< Faarfannaa 104 >

1 Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon eebbisi. Yaa Waaqayyo, Waaqa ko, ati akka malee guddaa dha; miidhaginaa fi surraa uffatteerta.
NEN i kapina Ieowa! Ieowa ai Kot, komui meid lapalap, komui me kapwateki linan o manaman.
2 Ati akkuma wayyaa ifa uffatta; samiiwwanis akkuma dunkaanaa diriirsita.
Japwilim ar likau iei marain, me komui kot lole; kom kotin pak pajan nanlan dueta likau eu.
3 Dareeraa diinqa isaa bishaanota irra buufta. Duumessoota gaarii isaa godhata; qoochoo bubbee yaabbattee deema.
Kom kin kotin wia kida pil pali poa en ponepon, a tapok kan wiala tan war omui, me kom kin kotikot jili ki pa en an.
4 Inni ergamoota isaa hafuurota, tajaajiltoota isaa immoo arraba ibiddaa godha.
Kom me kotin wia kila japwilim omui tounlan kan kijinian o japwilim ar ladu kan umpul en kijiniai.
5 Inni lafa hundee ishee irra dhaabeera; isheenis gonkumaa hin sochootu.
A kotin kajonedier jappa pon a pajon, a jota pan mokid kokolata.
6 Ati akkuma wayyaatti tuujubaan ishee haguugde; bishaanonnis tulluuwwanii ol dhaabatan.
Kom kotin kadupale kidi i dueta likau eu, pil akan ileilada jan nana kan.
7 Ati ifannaan bishaanonni baqatan; sagalee qaqawwee keetii dhageenyaan gugatan.
Re tan wei mon ar majan, re madan wei mon nil en omui nanjapwe.
8 Isaan tulluuwwan irraan dhangalaʼan; gara iddoo ati isaanii qopheessitee, gara sululootaatti gad yaaʼan.
Nana kan kokodar, a wau kan kokodier on waja, me kom kotin kileledier on ir.
9 Akka isaan deebiʼanii lafa hin haguugneef ati daarii isaan darbuu hin dandeenye isaan dura dhaabde.
Kom kotiki on ir irair eu, me re jota pan dauli wei; re jolar pan pur on kadupaledi jappa.
10 Akka burqaawwan sululoota keessa yaaʼan goota; isaanis tulluuwwan gidduu yaaʼu.
Kom kin kotin wiada, parer en kujukujda nan wau kan; re kin pwilipwil wei nan pun en nana kan.
11 Isaan bineensota bakkee hundaaf bishaan kennu; harroonni diidaas dheebuu baʼu.
Re kotin kanim pileda man en nan jap akan o man en nan wei.
12 Simbirroonni samii bishaanota biratti mandhee ijaarratan; dameewwan gidduutti ni faarfatan.
Manpir en pan lan kin kaukaujon ni kail a, re kin kakaul nin tuka kan.
13 Inni mana isaa kan olii irraa tulluuwwan bishaan obaafta; laftis ija hojii keetiitiin quufti.
Komui me kin kotin kanim pileda nana kan jan japwilim omui pera poa. Kom kin kotin kadire kila wa kan jappa, me kom kotin wiadar.
14 Inni lafa irraa nyaata kennuuf jedhee looniif marga, faayidaa namaatiif immoo biqiltuuwwan biqilcha;
Komui me kotin kawojadan man akan ra, o wan tuka me mau on aramaj, pwen kapwareda jan nan pwel mana on aramaj akan.
15 akka daadhiin wayinii garaa nama gammachiisu, akka zayitiin fuula nama cululuqsuu fi akka midhaan nama jajjabeessu ni goota.
O wain en kaperenda monion en aramaj, o le en kalinanada maj en aramaj, o prot en kakelada war en aramaj.
16 Mukkeen Waaqayyoo, birbirsi Libaanoon kan inni dhaabe sun bishaan quufaniiru.
Japwilim en Ieowa tuka kan pan medila, jeder en Lipanon akan, me a kotin padukedier.
17 Simbirroonni achitti mandhee isaanii ijaarratu; huummoonis birbirsa irraa mana qabdi.
Waja manpir kin paj kin ia, o raier kaujon nan jeder.
18 Tulluuwwan dhedheeroon daʼoo reʼee diidaa ti; holqi kattaawwanii immoo daʼoo osolee ti.
Nana ileile iei deun kemjo, a paip akan deun repit en wel.
