< Faarfannaa 118 >

1 Waaqayyoof galata galchaa; inni gaariidhaatii; jaalalli isaa bara baraan jiraata.
DANKE Ieowa, pwe i me mau, pwe a kalangan pan potopot eta.
2 Sabni Israaʼel, “Jaalalli isaa bara baraan jiraata” haa jedhu.
Israel en indinda: A kalangan pan potopot eta.
3 Manni Aroonis, “Jaalalli isaa bara baraan jiraata” haa jedhu.
Kadaudok en Aron en indinda: A kalangan pan potopot eta.
4 Warri Waaqayyoon sodaatan, “Jaalalli isaa bara baraan jiraata” haa jedhan.
Me masak Kot akan en inda: A kalangan pan potopot eta.
5 Dhiphina koo keessatti ani Waaqayyotti nan iyyadhe; innis deebii naa kenne; iddoo balʼaas na qubachiise.
Ni ai apwal akan i likwir wong Ieowa; Ieowa kotin mangi ia er o kotin kasone ia dier wasa saledok.
6 Waaqayyo na wajjin jira; ani hin sodaadhu; namni maal na gochuu dandaʼa?
Ieowa kin kotin ieiang ia, i sota pan masak, da me aramas akan kak wiai ong ia?
7 Waaqayyo na wajjin jira; inni gargaaraa koo ti. Anis diinota koo nan moʼadha.
Ieowa kin kotin ieiang ia nan pung en me sauasa ia, o i pan peren kida, me kailong kin ia.
8 Nama amanachuu irra, Waaqayyotti kooluu galuu wayya.
Me mau, en liki Ieowa, sang kaporoporeki aramas akan.
9 Qondaaltota amanachuu irra, Waaqayyotti kooluu galuu wayya.
Me mau en liki Ieowa, sang kaporoporeki saupeidi kan.
10 Saboonni hundinuu na marsan; ani garuu maqaa Waaqayyootiin isaan nan barbadeesse.
Men liki kan karos kapil ia penaer; a ni mar en Ieowa i kaloe ir edier.
11 Isaan karaa hundaan na marsan; ani garuu maqaa Waaqayyootiin isaan nan barbadeesse.
Re kapil ia penaer wasa karos, a ni mar en Ieowa i pan kaloe irail edier.
12 Akkuma tuuta kanniisaa na marsan; garuu akka qoraattii gubatuutti barbadaaʼan; anis maqaa Waaqayyootiin isaan nan barbadeesse.
Re kapil ia penaer dueta longlap akan, a re kunlar dueta kinsiniai nan tuka; ni mar en Ieowa i kaloe irail edier.
13 Ani dhiibamee kufuu gaʼeen ture; Waaqayyo garuu na gargaare.
Re woki ia, pwe i en pupedi, a Ieowa kotin sauasa iaer.
14 Waaqayyo jabina kootii fi faarfannaa koo ti; inni fayyina koo taʼeera.
Ieowa iei ai kel o ai kaul, o i me kotin wiala ai saunkamaur.
15 Sagaleen gammachuutii fi moʼannaa dunkaanota qajeeltotaa keessaa ni dhagaʼama; “Harki Waaqayyoo kan mirgaa waan jabaa hojjeteera!
Kaul en kaperen o kamaur kin wiaui nan im en me pung kan, lim en Ieowa pali maun kin kapwaiada dodok manaman.
16 Harki Waaqayyo mirgaa ol qabameera; harki Waaqayyoo mirgaa waan jabaa hojjeteera!”
Pali maun en Ieowa me ileile, pali maun en Ieowa kin kapwaiada dodok manaman.
17 Ani nan jiraadha malee hin duʼu; waan Waaqayyo hojjetes nan labsa.
I sota pan mela, pwe memaur eta o padaki duen wiawian Ieowa.
18 Waaqayyo jabeessee na adabeera; garuu dabarsee duʼatti na hin kennine.
Ieowa kotin kaloke ia laud, ap sota mueid ong, i en mela.
19 Karra qajeelummaa naa banaa; anis ol galee Waaqayyoof galata nan galcha.
Komail ritingadang ia wanim en pung, pwe i wasa me i pan pedelong ia, pwen danke Ieowa.
20 Kun karra Waaqayyoo, kan qajeeltonni ittiin ol galanii dha.
Iet wanim en Ieowa, wasa me pung kan pan pedelong ia.
21 Ati deebii naa kenniteertaatii, ani sin galateeffadha; ati fayyina naa taateerta.
I danke komui, pwe kom kotin erekier ai kapakap o sauasa ia.
22 Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee taʼeera;
Takai o me pwin sause kaselar, wialar takain pukakaim.
23 Waaqayyo waan kana hojjeteera; kunis ija keenyatti dinqii dha.
Mepukat wiauier sang ren Ieowa, meid kapuriamui ni mas at!
24 Guyyaan kun guyyaa Waaqayyo uumee dha; kottaa ni ililchina; itti gammannas.
Iet ran o, me Ieowa kotin wiadar, kitail en popol o peren kida i.
25 Yaa Waaqayyo, si kadhannaa nu oolchi; Yaa Waaqayyo, si kadhannaa nu milkoomsi.
O Maing Ieowa, kom kotin sauasa! O Maing Ieowa, kom kotin kapwaiada!
26 Kan maqaa Waaqayyootiin dhufu eebbifamaa dha. Nu mana Waaqayyoo keessaa isin eebbifna.
Meid kapingan me kotido ni mar en Ieowa! Kit kapai komail da, me kisan toun tanpas en Ieowa.
27 Waaqayyo Waaqa; ifa isaas nuu irratti ibseera. Dameewwan harkatti qabadhaatii warra ayyaaneffachuu dhaqanitti makamaa; gara gaanfawwan iddoo aarsaas dhaqaa.
Ieowa iei Kot, o i me kotin kamarain kitail er; saliedi men mairong ni os en pei saraui!
28 Ati Waaqa koo ti; ani sin galateeffadha; ati Waaqa koo ti; anis sin leellisa.
Komui ai Kot, o i pan danke komui; ai Kot, i pan kalinganada komui.
29 Waaqayyoof galata galchaa; inni gaariidhaatii; jaalalli isaa bara baraan jiraata.
Danke Ieowa, pwe i me mau, pwe a kalangan pan potopot eta.

< Faarfannaa 118 >