< Izraa 2 >
1 Egaa isaan kunneen namoota kutaa biyya sanaa warra boojuu Nebukadnezar mootichi Baabilon sun boojiʼee Baabilonitti isaan geessee ture sanaa deebiʼanii dha; isaanis Yerusaalemii fi Yihuudaatti deebiʼanii tokkoon tokkoon isaanii magaalaa ofii isaaniitti galan;
Hawa ndio watu katika jimbo waliochukuliwa mateka na kwenda na mfalme Nebukadneza, yeye aliwachukua utumwani Babeli, watu wakarudi katika miji yao ya Yerusalem na Yuda.
2 isaanis: Zarubaabel, Yeeshuuʼaa, Nahimiyaa, Seraayaa, Reʼelaayaa, Mordekaayi, Bilshaan, Misphaar, Baguwaayi, Rehuumii fi Baʼanaa wajjin dhufan. Maqaa namoota saba Israaʼel taʼanii:
Walikuja pamoja na Zerubabeli, Yoshua, Nehemia, Seraya, Reelaya, Mordekai, Bilshani, Mispari., Bigwai, Rehumu, na Baana. Hii ndio idadi ya wanaume ya watu wa Israeli.
3 sanyiin Phaarosh 2,172,
Waporoshi: 2, 172
4 sanyiin Shefaaxiyaa 372,
Wana wa Shefatia: 372
6 sanyiin Fahat Moʼaab warri karaa Yeeshuʼaa fi Yooʼaab dhalatan 2,812,
Wana wa Path-Moabu, kupitia Yeshua na Yoabu: 2, 812.
13 sanyiin Adooniiqaam 666,
Wana wa Adonikamu: 666.
14 sanyiin Baguwaay 2,056,
Wana wa Bigwai: 2, 056.
16 sanyiin Ateer warri karaa Hisqiyaas 98,
Wana wa Ateri kupitia Hezekiah: tisini na nane.
Wanaume wa Gibeoni: Tisini na tano.
21 namoonni Beetlihem 123,
Wanaume wa Bethlehemu: 123.
Wanaume wa Netofa: Hamsini na sita.
23 namoonni Anaatoot 128,
Wanaume wa Anathothi: 128.
Wanaume wa Beth-Azmawethi: Arobaini na mbili.
25 namoonni Kiriyaati Yeʼaariim, kan Kefiiraatii fi Biʼeeroot 743,
Wanaume wa Kiriath-Yearimu, na Kefira, na Beerothi: Mia saba arobaini na tatu.
26 namoonni Raamaa fi Gebaa 621,
Wanaume wa Rama na Geba: 621.
Wanaume wa Mikmashi: 122.
28 Namoonni Beetʼeelii fi Aayi 223,
Wanaume wa Betheli, na Ai: 223.
Wanaume wa Nebo: Hamsini na mbili.
30 namoonni Magbiish 156,
Wanaume wa Magbishi: 156.
31 namoonni Eelaam kaan 1,254,
Wanaume wengine wa Elamu: 1, 254.
nne. Wanaume wa Harimu: 320.
33 namoonni Lood, kan Haadiidii fi Oonoom 725,
Wanaume wa Lodi, na Hadidi, na Ono: 725.
35 namoonni Senaaʼaa 3,630.
Wanaume wa Senaa: 3, 630.
36 Luboota: Sanyiin Yedaaʼiyaa warri karaa maatii Yeeshuuʼaan dhufan 973,
Wana wa Yedaya kuhani wa nyumba ya Yoshua: 973.
38 sanyiin Phaashihuur 1,247,
Wana wa Pashuri: 1, 247.
39 sanyiin Haariim 1,017.
Wana wa Harimu: 1, 017.
40 Lewwota: Sanyiin Yeeshuuʼaa fi Qadmiiʼeel, karaa Hoodayiwaa dhufan 74.
Walawi: Wana wa Yeshua, na Kadmieli, wana wa Hodavia: Sabini na
41 Faarfattoota: sanyiin Asaaf 128.
nne. Waimbaji hekaluni wana wa Asafu: 128.
42 Eegdota karra mana qulqullummaa: sanyiin Shaluum, sanyiin Ateer, sanyiin Talmoon, sanyiin Aquub, sanyiin Haxiixaa fi sanyiin Soobaay 139.
Walinzi: wana wa Shalumu, Ateri na, Talmoni, Akubu, Hatita na Shobai: 139 jumla.
43 Tajaajiltoota mana qulqullummaa: sanyii Ziihaa, sanyii Hasuufaa fi sanyii Xabaaʼoot,
Wale walichaguliwa kuhudumu ndani ya Hekalu: wana wa Siha, Hasufa, Tabaothi:
44 sanyii Keeroos, sanyii Siiʼaa, sanyii Faadon;
Keros, Siaha, Padoni.
