< Faarfannaa 117 >

1 Saboonni hundi Waaqayyoon jajadhaa; isin namoonni hundinuu isa leellisaa.
Lobt Jahwe, alle Heiden, / Preist ihn, all ihr Völker!
2 Jaalalli inni nuuf qabu guddaadhaatii; amanamummaan Waaqayyoo bara baraan jiraata. Haalleluuyaa.
Denn seine Huld waltet mächtig über uns, / Und Jahwes Treue währt ewig! / Lobt Jah!

< Faarfannaa 117 >