< Faarfannaa 68 >

1 Dura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit. Waaqni haa kaʼu; diinonni isaas haa bittinnaaʼan; warri isa jibbanis fuula isaa duraa haa baqatan.
Wuta na buku ya mokambi ya bayembi. Nzembo ya Davidi. Loyembo. Soki Nzambe atelemi, banguna na Ye bapalanganaka, mpe bayini na Ye bakimaka mosika na Ye.
2 Akkuma aarri bittinnaaʼu, ati isaan bittinneessi; akkuma gagaan ibidda duratti baqu, hamoonni fuula Waaqaa duraa haa badan.
Liboso ya Nzambe, bato mabe bakufaka, ndenge milinga elimwaka, mpe mafuta enyangwamaka na moto.
3 Qajeelonni garuu haa gammadan; fuula Waaqaa durattis baayʼee haa gammadan; isaan gammachuudhaan haa ililchan.
Liboso ya Nzambe, bato ya sembo basepelaka, batondaka na esengo.
4 Waaqaaf faarfadhaa; faarfannaa galataa maqaa isaatiif faarfadhaa; isa duumessaan gulufu sana jajadhaa; maqaan isaa Waaqayyoo dha; fuula isaa durattis baayʼee gammadaa.
Boyembela Nzambe, boyemba banzembo mpo na lokumu ya Kombo na Ye. Bofungola nzela mpo na Ye oyo atambolisaka mampinga na Ye kati na esobe. Kombo na Ye ezali Yawe. Botonda na esengo liboso na Ye.
5 Waaqni warra abbaa hin qabneef abbaa, niitota dhirsoonni irraa duʼaniifis falmaa taʼe sun iddoo jireenya isaa qulqulluu keessa jira.
Kati na Ndako na Ye ya bule, Nzambe azali Tata ya bana bitike, mpe molobeli ya basi bakufisa mibali.
6 Waaqni warra kophaa taʼan maatii keessa jiraachisa; warra hidhamanis mana hidhaatii baasa; finciltoonni garuu lafa gogaa irra jiraatu.
Nzambe apesaka libota epai ya bato oyo bavandaka bango moko, abimisaka bakangami wuta na minyololo; kasi batomboki batikalaka na mabele ekawuka.
7 Yaa Waaqayyo, gaafa ati saba kee dura baate, gaafa ati gammoojjii keessa dabarte,
Oh Nzambe, tango obimaki liboso ya bato na Yo, tango otambolaki na esobe,
8 fuula Waaqaa, Waaqa Siinaa duratti, fuula Waaqaa, Waaqa Israaʼel duratti, lafti ni raafamte; samiiwwanis bokkaa roobsan.
mabele eninganaki, likolo mpe esopaki mayi liboso ya Nzambe, Nzambe ya Sinai; liboso ya Nzambe, Nzambe ya Isalaele.
9 Yaa Waaqayyo, ati bokkaa baayʼee roobsite; dhaala kee kan dadhabe illee ni quubsite.
Nzambe, osopaki mvula ya mapamboli, olendisaki libula na Yo mpo ete elembaki.
10 Sabni kee achi qubate; yaa Waaqayyo, ati badhaadhummaa kee keessaa hiyyeeyyii soorte.
Oh Nzambe, bato na Yo bavandaka na mokili oyo obongisaki, na boboto na Yo, mpo na mobola.
11 Gooftaan dubbii isaa kenne; dubartoonni dubbii sana labsanis baayʼee dha:
Na liloba moko kowuta na Nkolo, basi oyo bamemaka sango basangani bato ebele,
12 “Mootonnii fi loltoonni ariitiin baqatan; dubartoonni qeʼee oolan boojuu qooddatan.
bakonzi ya mampinga bakimi, bapoti mbangu, mpe mwasi oyo atikali na ndako akaboli bomengo ya bitumba.
13 Yoo gola hoolotaa gidduutti argamtan illee, isin akka gugee qoochoon ishee meetiidhaan uffifamee baalleen ishee immoo warqee calaqqisuun uffifamee ti.”
Boni, bokokoba kolala pongi kati na bandako na bino? Mapapu ya ebenga ezipami na se ya palata, mpe bansala na yango ezipami na se ya wolo.
14 Yommuu Waaqni Waan Hunda Dandaʼu mootota achitti bittinneessetti, Zalmoon irratti cabbiin buʼe.
Tango Nkolo-Na-Nguya-Nyonso abenganaki kuna bakonzi, anokisaki mvula ya pembe na ngomba Tsalimoni.
15 Yaa tulluu Baashaan, yaa tulluu surra qabeessa, yaa Tulluu Baashaan, yaa tulluu fiixee baayʼee qabu,
Ngomba ya Bashani, ngomba ya Nzambe; ngomba ya Bashani, ngomba ya basonge ebele,
16 yaa tulluu fiixee baayʼee qabdu, ati maaliif tulluu Waaqni bulchuuf filate, iddoo Waaqayyo bara baraan jiraatu sana hinaaffaadhaan ilaalta?
mpo na nini ozali kosala zuwa, ngomba ya basonge ebele, ngomba oyo Nzambe asepelaka kovanda? Nzokande Yawe akovanda kuna libela na libela.
17 Gaariiwwan Waaqaa kuma hedduu dha; isaan kumaatama yeroo kumaatamaa ti; Gooftaanis Siinaadhaa gara iddoo qulqulluu dhufeera.
Motango ya bashar ya Nzambe ezali ebele, koleka minkoko; Nkolo azali kati na yango, kuna na Sinai, kati na Esika ya bule.
