!”
Hafuuronni xuraaʼoonis yeroo isa argan fuula isaa duratti kufanii, “Ati Ilma Waaqaa ti!” jedhanii iyyu turan.
12 Kumbiti Yesu kawakaripiriti nentu washamshera walii nawalonga kuwera mweni ndo gaa.
Inni garuu akka isaan akka inni beekamu hin goone jabeessee isaan ajaje.
13 Shapakanu Yesu kakweniti kulugongu, kawashema walii yakawafiriti mweni, nawomberi wamgendera.
Yesuusis tulluutti ol baʼee warra ofii isaatii barbaade ofitti waame; isaanis gara isaa dhufan.
14 Kawasyagula wantu lilongu na awili viraa kawashema wantumintumi, su wapati kuwera pamuhera na yomberi na su kapati kuwatuma wagendi kuwabwelera wantu
Innis akka isaan isa wajjin jiraatanii fi akka lallabaaf isaan erguuf namoota kudha lama muudee barattoota jedhee moggaase;
15 na waweri na uwezu wa kuwalaviya washamshera.
akka isaan hafuurota hamoo baasaniifis taayitaa kenneef.
16 Awa ndo wantu lilongu na awili yakawasyaguliti, Simoni, Yesu kamupananiti litawu Peteru na
Warri kudha lamaan inni muudes isaan kana: Simoon isa inni “Phexros” jedhee moggaase,
17 Yakobu na Yohani mlongu gwakuwi, woseri wana wa Zebedayu, Yesu kawashema Bowanerigi, mana yakuwi “Wana wa Kuguguma” viraa vilii
Yaaqoob ilma Zabdewoosii fi obboleessa isaa Yohannis warra inni “Boʼanergees” jedhee moggaase; Boʼanergees jechuun ilmaan “Kakawwee” jechuu dha;
18 Andereya na Filipu na Batolumayu na Matayu na Tomasi na Yakobu mwana gwa Alifayu na Tadeyi na Simoni Mkanani
Indiriiyaas, Fiiliphoos, Bartaloomewoos, Maatewos, Toomaas, Yaaqoob ilma Alfewoos, Taadewoos, Simoon Hinaafticha,
19 na Yuda Isikariyoti, ayu ndo yakamgalambukiti Yesu.
Yihuudaa Keeriyoticha isa Yesuusin dabarsee kenne.
20 Shapakanu Yesu kawuyiti ukaya. Lipinga likulu lya wantu wajojinikiti kayi mpaka Yesu na wantumintumi wakuwi wasinditi kuliya shiboga.
Yesuusis mana tokko seene; sababii namoonni akka malee baayʼatan ammas walitti qabamaniif innii fi barattoonni isaa waa nyaachuu illee hin dandeenye.
21 Walongu wakuwi pawapikaniriti gawatakuliti wantu, wagenda kumtola, toziya wantu watakuliti, “Kana lukwali.”
Firoonni isaas yommuu waan kana dhagaʼanitti isa qabuu dhaqan; namoonni, “Inni qalbii dabarseera” jechaa turaniitii.
22 Wafunda wa Malagaliru ga Musa yawalawiti Yerusalemu walongiti, “Ayu kana Belizebuli! Mkulu gwa washamshera ndo yakamupanana makakala ga kuwalaviya washamshera.”
Barsiistonni seeraa warri Yerusaalemii gad buʼan, “Inni Biʼeelzebuuliin qabameera! Hangafa hafuurota hamootiin hafuurota hamoo baasaa jira” jedhan.
23 Yesu kawashema, kawagambira kwa mifanu, “Kwa ntambu ashi Shetani kamlaviyi Shetani myaguwi?
Yesuus immoo ofitti isaan waamee akkana jedhee fakkeenyaan isaanitti dubbate: “Seexanni akkamitti Seexana baasuu dandaʼa?
24 Ufalumi pawupalangika, ufalumi hapeni ugoloki.
Mootummaan tokko yoo gargar of qoode, mootummaan sun dhaabachuu hin dandaʼu.
25 Viraa kaya payipalangika, kaya ayi hayiyagamili.
Manni tokko yoo gargar of qoode, manni sun dhaabachuu hin dandaʼu.
26 Handa Shetani pakalilema mweni pakawera kapalangika, hapeni kagoloki kumbiti upereru wakuwi usoka.
Seexannis yoo gargar of qoode, inni dhaabachuu hin dandaʼu; dhumni isaa gaʼeeraatii.
27 “Kwahera muntu yakaweza kwingira mnumba mwa muntu yakawera na makakala, kumbiti huti kamtawi muntu ulii. Shapakanu hakawezi kuvitola vintu vyoseri.
Dhugumaan namni kam iyyuu utuu duraan dursee nama jabaa tokko hin hidhin, mana nama jabaa sanaa seenee qabeenya isaa saamuu hin dandaʼu. Ergasii inni mana namicha jabaa sanaa saamuu dandaʼa.
28 “Nukugambirani nakaka, wantu hawalekiziwi vidoda vyawu vyoseri na mayigilangu gawu goseri.
Ani dhuguma isinittin hima; cubbuun isaanii hundii fi arrabsoon isaan dubbatan hundi namootaaf dhiifamuu ni dandaʼa;
29 Kumbiti muntu yoseri yakamwigilanga Rohu Mnanagala hapeni kalekiziwi nakamu, toziya vidoda avi vyankulikala mashaka goseri.” (aiōn g165, aiōnios g166)
namni Hafuura Qulqulluu arrabsu kam iyyuu garuu gonkumaa dhiifama hin argatu; inni itti gaafatamaa cubbuu bara baraa ti.” (aiōn g165, aiōnios g166)
30 Yesu katakuriti hangu toziya wantu wankulonga, “Kana washamshera.”
Yesuusis sababii isaan, “Inni hafuura xuraaʼaa qaba” jechaa turaniif waan kana dubbate.
31 Shapakanu mawu na walongu wa Yesu wasoka. Wagoloka kunja, wamtuma muntu kingiri mnumba wakamshemi.
Haatii fi obboloonni isaa dhufanii, ala dhaabatanii nama itti erganii isa waamsisan.
32 Lipinga likulu lya wantu liweriti limzinga Yesu. Womberi wamgambira, “Mawu gwaku na walongu waku wa kunja wankukusakula.”
Namoonni baayʼeenis isatti naannaʼanii taaʼaa turan; isaanis, “Haati keetii fi obboloonni kee ala dhadhaabatanii si iyyaafachaa jiru” jedhanii isatti himan.
33 Yesu kawankula, “Mawu gwangu na walongu waneni washina gaa?”
Inni immoo, “Haati kootii fi obboloonni koo eenyu?” jedhee gaafate.
34 Shapakanu kawalola wantu yawamzingiti na kutakula, “Mloli! Awa ndo mawu gwangu na walongu wangu!
Innis warra naannoo isaa marsanii tataaʼan ilaalee akkana jedhe; “Haati kootii fi obboloonni koo kunoo ti!
35 Muntu yoseri yakatenda ntambu ya kafira Mlungu, ayu ndo mlongu gwangu na dada gwangu na mawu gwangu.”
Namni fedhii Waaqaa raawwatu kam iyyuu obboleessa koo ti; obboleettii koo ti; haadha kootis.”

< Mariku 3 >