< Mulʼata 20 >
1 Utuu ergamaan tokko furtuu Boolla Qileetii fi foncaa guddaa tokko harkatti qabatee samii irraa gad buʼuu nan arge. (Abyssos )
Kabhele nabhwene malaika iselela kuhoma kumbinguni, ajhe ni lufungulu lwa mu lilende lya libelikujha ni mwishu ni minyororo mibhaha mu mabhoko gha muene. (Abyssos )
2 Ergamaan sunis bineensicha jawwee fakkaatu, bofa durii sana jechuunis diiyaabiloos yookaan Seexana qabee waggaa kuma tokko hidhe.
Alikamuili lijhoka lela, lijhoka lya muandi, ambajhe ndo ibilisi au lisyetani ni kun'konga miaka elfu.
3 Hamma waggaan kumaa sun dhumuttis akka inni deebiʼee saboota hin gowwoomsineef Boolla Qileetti gad isa darbatee itti cufe. Chaappaas irratti chaappesse; ergasii immoo yeroo gabaabaadhaaf hiikamuu qaba. (Abyssos )
An'taghiti mu lil'ende lyalibelikujha ni mwishu akalikonga ni kulisopa muhuri panani pa muene. Ejhe jhajhele naha ili kwamba asibhakofi mataifa kabhele mpaka miaka elfu pajhibeta kumalika. Baada jha hapu ibeta kulekesibhwa huru kwa muda udebe. (Abyssos )
4 Anis teessoowwan nan arge; warri akka murtii kennaniif taayitaan kennameef teessoowwan sana irra taaʼanii turan. Lubbuuwwan namoota sababii Yesuusiif dhugaa baʼanii fi sababii dubbii Waaqaatiif jedhanii gorraʼamaniis nan arge. Isaanis bineensichaaf yookaan fakkii bineensichaatiif hin sagadne; mallattoo isaas adda isaanii irratti yookaan harka isaanii irratti hin fudhanne. Isaanis duʼaa kaʼanii Kiristoos wajjin waggaa kuma tokko moʼan.
Kabhele nabhwene fiti fya enzi. Bhajhele bhafitamili bhala ambabho bhapelibhu mamlaka gha kuhukumu. Kabhele nabhwene nafasi jha bhala ambabho bhadumulibhu mitu kwandabha jha ushuhuda bhwa kuhusu Yesu ni kwa lilobhi lya K'yara. Bhajhele bhabeli kumwabudu mnyama au sanamu jha muene, na bhabelili kupokela alama panani pa mihu pa bhene au kibhoko. Bhahidili mu uzima, na bhatawala pamonga ni Kristu kwa miaka elfu.
5 Warri duʼan kaan garuu hamma waggaan kumni sun dhumutti deebiʼanii lubbuudhaan hin jiraanne. Kunis duʼaa kaʼuu jalqabaa ti.
Bhafu bhabhabakili bhahidilepi mu uzima mpaka miaka elfu bho jhimaliki. Obho ndo ufufuo bhwa kuanza.
6 Warri duʼaa kaʼuu jalqabaa keessatti qooda qaban eebbifamoo fi qulqulloota. Warri akkasii luboota Waaqaatii fi luboota Kiristoos taʼanii waggaa kuma tokko isa wajjin moʼu malee duuti lammaffaan isaan irratti taayitaa hin qabu.
Mbarikibhwa ni mtakatifu ndo munu jhejhioha ambajhe itola nafasi mu ufufuo bhwa kuanza! Mauti gha pili ijhelepi ni nghofu panani pa bhanu kama abha. Pibeta kujha ni makuhani bha K'yara ni bha Kristu na bhibeta tawala ni bhene kwa miaka elfu.
7 Yommuu waggaan kumni sun dhumutti Seexanni iddoo itti hidhamee ture keessaa gad dhiifama;
Bho miaka elfu jhifikili kumwishu, shetani ibeta kubhopolibhwa kuhoma mu ligereza lya muene.