18 Ati yommuu ol gubbaa baatetti boojuu baayʼee fudhate; yaa Waaqayyo, yaa Waaqi, ati achi jiraachuuf jettee, namoota irraa, finciltoota irraas kennaa fudhatte.
Yawe Nzambe, tango omataki na likolo, omemaki bakangami, ozwaki makabo epai ya bato, ata epai ya batomboki, mpo ete okoma kovanda kuna.
19 Gooftaan guyyuma guyyaan baʼaa keenya baatu, Waaqni Fayyissaa keenya taʼe sun haa eebbifamu.
Tika ete Nkolo akumisama, mokolo na mokolo! Nzambe Mobikisi na biso alataka makambo na biso.
20 Waaqni keenya Waaqa fayyinaa ti; duʼa jalaa baʼuunis Waaqayyo Goofticha biraa dhufa.
Mpo na biso, Nzambe yango azali Nzambe oyo abikisaka; mpe bikuke ya kufa ezali ya Nkolo Yawe.
21 Waaqni dhugumaan mataa diina isaa, gubbee mataa warra cubbuu isaaniitti fufanii kan rifeensa qabu ni caccabsa.
Solo, Nzambe apanzaka mito ya banguna na Ye, oyo batambolaka kati na bomoi ya masumu, oyo mito na bango etonda na suki.
22 Gooftaan akkana jedha; “Ani deebisee Baashaanii isaan nan fida; tuujuba galaanaa keessaas deebisee isaan nan fida;
Nkolo alobi: « Wuta na Bashani, nakomema bango; wuta na mozindo ya ebale monene, nakomema bango,
23 kunis akka ati dhiiga diinota keetii miilla keetiin borcituuf; arrabni saroota keetiis akka qooda isaanii qabaatuuf.”
mpo ete opanza lokolo na yo kati na makila, mpe mpo ete lolemo ya bambwa na yo ezwa eteni na yango. »
24 Yaa Waaqayyo, hiriirri kee mulʼateera; hiriirri Waaqa kootiitii fi mootii kootii iddoo qulqulluutti ol galeera.
Oh Nzambe, bazali komona ndenge ozali koya; koya ya Nzambe na ngai, ya Mokonzi na ngai, kati na Esika ya bule.
25 Fuula duraan faarfattoota, dugda duubaan immoo warra muuziiqaa taphatantu ture; dubartoonni dibbee rukutanis gidduu isaanii turan.
Bayembi bazali liboso; sima na bango, bato oyo bazali kobeta mandanda ya basinga kati na bilenge basi oyo bazali kobeta bambonda ya mike.
26 Waldaa guddaa keessatti Waaqa jajadhaa; yaaʼii Israaʼel keessattis Waaqayyoon jajadhaa.
Bopambola Nzambe kati na mayangani, bopambola Yawe wuta na etima ya Isalaele.
27 Beniyaam gosti xinnichi isaan dura deema; tuunni ilmaan mootota Yihuudaas achi turan; ilmaan mootota Zebuuloonii fi Niftaalemis achi turan.
Kuna, Benjame, leki ya suka, azali kotambolisa bakambi ya Yuda elongo na mampinga na bango, bakambi ya Zabuloni mpe ya Nefitali.
28 Yaa Waaqayyo, humna kee ajaji; yaa Waaqa keenya, akkuma duraan goote sana jabina kee nu argisiisi.
Nzambe na yo apesi mitindo epai ya makasi na yo; zala makasi. Nzambe, osaleli biso penza makambo.
29 Sababii mana qulqullummaa keetii kan Yerusaalem keessaatiif mootonni kennaa siif fidu.
Wuta na Tempelo na Yo ya Yelusalemi epai wapi bakonzi bamemelaka Yo makabo,
30 Bineensota shambaqqoo keessaa, karra korommii jabboota sabootaa keessaas ifadhu. Warra meetii fidan gad deebisi. Warra waraanatti gammadanis bittinneessi.
bengana ngando oyo ebombami kati na matiti, lisanga ya bangombe ya mibali elongo na bana ngombe ya bikolo oyo batambolaka kati na mbongo ya bibende ya palata, mpe panza bikolo oyo basepelaka na bitumba.
31 Ergamoonni Gibxi ni dhufu; Itoophiyaanis daftee harka ishee Waaqatti balʼifatti.
Bazwi bakobimela na Ejipito; bato ya Kushi bakoya na lombangu, bakotombola maboko epai ya Nzambe.
32 Yaa mootummoota lafaa, Waaqa faarfadhaa; faarfannaa galataas Gooftaadhaaf faarfadhaa;
Bino, babokonzi ya mabele, boyembela Nzambe; boyemba banzembo mpo na lokumu ya Nkolo!
33 isa samiiwwan durii keessa gulufu, isa sagalee jabaadhaan qaqawweessaʼu sana faarfadhaa.
Boyembela Ye oyo atambolisaka mampinga kati na likolo, likolo ya libela; oyo, wuta na mongongo na Ye, agangaka makasi.
34 Waaqa ulfinni isaa Israaʼel irra jiru, isa miidhaginni isaa samiiwwan keessa jiru sana humna isaa labsaa.
Bosakola ete nguya ezali ya Nzambe oyo nkembo na Ye ezali na Isalaele, mpe nguya na Ye ezali kati na mapata.
35 Yaa Waaqayyo, ati iddoo qulqullummaa keetiitti sodaachisaa dha; Waaqni Israaʼel saba isaatiif humnaa fi jabina ni kenna. Waaqni haa eebbifamu!
Nzambe, wuta kati na bisika na Yo ya bule, obongi na botosi! Nzambe ya Isalaele apesaka na bato na Ye makasi mpe nguya. Tika ete Nzambe akumisama!

< Faarfannaa 68 >