19 Inni akka jiʼi waqtiilee gargar qoodu godha; biiftuunis yeroo itti lixxu ni beekti.
A kotin wiadar jaunipon i, pwen kilelekidi anjau kan, ketipin aja waja me a pan kirila ia.
20 Ati dukkana uumta; halkanis ni taʼa; bineensonni bosonaa hundis gad yaaʼu.
Kom kin kotin wiada pon, man en nan wel rap mokidada.
21 Leenci saafelli waan nyaatu barbaadee aada; nyaata isaas Waaqa bira barbaada.
Laien pulepul weriwerki kan arail mana, re kin idok ren Kot, me re pan kan.
22 Isaan yommuu biiftuun baatutti walitti qabamu; dachaʼaniis goda isaanii keessa ciciisu.
Katipin lao dakada, re kin purela wonon nan por ar akan.
23 Namni gara hojii isaatti, hamma galgalaattis gara jiruu isaatti ni baʼa.
Aramaj ap kolan ar dodok, wia japajap lel nin jautik.
24 Yaa Waaqayyo, hojiin kee akkam baayʼee dha! Ati hunda isaanii ogummaadhaan hojjette; laftis uumamawwan keetiin guutamte.
Main leowa, ar wiawia kan me dodok melel! Kom kotin kajone irail di ki omui erpit o jappa me direki japwilim omui dipijou kan.
25 Galaanni guddaa fi balʼaan kun, uumamawwan hamma hin qabneen guutame; kan lubbuu qabeeyyiin gurguddaa fi xixinnoon keessa jiraatan kuunnoo jira.
Madau me kalaimun o dalap in pali karoj; i waja me dir en mam, me jota kak wadawad, man tikitik o kalaimun.
26 Dooniiwwan as irra deddeebiʼu; lewaataan kan akka inni achi keessa taphatuuf ati uumtes achi jira.
I waja me jop akan kin tanatan ia, o walroj, me komui kotin wiadar, kin madomadon lole.
27 Akka ati nyaata isaanii yeroo barbaachisuutti isaaniif kennituuf, isaan hundi si eeggatu.
lr karoj kin auiaui komui, pwe komui en kotin katunole kin ir kan arail ni ar anjau.
28 Yeroo ati isaaniif kennitutti, isaan walitti qabatu; yeroo ati harka kee balʼiftutti, isaan waan gaarii quufu.
Kom kin kotiki on ir, rap nanak pena; komui kotiki pajan lim omui, rap pan medi kila me mau kan.
29 Yeroo ati fuula kee dhokfattutti, isaan ni naʼu; yeroo ati hafuura isaanii fudhattutti, isaan duʼanii biyyootti deebiʼu.
Ni omui pan karirila jilan omui, rap pan majapwekada, kom kin kotiki jan ir anian arail, rap pan mela o purelan ar pwel par.
30 Yeroo ati Hafuura kee ergitutti isaan ni uumamu; atis fuula lafaa ni haaromsita.
Kom kin kotin kadarala an omui, ran pan wiauiada, o komui kin kawilikapada maj en jap o.
31 Ulfinni Waaqayyoo bara baraan haa jiraatu; Waaqayyo hojii isaatti haa gammadu;
Linan en leowa pan duedueta. leowa pan kotin peren kida japwilim a wiawia kan.
32 inni ilaallaan lafti hollatte; inni tuqnaan tulluuwwan keessaa aarrii baʼe.
A lau kotin ireron toun jappa, jappa ap rerer; a lao kotin jair nan kan, rap adida.
33 Bara jireenya koo guutuu ani Waaqayyoof nan faarfadha; hamma lubbuun koo jirtuttis faarfannaadhaan Waaqa koo nan galateeffadha.
Arain ai maur i pan kakauli on Ieowa, o arain ai mi jappa er, i pan kauleki pjalm kan on ai Kot.
34 Irra deddeebiʼee yaaduun koo isa haa gammachiisu; ani Waaqayyotti nan gammadaatii.
I men, ai kajokajoi en kaperenda kupur a; i pan polauleki leowa.
35 Cubbamoonni lafa irraa haa badan; hamoonnis siʼachi hin jiraatin. Yaa lubbuu koo Waaqayyoon eebbisi. Haalleluuyaa.
Me dipan akan en niki jan jappa, o me doo jan Kot akan en jola mia. Nen i kalinaila leowa! Aleluia!

< Faarfannaa 104 >