< Faarfannaa 100 >
1 Faarfannaa Galataa. Lafti hundinuu Waaqayyoof ililchaa.
He himene whakamoemiti. Kia hari te hamama ki a Ihowa, e nga whenua katoa:
2 Gammachuudhaan Waaqayyoon waaqeffadhaa; faarfannaa gammachuutiinis fuula isaa duratti dhiʼaadhaa.
Mahi atu ki a Ihowa i runga i te koa, waiata haere ki tona aroaro.
3 Akka Waaqayyo Waaqa taʼe beekaa; isattu nu uume; nu kan isaa ti; nu saba isaa ti; hoolota tika isaa jala jirruu dha.
Kia matau ki a Ihowa, ko ia te Atua: nana tatou i hanga, ehara hoki i a tatou: ko tana iwi tatou, ko ana hipi e hepara ai.
4 Galateeffachuudhaan karrawwan isaa, jajachuudhaanis oobdii isaa seenaa; isa galateeffadhaa; maqaa isaa illee eebbisaa.
Tomokia ona tatau i runga i te whakawhetai, ona marae i runga i te whakamoemiti: whakawhetai atu ki a ia, whakapaingia tona ingoa.
5 Waaqayyo gaariidhaatii; araarri isaa kan bara baraa ti; amanamummaan isaas dhalootaa gara dhalootaatti itti fufa.
He pai hoki a Ihowa, pumau tonu tana mahi tohu: a kei tena whakatupuranga, kei tena whakatupuranga, tona pono.