< Iyyoob 40 >

1 Waaqayyos Iyyoobiin akkana jedhe:
Yawe ayanolaki Yobo:
2 “Namni Waaqa Waan Hunda Dandaʼuun falmu tokko isa ni qajeelchaa? Namni Waaqa himatu deebii haa kennuuf!”
« Boni, moto oyo atiaka tembe na Nkolo-Na-Nguya-Nyonso akoki koteya Ye? Tika ete oyo azali koswanisa Nzambe ayanola Ye! »
3 Iyyoobis akkana jedhee Waaqayyoof deebise:
Yobo azongiselaki Yawe:
4 “Ani nama faayidaa hin qabnee dha; akkamittin deebii siif kenna? Harka koo afaan koo irra nan kaaʼadha.
« Tala ngai, nazali se ekelamu ya pamba, eyano nini nakoki kopesa Yo? Natie loboko na ngai na monoko.
5 Ani yeroo tokko dubbadheera; garuu ani waanan deebisu hin qabu; siʼa lama dubbadheera; kana caalaa garuu homaa hin jedhu.”
Nalobaki mbala moko, kasi nakoyanola lisusu te; na mbala ya mibale, nakobakisa lisusu eloko te. »
6 Kana irratti Waaqayyo bubbee jabaa keessaa Iyyoobitti dubbate:
Yawe alobaki na Yobo wuta na mopepe makasi:
7 “Akka dhiiraatti mudhii kee hidhadhu; ani sin gaafadha; ati immoo deebii naa kennita.
« Kanga mokaba na loketo na yo lokola elombe mobali; nakotuna yo mituna, mpe okoyanola ngai.
8 “Ati murtii koo qajeelaa sana gatii dhabsiistaa? Ofii keetii qajeelaa taʼuuf na himattaa?
Olingi kotiola bosembo na ngai? Okani kokweyisa ngai mpo ete yo moko omilongisa?
9 Irree akka irree Waaqaa qabdaa? Sagaleen kees akka sagalee isaa qaqawweessaʼuu dandaʼaa?
Ozali na loboko lokola oyo ya Nzambe? Mongongo na yo ekoki konguluma makasi lokola oyo ya Ye?
10 Ulfinaa fi guddinaan of miidhagsi; kabajaa fi barreedina uffadhu.
Lata nkembo mpe kongenga, milatisa lokumu mpe monene!
11 Dheekkamsa kee kan guutee irra yaaʼu sana dhangalaasi; nama of tuulu kam iyyuu ilaalii qaanessi.
Sopa nguya ya kanda na yo likolo ya bato, tala bato nyonso ya lolendo liboso na yo mpe kitisa bango!
12 Nama of tuulu hunda ilaalii gad deebisi; hamoota illee iddoodhuma isaan dhaabatanitti caccabsi.
Tala bato nyonso ya lolendo, yokisa bango soni! Nyata-nyata bato mabe na esika oyo bazali.
13 Isaan hunda walitti qabii biyyoo keessatti awwaali; fuula isaaniis awwaala keessa dhoksi.
Kunda bango nyonso kati na putulu, zipa bilongi na bango na esika ya kobombama.
14 Yoos ani mataan koo, akka harki kee mirgaa si oolchuu dandaʼu siifin mirkaneessa.
Boye, ngai moko nakopesa yo lokumu, pamba te loboko na yo ya mobali ekoki mpo na kobikisa yo.
15 “Bihemootin ani akkuman si uumettin uume, kan akkuma qotiyyoo marga dheedu sana mee ilaali.
Tala ngubu: nakelaki yango ndenge nakelaki yo, kasi eliaka kaka matiti lokola ngombe.
16 Jabinni isaa dugda isaa keessa, humni isaa immoo ribuu garaa isaa keessa jira!
Tala makasi oyo ezali kati na loketo na yango, nguya oyo ezali kati na misuni ya libumu na yango!
17 Eegeen isaa akkuma muka birbirsaa raafama; ribuun tafa isaa wal keessa xaxamaa dha.
Ekembisaka mokila na yango lokola nzete ya sedele; misisa ya mipende na yango elingama-lingama;
18 Lafeen isaa akka ujummoo naasii ti; harkii fi miilli isaa immoo akka ulee sibiilaa ti.
mikuwa na yango ezali lokola bibende ya bronze; mipanzi na yango ezali lokola biteni ya bibende.
19 Inni uumamawwan Waaqaa keessaa hangafa; garuu inni isa uume goraadee isaatiin isatti dhiʼaachuu dandaʼa.
Ezali ekelamu ya liboso ya Nzambe, kasi Mokeli na yango atieli yango mopanga pene.
20 Gaarran marga ni kennuuf; bineensonni hundi naannoo isaa ni burraaqu.
Ngomba ezali kopesa yango matiti ya kolia, esika oyo banyama nyonso ya zamba esakanaka.
21 Inni huuxxii qoraattii qabu jala ciisa; shambaqqoo lafa dhaqdhaqii keessa dhokata.
Elalaka na se ya banzete ya mike-mike, na se ya matiti oyo ezalaka pembeni ya mayi mpe na potopoto.
22 Gaaddisni huuxxii qoraattii qabuu isa haguuga; alaltuun lagaas isa marsa.
Banzete ya mike-mike ebombaka yango na se ya elili na yango, banzete ya pepiliye ezingeli yango.
23 Yommuu lagni cabsee yaaʼutti iyyuu kunoo, inni hin rifatu. Lagni Yordaanos afaan isaa irra garagalu iyyuu inni hin shishu.
Soki mayi ya ebale etomboki, yango ebangaka te; ata mayi ya Yordani esopaneli yango na monoko, evandaka kaka kimia.
24 Namni utuma inni arguu isa qabuu yookaan kiyyoodhaan isa qabee funyaan isaa uruu dandaʼu tokko iyyuu jiraa?
Boni, moto akoki kokanga yango na motambo na tango ezali kotala to kotobola yango zolo na ndobo, mpo na kobenda yango?

< Iyyoob 40 >