< Faarfannaa 36 >

1 Dura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit Garbicha Waaqayyoo. Ani waaʼee cubbamootaa, ergaa Waaqa bira dhufe garaa koo keessaa qaba: Waaqa sodaachuun ija isaanii dura hin jiru.
Nkunga Davidi, kisadi ki Yave, kuidi pfumu minyimbidi. Mambu ma Nzambi madi mu ntimꞌama Mu mambu matedi disumu di mutu wumbimbi: kuisi ko mambu ma kinzikila Nzambi va meso mandi.
2 Akka cubbuun isaanii ifatti baʼee hin jibbamneefis, isaan ijuma ofii isaanii duratti akka malee of saadu.
Bila va meso mandi veka, weti kukiniemisa buwombo mu bakula voti lenda masumu mandi.
3 Dubbiin afaan isaanii jalʼinaa fi gowwoomsaa dha; isaan ogummaadhaan hojjechuu fi waan gaarii gochuu dhiisaniiru.
Mambu ma munuꞌandi madi mambimbi ayi ma luvunu. Wulembo kuandi buela ba nkua nduenga ayi bueba vanga mamboti.
4 Siree isaanii irratti iyyuu isaan hammina xaxu; karaa cubbuutti of kennu; waan hamaas hin lagatan.
Bu kadi va mbukꞌandi, wunyindulanga mambu mambimbi. Weti kukiyekula niandi veka mu nzila yi masumu kalozanga ko mambu mambimbi.
5 Yaa Waaqayyo, araarri kee samiiwwan bira, amanamummaan kees duumessa bira gaʼa.
Luzolo luaku, a Yave, lueti tula nate ku diyilu kikhuikizi kiaku nate mu matuti
6 Qajeelummaan kee akka tulluuwwan gurguddaa ti; murtiin kees akkuma tuujuba guddaa ti. Yaa Waaqayyo, ati namaa fi bineensa ni jiraachifta.
Busonga buaku buidi banga miongo minda; zinzengolo ziaku zidi banga dibulu dinneni. O Yave, ngeyo wunkebanga mutu ayi bulu.
7 Yaa Waaqi, jaalalli kee inni hin geeddaramne sun akkam ulfina qabeessa! Ilmaan namootaa, gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.
Tala phila luzolo luaku lu ngolo lukambu thalu! Luidi luzangulu ayi lukululu va khatitsika batu bobo bansuaminanga ku tsi phozi yi mavevi maku.
8 Isaan badhaadhummaa mana keetii nyaatanii quufu; atis laga gammachuu keetii irraa isaan obaafta.
Beti tula minyengo mu wombo di bima bi nzo aku ayi ngeyo wukubanuikinanga mu nlangu wu makhini maku.
9 Burqaan jireenyaa si bira jiraatii; nu ifa keetiin ifa argina.
Bila kuidi ngeyo kuidi tho yi luzingu. Mu kiezila kiaku, tulembo moni kiezila.
10 Jaalala kee warra si beekaniif, qajeelummaa kees gara toleeyyiidhaaf ittuma fufi.
Landakana vanga luzolo luaku kuidi bawu bazebi ayi busonga buaku kuidi bawu badi mintima mi lulama.
11 Miilli of tuultotaa natti hin dhufin; harki hamootaas dhiibee na hin fageessin.
Bika kulu ku nkua luniemo kubika kumbakidila; voti bika koko ku mutu wumbimbi kubika kuthinisa thama.
12 Warri waan hamaa hojjetan kunoo kufanii diriiraniiru; gad darbatamaniiru; kaʼuus hin dandaʼan!
Tala phila yilembo buila bisadi bi mambu mambimbi; balumbulu va tsi ayi balendi buela telama ko.

< Faarfannaa 36 >