1 Faarfannaa ol baʼuu. Isin tajaajiltoonni Waaqayyoo, warri halkan mana Waaqayyoo keessa tajaajiltan hundinuu, Waaqayyoon galateeffadhaa.
O cântare a treptelor. Iată, binecuvântați pe DOMNUL, toți servitorii DOMNULUI, care stați noaptea în casa DOMNULUI.