8 innis saboota golee lafaa afran jiran jechuunis Googii fi Maagoogin gowwoomsuuf ni baʼa; hunduma isaaniis waraanaaf walitti ni qaba. Baayʼinni isaaniis akka cirracha qarqara galaanaa ti.
Ibetakulota kwibhala kubhakofya bhamataifa mu kona sincheche sya dunia- Gogu ni Magogu - kubhaleta pamonga kwa ndabha jha vita. Bhibeta kujha bhamehele kama n'sanga ghwa bahari.
9 Isaanis lafa hunda irratti faffacaʼanii qubata qulqullootaatii fi magaalattii jaallatamtuu marsan. Garuu ibiddi samii irraa gad buʼee isaan fixe.
Napeliki sauti mbaha kuhoma kiti kya enzi jhijobha, “Langayi! Makao gha K'yara ghajhele pamonga ni gha bhanadamu, ni muene ibeta kutama pamonga nabhu. Bhibeta kujha bhanu bha muene, ni K'yara muene ibetakujha nabhu na ibetakujha K'yara ghwa bhene.
10 Diiyaabiloos inni isaan gowwoomse sunis gara haroo dinyii bobaʼuutti iddoo bineensichii fi raajichi sobaa itti darbataman sanatti gad darbatame. Isaanis bara baraa hamma bara baraatti halkanii guyyaa ni dhiphifamu. (aiōn , Limnē Pyr )
Ibetakupolosya khila lihosi kuhoma mu mihu gha bhene, na Pibetalepi kujhe ni kifo kabhele, au kuombolesya, au kulela, au maumivu. Mambo gha muandi ghamalikup'eta. (aiōn , Limnē Pyr )
11 Anis teessoo adii guddaa tokkoo fi isa teessicha irra taaʼe nan arge. Laftii fi samiin fuula isaa duraa ni baqatan; iddoonis isaaniif hin argamne.
Kabhele nabhwene kiti kya enzi kibhaha kibhalafu ni jhola jhaatamili panani pa muene. Dunia ni mbingu syajumbili patali kuhoma uwepo bhwa muene, lakini pajhele ni nafasi jha bhene kulota.
12 Warri duʼanis xinnaa guddaan fuula teessichaa dura dhaabatanii nan arge; kitaabonnis ni banaman; akkasumas kitaabni biraa jechuunis kitaabni jireenyaa ni baname. Warra duʼanis akkuma kitaabota keessatti galmeeffametti, akkuma hojii isaan duraan hojjetaniitti murtiin ni kennameef.
Nabhabhuene bhabhafuili - hodari ni bhabhabelikujha bha muhimu bhajhemili pa kiti kya enzi, ni fitabu fya funulibhu. Kabhele kitabu k'enge kyafungulibhu kitabu kya uzima. Bhafu bhahukumibhu kwa khela kyakyalembibhu mugati mu kitabu matokeo gha khela kyabhabhombili.
13 Galaannis warra duʼan kanneen isa keessa turan of keessaa baasee kenne; duutii fi Siiʼoolis warra duʼan kanneen isaan keessa turan of keessaa baasanii kennan; namni hundis akkuma hojii isaatti murtii argate. (Hadēs )
Bahari jhabhapisili bhafu ambabho bhajhele mugati mwake. Ni bhafu bhahukumibhu kulengana ni kyabhakhetili. (Hadēs )
14 Ergasiis duutii fi Siiʼool haroo ibiddaatti gad darbataman. Haroon ibiddaa kunis duʼa lammaffaa ti. (Hadēs , Limnē Pyr )
Kifo ni kuzimu fyataghibhu mugati mu nyanja jha muoto. Ejhe ndo mauti jha pili - nyanja jha muoto. (Hadēs , Limnē Pyr )
15 Namni maqaan isaa kitaaba jireenyaa keessatti hin galmeeffamin kam iyyuu haroo ibiddaatti gad darbatame. (Limnē Pyr )
Kama lihina lya jhejhioha lyapatikene lepi lilembibhu mugati mu kitabu kya uzima, ataghibhu mugati mu nyanja jha muoto. (Limnē Pyr )