< Ibroota 5 >

1 Tokkoon tokkoon luba ol aanaa namoota gidduudhaa filatamee waan Waaqa ilaallatu irratti namoota iddoo buʼee sababii cubbuutiif kennaa fi aarsaa dhiʼeessuuf muudama.
binikohn ni myi ndurji ihewuyimba achuwu niymi dndyi inzji nitukima wawuyi anjindzi nitu trerji iwandi anikanu megye ni suruyi iwandi aam wruh latre hlega
2 Inni mataan isaa iyyuu waan dadhabbii keessa jiruuf wallaaltotaa fi warra karaa irraa jallataniif garaa laafuu ni dandaʼa.
ani to tre ni biandi bana to irjimegyeana ni biwandi bagyurubaa wawu nitutuma ahindzi u sankohu
3 Sababii kanaaf inni cubbuu ofii isaatiif, akkasumas cubbuu namootaatiif aarsaa dhiʼeessuu qaba.
nitu tomba ahindu sruyi ana nitu wuruhlatrenji hlega megyema nitu wruhlega utuma ngame
4 Nama akkuma Aroonitti Waaqaan waamame malee, namni kam iyyuu ulfina kana ofii isaatiif hin fudhatu.
idiori naiyajituma him kpanchi rligra yina saidai orji kima yowu tokima yanda kpowandi ba yoh haruna
5 Kiristoosis akkasuma luba ol aanaa taʼuuf of hin ulfeessine. Waaqni garuu, “Ati Ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera” jedheen.
tokima me almsihu anahi wawuyi chutuma na ninkoh nimyi treirjiana a hi iwayimba you natremwu iwuyi uhi vovreh ime mihi timba niwu
6 Iddoo biraattis, “Akkuma sirna Malkiiseedeqitti, ati luba bara baraa ti” jedha. (aiōn g165)
yanda kpewandinibuburi alatre ndi uhinikhon ni myi hurji ban toh uklema kwatancin malkisadak (aiōn g165)
7 Yesuus yeroo lafa irra jiraachaa turetti iyya guddaa fi imimmaaniin isa duʼa isa oolchuu dandaʼu sanatti kadhannaa fi waammata dhiʼeeffate; sababii inni sodaa Waaqaa qabuufis kadhannaan isaa ni dhagaʼameef.
Almashiu iutohn usoman nin gbuuglua atre nirji nitu bre nilanka niyi gbangbama har ni mashishi to iwayi iwandi aheni gbengle uchurju nimyi kwua indji ba wou yauda iwandi alina kbatuma mua
8 Inni Ilma taʼu iyyuu dhiphina isaa sana irraa ajajamuu barate;
koda ike ahi vuvre awa toh ninkohn dhi iwandi atoah
9 erga kan mudaa hin qabne taasifamee immoo warra isaaf ajajaman hundaaf burqaa fayyina bara baraa taʼe. (aiōnios g166)
ahenin kohn uklekle mumla iwandi ana klena jbu biwandi bana kpa trina (aiōnios g166)
10 Akka sirna Malkiiseedeqittis luba ol aanaa jedhamee Waaqaan waamame.
irji atta youndi kikle ninkohn bitindurji nitu vito malkisadak
11 Nu waaʼee isaa waan jennu baayʼee qabna; isin garuu waan hubachuutti dadhaboo taataniif isinii ibsuun rakkisaa dha.
kiheni kpe gbugbwu iwandi ki tre nitu nrerji ani heni ya hla ni kpranbi turji ni mumla ma
12 Isin yeroo kanatti barsiistota taʼuu qabdu ture; isin immoo nama waaʼee dhugaa dubbii Waaqaa kan jalqabaa irra deebiʼee isin barsiisutu isin barbaachisa. Nyaata jabaataas utuu hin taʼin aannan isin barbaachisa.
kodayake zizaa abinidu kbati bi tsroh duk tokima me ashe bina za ndudiori hla tsroyi umu mlah nitrerji na? har akbatiwandi baye nuyi imasisan nibirli iwandi asekpanaa?
13 Namni aannaniin jiraatu kam iyyuu waan amma illee daaʼima taʼeef dubbii qajeelummaa hin beeku.
idan ahe tukima duiwandi imasisan mba hi birli ma ana sekpa nilrerjina ahe na vikpra vuvreh
14 Nyaanni jabaataan garuu namoota bilchaatoo kanneen waan gaarii fi waan hamaa gargar baasanii beekuuf of leenjisaniif taʼa.
birli usekpa heu binkohn biwandi ikpramba vulua luwani kowani vih don nindi baga ti dindi ni ti meme

< Ibroota 5 >