< Faarfannaa 79 >

1 Faarfannaa Asaaf. Yaa Waaqi, namoonni ormaa handhuuraa kee qabataniiru; mana qulqullummaa kee qulqullicha xureessaniiru; Yerusaaleminis barbadeessaniiru.
Nkunga Asafi. A Nzambi! Makanda mabulumukini kuika kiaku, Masumuna nzoꞌaku yinlongo, makitula Yelusalemi kunza ki matadi.
2 Akka isaan nyaata isaaniif taʼaniif, reeffa garboota keetii allaattii samiitiif, foon qulqulloota keetii immoo bineensota lafaatiif kennaniiru.
Bavana zinitu zifua zi bisadi biaku banga bidia kuidi zinuni zi diyilu minsuni mi banlongo baku kuidi bibulu bi ntoto;
3 Dhiiga isaaniis naannoo Yerusaalemitti akkuma bishaanii dhangalaasan; namni isaan awwaalu tokko illee hin argamne.
Batengudi menga banga nlangu mu yendila Yelusalemi ayi kusia monika ko mutu mu zika.
4 Ollaa keenya biratti maqaan nu badeera; warra naannoo keenya jiran birattis nama tuffii fi kolfaa taane.
Tuyikidi bila ki lusembo kuidi bafikimini yeto; mvuezolo ayi kisekonono kuidi bobo batuzungididi.
5 Yaa Waaqayyo, kun hamma yoomiitti? Ati hamma bara baraatti aartaa? Hinaaffaan kees hamma yoomiitti akka ibiddaa bobaʼa?
Nate thangu mbi, a Yave? Wela fueminanga mu zithangu zioso e? Nate thangu mbi kiphala kiaku kiela leminanga banga mbazu e?
6 Dheekkamsa kee sana saboota si hin beekne irratti, mootummoota maqaa kee hin waammanne irratti gad dhangalaasi;
Dukula miangu miaku kuidi makanda momo masia kuzaba ko, kuidi bipfumu biobi kabi telanga ko dizina diaku.
7 isaan Yaaqoobin liqimsaniiruutii; iddoo jireenya isaas balleessaniiru.
Bila bameni dia Yakobi, ayi bamana tiolumuna tsi andi yikabutukila.
8 Cubbuu abbootii keenyaa nutti hin herregin; waan nu baayʼee gad deebifamneef, araarri kee dafee nu bira haa gaʼu.
Kadi kututangila masumu ma bakulu! Bika kiadi kiaku kiza nsualu kuidi beto bila tueka mu mabienga makambulu diana.
9 Yaa Waaqi Fayyisaa keenya, ulfina maqaa keetiitiif jedhii nu gargaari; maqaa keetiif jedhiitii nu oolchi; cubbuu keenya illee nuu dhiisi.
Wutusadila, a Nzambi Mvulusi eto mu diambu di nkembo wu dizina diaku! Wutukuidi ayi wutulemvukila masumu meto mu diambu di dizina diaku!
10 Ormoonni maaliif, “Waaqni isaanii eessa jira?” jedhu ree? Dhiiga tajaajiltoota keetii kan dhangalaafame sanaaf, akka haaloo baaftu ija keenya duratti saboota gidduutti beeksisi.
Bila mbi makanda meti tubila: “Kuevi kuidi Nzambi e?” va ntuala meso meto, zabikisa va khatitsika makanda ti ngeyo weti vutula landi mu menga matenguka ma bisadi biaku,
11 Aaduun hidhamtootaa fuula kee dura haa gaʼu; jabina irree keetiitiin warra duuti itti murame oolchi.
Bika kunga ku batu badi mu nloko kutula va ntualꞌaku. Mu zingolo zi koko kuaku, tanina bobo bazengolo nkanu wu lufua.
12 Yaa Gooftaa, arraba isaan ittiin si arrabsan, dachaa torba godhiitii ollaa keenyatti deebisi.
Vutudila mu zikhumbu tsambuadi bifingu bi bobo batufikimini; tsembolo yoyi bawobudila ngeyo Yave.
13 Yoos nu sabni kee, hoolonni tika keetii, bara baraan si jajanna; dhalootaa hamma dhalootaattis, galata kee ni odeessina.
Buna beto batu baku, nkangu aku wu mamemi weti dikila; tuela kuzitisa mu zithangu zioso; mu tsungi ka tsungi, tuela yolukila minzitusu miaku.

< Faarfannaa 79 >