< Faarfannaa 123 >

1 Faarfannaa ol baʼuu. Yaa isa teessoon kee samii irra jiru, ani ija koo gara keetti ol nan qabadha.
Nyimbo yoyimba pokwera ku Yerusalemu. Ndikweza maso anga kwa Inu, kwa Inu amene mumakhala kumwamba.
2 Akkuma iji garbootaa harka gooftaa isaanii, iji garbittii immoo harka giiftii ishee ilaalu sana, hamma inni araara nuu buusutti, iji keenyas gara Waaqayyo Waaqa keenyaa ni ilaala.
Taonani, monga momwe maso a akapolo amayangʼana mʼdzanja la mbuye wawo, monga momwenso maso a mdzakazi amayangʼana mʼdzanja la dona wake, choncho maso athu ali kwa Yehova Mulungu wathu, mpaka atichitire chifundo.
3 Nuu araarami; yaa Waaqayyo, nuu araarami; tuffatamuun nutti baayʼateeraatii.
Mutichitire chifundo, Inu Yehova mutichitire chifundo, pakuti tapirira chitonzo chachikulu.
4 Arrabni warra of jajaniitii fi tuffiin warra of tuulanii nutti baayʼateera.
Ife tapirira mnyozo wambiri kuchokera kwa anthu odzikuza, chitonzo chachikulu kuchokera kwa anthu onyada.

< Faarfannaa 123 >