45 sanyii Lebaanaa, sanyii Hagaabaa fi sanyii Aquub;
Lebana, Hagaba, Akubu,
46 sanyii Haagaab, sanyii Shalmaayi, sanyii Haanaan;
Hagabu, Salmai, Hanani
47 sanyii Gideel, sanyii Gahar, sanyii Reʼaayaa;
Wana wa Gideli, Gahari, Reaya,
48 sanyii Reziin, sanyii Neqoodaa, sanyii Gazaam;
Resini, Nekoda, Gazamu,
49 sanyii Uzaa, sanyii Faasehaa, sanyii Beesaay;
Uza, Pasea, Besai,
50 sanyii Asinaa, sanyii Meʼuunimii fi sanyii Nefuusiim;
Asna, Meunimu, Nefusimu:
51 sanyii Baqbuuq, sanyii Haquufaa, sanyii Harhuur,
Wana wa Bakbuki, Hakufa, Harhuri:
52 sanyii Bazluut, sanyii Mihiidaa fi sanyii Harshaa;
Basluthi, Mehida, Barsha:
53 sanyii Barqoos, sanyii Siisaaraa fi sanyii Teemahi;
Barkosi, Sisera, Tema:
54 sanyii Neziiyaa fi sanyii Haxiifaa
Nesia, Tefa
55 Sanyii tajaajiltoota Solomoon: Sanyii Soxaayi, sanyii Sofereetii fi sanyii Firuudaa;
Wana wa watumishi wa Selemani: Wana wa Sotai, Soferethi, Peruda,
56 sanyii Yaʼilaa, sanyii Darqoonii fi sanyii Gideel;
Yaala, Darkoni, Gideli,
57 sanyii Shefaaxiyaa, sanyii Haxiil, sanyii Fookeret-Hazbaayimii fi sanyii Aamii;
Shefatia, Hatili, Pokereth-Sebaimu, Amoni,
58 tajaajiltoota mana qulqullummaatii fi sanyiin tajaajiltoota Solomoon 392.
Walikuwa jumla ya watumishi mia tatu tisini na mbili waliochaguliwa kutumika katika Hekalu pamoja na wana wa watumishi wa Selemani.
59 Warri armaan gadiis magaalaawwan Teel Melaa, Teel Hareshaa, Kiruub, Adaanii fi Imeeriitii dhufan; isaan garuu akka maatiin isaanii sanyii Israaʼel taʼan mirkaneessuu hin dandeenye; isaanis:
Wale ambao walitoka Tel-mela, Tel-harsha, Kerubu, Adani, na Imeri, Lakini hawakuweza kuthibitisha kizazi chao kilitoka Israeli-
60 sanyiin Delaayaa, sanyiin Xoobbiyaa fi sanyiin Neqoodaa 652.
pamoja na mia sita hamsini na mbili wana wa Delaya, Tobia na Nekoda.
61 Luboota keessaa immoo: Sanyii Habayaa, sanyii Haqoosii fi kan Barzilaay; Barzilaayiin kun sababii intala Barzilaay namicha Giliʼaad sanaa fuudheef maqaa kanaan waamame.
Vilevile, kutoka kwa wana wa kuhani: Wana wa Habaya, Hakosi, Barzilai (ambaye alipata mke kutoka kwa binti ya Barzilai, Mgileadi na akaitwa kwa jina lao)
62 Isaan kunneen sababii galmee hidda dhalootaa keessaa maqaa maatii isaanii barbaadanii dhabaniif akka xuraaʼotaatti ilaalamanii tajaajila lubummaa dhowwaman.
Walitafuta kumbukumbu ya kizazi chao, lakini haikupatikana, hivyo wakaondolewa kwenye ukuhani kama wasiosafi.
63 Bulchaan biyyattiis hamma lubni Uriimii fi Tumiimiidhaan tajaajilu tokko argamutti akka isaan nyaata nyaata hunda caalaa qulqulluu taʼe kam iyyuu hin nyaanneef isaan ajaje.
Hivyo kiongozi akawakataza wasile kitu chochote kitakatifu kilichotakaswa mpaka kuhani mwenye Urimu na Thumimu athibitishe.
64 Warri boojuudhaa deebiʼan walumaa galatti namoota 42,360 turan;
Jumla ya kundi 42, 360,
65 kana malees tajaajiltoonni isaanii dhiiraa fi dubartiin 7,337 turan; akkasumas isaan faarfattoota dhiiraa fi dubartii 200 qabu ture.
ukiondoa watumishi na wasaidizi (wao walikuwa 7, 337) waimbaji Hekaluni wanaume na wanawake (mia mbili)
66 Isaan farda 736, gaangolii 245,
Farasi wao: 736, Nyumbu wao: 245.
67 gaala 435 fi harree 6,720 qabu ture.
Ngamia wao: 435. Punda wao: 6, 720.
68 Yommuu isaan mana Waaqayyoo kan Yerusaalem keessa jiru sana gaʼanitti hangafoonni maatiiwwanii tokko tokko akka manni Waaqaa iddoo isaatti deebiʼee ijaaramuuf kennaa fedhiidhaan kennamu ni gumaachan.
Walipokwenda kwenye nyumba ya Yahwe Yerusalem, wakuu wa mababa walijitoa kwa hiari kujenga nyumba.
69 Isaanis akkuma dandeettii isaaniitti warqee daariikii 61,000, meetii minnaanii 5,000 fi uffata lubootaa 100 horii hojii kanaaf walitti qabametti ni dabalan.
Walitoa kadiri ya uwezo wao katika kufadhili kazi: Dhahabu za darkoni sitini na moja elfu, mane za fedha elfi tano na mavazi mia moja ya makuhani.
70 Luboonni, Lewwonni, faarfattoonni, eegdonni karraa fi tajaajiltoonni mana qulqullummaa namoota tokko tokko wajjin magaalaawwan ofii isaanii keessa qubatan; Israaʼeloonni kaan magaalaawwan ofii isaanii keessa qubatan.
Basi makuhani na walawi, watu, waimbaji hekaluni, na walinzi wa getini, na wale waliochaguliwa kutumika katika Hekalu walikaa katika miji yao. Watu wote katika Israel walikuwa katika miji yao.