< Faarfannaa 142 >

1 Maaskiilii Daawit Ani gara Waaqayyotti nan iyya; sagalee kootiinis fuula Waaqayyoo duratti waammata koo nan dhiʼeeffadha.
KAHEA aku la au ia Iehova, i ko'u leo, Me ko'u leo hoi i nonoi aku ai au ia Iehova.
2 Ani guungummii koo fuula isaa duratti nan dhangalaasa; dhibee koos fuula isaa duratti nan himadha.
Ninini aku la au i ko'u kaniuhu imua ona, A hoike aku la no hoi i ko'u pilikia ma kona alo.
3 Yeroof hafuurri koo na keessatti laafu, situ karaa koo beeka. Namoonni daandii ani deemu irra, kiyyoo naa kaaʼaniiru.
I ka maule ana o ko'u uhane iloko o'u, Alaila ike pono no oe i ko'u alanui. Ma ke ala a'u i hele aku ai, hana lakou i hei no'u.
4 Gara mirga koo ilaali; argis; namni naa yaadu tokko iyyuu hin jiru; ani iddoon itti kooluu galu tokko illee hin qabu; namni jireenya kootiif yaadus hin jiru.
Nana aku la au ma ka lima akau, a ike hoi, Aohe mea i ike mai ia'u; Ua pau na wahi e pakele ai; Aohe mea i manao mai i ko'u uhane.
5 Yaa Waaqayyo, sitti nan iyyadha; “Ati iddoo ani itti kooluu galuu dha; biyya warra jiraatoo keessattis ati qooda koo ti” nan jedha.
Kahea aku la au ia oe, e Iehova, I aku la, O oe no ko'u paku, O kuu puu waiwai hoi ma ka aina o ka poe ola.
6 Ani abdii kutadheeraatii, kadhannaa koo naa dhagaʼi; warra na ariʼatan jalaa na baasi; isaan akka malee natti cimaniiruutii.
E hoolohe mai oe i ko'u uwe ana, no ka mea, ua hoopilikia loa ia au: E hoopakele mai oe ia'u i ka poe hoomaau mai, No ka mea, na oi aku ko lakou ikaika i ko'u.
7 Akka ani maqaa kee galateeffadhuuf, lubbuu koo mana hidhaatii naa baasi. Sababii ati waan gaarii naa gooteef, qajeeltonni naannoo kootti walitti qabamu.
E hoopuka aku oe i ko'u uhane iwaho o ka hale paahao, I hoomililani aku au i kou inoa; E kaapuni mai ka poe pono ia'u, No ka mea, e hana maikai mai oe ia'u.

< Faarfannaa 142 >