< Mulʼata 4 >
1 Anis ergasii nan ilaale; kunoo balballi banamaan tokko fuula koo dura samii keessa ture. Sagaleen jalqabaa kan ani utuu inni akka malakataatti natti dubbatuu dhagaʼe sun, “As ol kottu; anis waan asiin booddee taʼuu qabu sittin argisiisaa” jedhe.
Baada ya makowe haga nakilinga, nabweni mnyango wogolikwe ku'maunde, Lelo lilobe lya kwanza, likilongela na nee kati tarumbeta, likibaya “Uwiche pano, nipala kulaya yapala bonekana baada ga makowe haga.”
2 Anis yommusuma Hafuuraanan ture; kunoo, teessoon namni tokko irra taaʼe tokko samii keessa ture.
Mara jimonabile katika Roho, nabweni chapite kiteo cha enzi kibekilwe ku'maunde, ni mundu atitama.
3 Inni achi taaʼes dhagaa gatii guddaa yaasphiidiitii fi sardiyoon fakkaata ture. Naannoo teessoo sanaas sabbata Waaqaa kan bifti isaa dhagaa maragdi fakkaatutu ture.
Yumo ywakitamilie atibonekana kati liwe lya yaspi ni akiki. Pabile ni lipeta mnango ukitindiya kiteo cha enzi, lipeta mnango utibonekana kati zumaridi.
4 Naannoo teessoo sanaas teessoowwan biraa digdamii afurtu ture. Teessoowwan sana irras maanguddoonni digdamii afur uffata adaadii uffatanii, mataa isaaniitti immoo gonfoo warqee kaaʼatanii tataaʼanii turan.
Nakukitiandia kiteo cha enzi kyabile ni iteo ya enzi venge ishirini na ncheche, ni Tate atamile muiteo ya enzi babile apendo ishierini na ncheche, batiwalikwa ngobo uu ni taji ya dhahabu mumitwee yabe.
5 Teessoo sana keessaas ifni balaqqee ni mulʼate; kakawwee fi sagaleen ni dhagaʼame. Teessoo sana fuuldurattis guci torba bobaʼaa ture. Isaan kunneenis Hafuurota Waaqaa torbanii dha.
Boka katika kiteo cha enzi yapitika miale ya radi, muungurumo ni radi. Taa saba yabile yatiyaka nnonge ya iteo ya enzi, taa ni Roho saba za Nnongo.
6 Akkasumas wanni galaana bilillee fakkaatu kan akka of-ilaalee qulqullaaʼe tokko teessoo sana fuuldura ture. Walakkaa naannoo teessoo sanaas uumamawwan lubbuu qabeeyyii afurtu ture; isaanis duraa fi duubaan ijaan guutamanii turan.
Kae nnonge ya iteo ya enzi pabile ni bahari, yabile oni kati kilola. Boti tindiya iteo ya enzi babile bene ukoti ncheche babatwelile nnonge ni nchogo.
7 Uumamni lubbuu qabeessi jalqabaa leenca, inni lammaffaan sangaa fakkaata ture; inni sadaffaan fuula akka fuula namaa qaba ture; afuraffaan immoo risaa barrisu fakkaata ture.
Kiumbe wa kwanza mwene ukoti abile kati imba, kiumbe wana ibele mwene ukoti abile kati ndama, kiumbe wa tatu mwene ukoti abile ni minyo kati mundu, ni yolo mwene ukoti wana ncheche abile kati ta kagoloka.
8 Tokkoon tokkoon uumamawwan lubbuu qabeeyyii afranii qoochoo jaʼa jaʼa qabu turan; duubni isaaniitii fi keessi isaaniis ijaan guutamee ture. Isaanis utuu aara hin galfatin halkanii guyyaa, “‘Waaqni Gooftaan Waan Hunda Dandaʼu’ inni ture, inni jiruu fi inni dhufuuf jiru, ‘Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha’” jedhanii faarfachuu hin dhiisan.
Iumbe bene ukoti ncheche kila yumo abile ni mabawa sita, batitwelia minyo kunani ni pae, yabe kilo ni mutwe kati bakoma kwaa baya, “Mpeletau, mpeletau, mpeletau ni Ngwana Nnongo, ntawala kunani ya yabile na abile ni yabaicha.”
9 Uumamawwan lubbuu qabeeyyiin sun isa teessoo irra taaʼee jiru kan bara baraa hamma bara baraatti jiraatu sanaaf ulfina, kabajaa fi galata yommuu kennanitti, (aiōn )
Kila wakati iumbe bene ukoti pabapiya utukupu, hesima, ni kushukuru nnonge ya abile atitama pakiteo chelo cha enzi ywembe ywaishi milele ni daima. (aiōn )
10 maanguddoonni digdamii afran sunis fuula isa teessoo irra taaʼee jiru sanaa duratti kufanii isa bara baraa hamma bara baraatti jiraatu sanaaf ni sagadan. Gonfoowwan isaaniis fuula teessoo sanaa dura kakaaʼanii akkana jedhu: (aiōn )
Apendo ishirini ni ncheche batisujudu bene nnonge yake yakitamile kiteo cha enzi bakibaya. (aiōn )
11 “Yaa Gooftaa fi Waaqa keenya, ati waan hunda waan uumteef, isaan fedhii keetiin waan uumamaniif, waan jiraataniifis, ulfina, kabajaa fi humna fudhachuun siif ni mala.”
“Wastahili wenga, Ngwana witu ni Nnongo witu, pokiya utukupu ni heshima ni ngupu. Kwa kuwa uiumbite ilebe yoti, ni kwa mapenzi gako, vyabile ni viliumbwa.”