< Faarfannaa 15 >
1 Faarfannaa Daawit. Yaa Waaqayyo, eenyutu dunkaana kee keessa jiraata? Eenyutu tulluu kee qulqulluu sana irra jiraachuu dandaʼa?
MAING, is me pan kaukauson nan tanpas omui? Is me pan mimieta pon sapwilim omui dol saraui?
2 Nama adeemsi isaa mudaa hin qabnee fi nama waan qajeelaa hojjetu, nama garaa isaatii dhugaa dubbatuu fi
Me kin kekeitwei ni makelekel, o me kin wia me pung, o me kin lokaia melel sang nan mongiong;
3 kan arraba isaatiin nama hin hamanne, nama ollaa isaatti waan hamaa hin hojjennee fi nama ollaa isaa maqaa hin balleessine,
Me sota karaun mal ki lo a, o me sota kin wia mesued ong men imp a;
4 kan nama hamaa tuffatee warra Waaqayyoon sodaatan garuu kabaju, yoo waan isa miidhu taʼe illee nama kakuu isaa eegu,
Me kin mamaleki me lokidokilar o, ap kakaki me masak Ieowa kan, o me kin kaula melel, menda ma a suedi ong pein i;
5 nama maallaqa isaa hiiqiidhaan hin liqeessinee fi kan nama yakka hin qabne miidhuuf jedhee mattaʼaa hin fudhannee dha. Namni wantoota kanneen hojjetu, gonkumaa hin raafamu.
Me sota pan piti sang en amen na moni, o me sota pan ale kisakis, pwen kawela me pung amen. Ari, me kin apwali mepukat, sota pan luetala kokolata.