< Faarfannaa 90 >
1 Kadhannaa Musee Nama Waaqaa Sanaa. Yaa Gooftaa, ati dhaloota hunda keessatti iddoo jireenyaa nuu taateerta.
MAIN, kom me kotin nekid pat jan eu kainok on eu.
2 Utuu tulluuwwan hin dhalatin yookaan utuu ati lafaa fi addunyaa hin uumin, baraa baraa hamma bara baraatti ati Waaqa.
Mon nana kan o jappa, o aude pan jappa a wiauiada, Kot kotin mia, jan maj kokodo o pil kokolata joutuk, Main Kot.
3 Atis, “Yaa ilmaan namootaa, biyyootti deebiʼaa” jettee namoota biyyootti deebista.
Kom kin kotin kapurelan pwel par aramaj akan o kotin mamajani: Puredo komail aramaj akan.
4 Fuula kee duratti waggaan kumni tokko, akkuma guyyaa kaleessa darbee ti; yookaan akkuma dabaree eegumsa halkanii tokkoo ti.
Pwe par kid dueta aio me jamalar mon jilan omui o rajon majamajan eu ni pon.
5 Ati hirriba duʼaatiin namoota haxooftee balleessita; isaan akkuma marga ganama bayyanatuu ti;
Kom kin kotin kapwil irail wei, re rajon mair, dueata ra, me kin monedi madan.
6 margi sun ganama ganama bayyanatu illee galgala galgala garuu coollagee goga.
Me kin majel pajan ni manjan, a ni joutik a pan palepaledi o monedi.
7 Aariin kee nu fixeera; dheekkamsi kees nu naasiseera.
Omui onion me je kin jojore kidi, o omui onion melel, me je kin mekila madan.
8 Yakka keenya fuula kee dura, cubbuu keenya dhokataa sanas ifa fuula keetii dura keesseerta.
Pwe kom kotin kajanjale on pein komui dip at akan, o dip at rir akan nan marain en jilan omui.
9 Barri keenya hundinuu dheekkamsa keetiin dhumeeraatii; umurii keenyas aaduudhaan fixanna.
I me at ran akan karoj kin tan weiki omui onion, at par akan rajon kajoi pot.
10 Dheerinni bara keenyaa waggaa torbaatama, yoo jabaanne immoo waggaa saddeettama taʼa; kuni iyyuu garri caalaan isaa dadhabbii fi rakkinaan guutameera; inni dafee darbaatii; nus barrifnee ni sokkina.
Warain at mour me jaunpar ijeijok, a ma re toto, a pan waleijok, a ma me kajampwal, a pan apwal o dodok. Pwe a kin tan wei madan, dueta kit kin pir wei.
11 Humna aarii keetii eenyutu beeka? Dheekkamsi kee akkuma sodaa nu siif qabaachuu qabnu sanaa guddaadhaatii.
A ij me kak dedeki mana en omui onion, o ij me kin majak onion wet?
12 Akka nu garaa ogummaadhaan guutame qabaannuuf, bara keenya lakkaaʼuu nu barsiisi.
Kom kotin padaki on kit, me kit pan mela, pwe jen lolekonkila.
13 Yaa Waaqayyo, deebiʼi! Kun hamma yoomiitti taʼa? Tajaajiltoota keetiifis garaa laafi.
Main Ieowa, kom kotin puron wukedoke don kit; arai da omui onion? Kom kotin maki on japwilim omui ladu kan!
14 Akka nu bara keenya guutuu gammannee ililchinuuf, ganama ganama araara keetiin nu quufsi.
Kom kotin kadire kin kit ala ar kalanan ni manjan, kit ap pan kapin o pereperen arain at maur.
15 Hamma baayʼina guyyoota ati nu miite sanaa, hamma baayʼina waggoota nu rakkanne sanaas nu gammachiisi.
Kom kotin kaperen kit da murin at kalokoloker, o murin at kamekam warai.
16 Hojiin kee tajaajiltoota keetti, ulfinni kees ijoollee isaaniitti haa mulʼifamu.
Kom kotin kajale on japwilim omui ladu kanomui wiawia kan o omui wau on na jeri kan.
17 Eebbi Waaqa keenya Gooftichaa nurra haa buʼu; hojii harka keenyaas jabeessii nuu dhaabi; eeyyee, hojii harka keenyaa jabeessii nuu dhaabi.
leowa at Kot, en kalanan don kit o kotin kapwaiada dodok en pa at akan re at; ei kom kotin kapwaiada dodok en pa at akan!