< Keessa Deebii 30 >
1 Yommuu eebbii fi abaarsi ani fuula kee dura kaaʼe kun hundi si argatee ati saboota Waaqayyo Waaqni kee keessatti si bittinneessu hunda gidduu jiraatutti yoo ati waan sana yaadattu,
Hagi menina tare kantre tamaveri nehuanki, mago kana Rana tamagri Anumzamo'a tamazeri so'e hugahianki, mago kana Ramo'a tamazeri haviza hugahianki, tamagra'a inankante vugahaze huhamprigahaze. Hagi maka ama ana knazamo'ma Rana tamagri Anumzamo'ma huramante'nigetma umanisaza vahe'mokizmi kumapima tamagrite'ma fore'ma hanigetma, amana tare kantrema tamaveri'ma huankanku tamagesa antahigahaze.
2 yommuu atii fi ijoolleen kee gara Waaqayyo Waaqa keetiitti deebitanii akkuma waan ani harʼa isin ajaju hundaatti garaa keessanii fi lubbuu keessan guutuudhaan isaaf ajajamtan,
Tamagrane tamagripinti'ma fore hanaza vahe'ene rukrahe huta Rana tamagri Anumzamofonte eta, tumotimireti'ene tamagu'areti'ene huta Rana tamagri Anumzamofonkea maka menima tamasamua kante anteta avaririho.
3 Waaqayyo Waaqni kee boojuu kee siif deebisee garaa siif laafuudhaan saboota gidduu isaaniitti si bittinneesse hunda keessaa deebisee walitti si qaba.
Ana'ma hanageno'a, Rana tamagri Anumzamo'a ete tamazeri knare nehuno, asunku huneramanteno, tamahe panani'ma higetama ufre efrema hu'naza moparegatira tamavre atru hugahie.
4 Yoo ati samii jalatti lafa akka malee fagootti geeffamtee jiraatte illee Waaqayyo Waaqni kee walitti si qaba; deebisees si fida.
Hagi mopa atumparega afete umanigahazanagi, Rana tamagri Anumzamo'a ete tamavre atruhuno tamavreno egahie.
5 Inni biyya abbootii keetiitti si galcha; atis ni dhaalta. Inni abbootii kee caalaa si sooromsa; akka malee si baayʼisas.
Hagi Rana tamagri Anumzamo'a ete tamavreno ko'ma tamafahe'zama erisantima hare'naza mopafi enigetama ana mopa erisintihareta mani'ne'nageno maka'zama hanaza zampina, tamazeri knare nehina tamafahe'ina zamagatereta rama'a vahe fore huta manigahaze.
6 Akka ati garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan isa jaallattee jiraattuuf Waaqayyo Waaqni kee garaa keetii fi garaa sanyiiwwan keetii dhagna ni qaba.
Ana nehuno Rana tamagri Anumzamo'a tamagri'ene mofavretimimofo zamagu'a eri rukrahehinketa tamagu'areti'ene tumotamireti'ene huta, Rana tamagri Anumzamofona avesinenteta za'zatera manita vugahaze.
7 Waaqayyo Waaqni kee abaarsa kana hunda warra si jibbanii si rakkisan irra ni kaaʼa.
Hagi Ra Anumzana tamagri Anumzamo'a ha' vahetimo'zama tazeri havizama nehaza vahete ama ana maka knazana zamino zamazeri haviza hugahie.
8 Atis deebitee Waaqayyoof ni ajajamta; ajaja isaa kanneen ani harʼa si ajaju hundas ni eegda.
Ana hanigeta ete Ramofo kea nentahita, maka menima neramasamua kasege'a avaririgahaze.
9 Ergasiis Waaqayyo Waaqni kee hojii harka keetii hundaa fi ijoollee gudeeda keetii baʼaniin, jabboota keetii fi midhaan lafa qotiisaa keetiitiin si sooromsa. Waaqayyo akkuma abbootii keetti gammade sana sittis gammadee si sooromsa;
Ana'ma hanageno'a Rana tamagri Anumzamo'a maka zama hanaza zana erimporeno eri knare hinketa, maka zampina knare hugahaze. Ramo'a mofavreramina rama'a neramamino, bulimakao afutamina zamazeri hakare nehuno, nezantamina erimporenenteno, hozatamia eri knare hinketa rama'a hoza vasagegahaze. Na'ankure Rana tamagri Anumzamo'a tamagrikura tusi muse huneramanteno, tamagehe'ima hu'neaza huno tamazeri knare hinketa, maka zampima knare nehutma,
10 kunis yoo ati Waaqayyo Waaqa keetiif ajajamtee ajajawwanii fi qajeelchawwan isaa kanneen Kitaaba Seeraa kana keessatti barreeffaman eeguudhaan garaa kee guutuu fi lubbuu kee guutuudhaan gara Waaqayyo Waaqa keetiitti deebite taʼa.
ke'ama nentahita, ama avontafepima krente'nea tra ke'ane kasege'anena nevariritma, tamagu'areti'ene tumotmi'areti'enema hutma Rana tamagri Anumzamofonte'ma esageno'a, Agra muse huramanteno avesiramantegahie.
11 Wanni ani harʼa si ajaju kun rakkisaa yookaan kan sirraa fagaate miti.
Amama menima neramamua kasegemo'a amuhoa osu'nenkita amane antahi ama nehuta, tavaontamire me'neankita kegahaze.
12 Akka ati, “Akka nu dhageenyee isa eegnuuf eenyutu gara samiitti ol baʼee fidee nutti hima?” jettee hin gaafanneef inni ol samii gubbaa hin jiru.
Hagi ama ana kasegea monafina omneneankita, iza marerino omerino eme tamisigeta antahigahune huta osugahaze.
13 Yookaan akka ati, “Akka nu dhageenyee isa eegnuuf eenyutu galaana ceʼee fidee nutti hima?” jettee hin gaafanneef inni galaana gama hin jiru.
Hagi ete ama ana kasegemo'a hagerimofo kantu kaziga omne'neankita, iza hagerina takaheno omerino eme tami'nigeta antahigahune huta osugahaze.
14 Dubbiin sun garuu baayʼee sitti dhiʼoo jira; akka ati isa eegduufis inni afaan keetii fi garaa kee keessa jira.
I'o, ama ana kasegemo'a tava'ontmire'ene tamagipine, tamagu'afine me'neankita amane avaririgahaze.
15 Kunoo ani harʼa jireenyaa fi eebba, duʼaa fi badiisa fuula kee dura kaaʼeera.
Hagi antahiho, menina asimu'ma erino mani'zane, knare nomani'zana tamaveri nehu'na, fri'zane tamazeri havizama hania zanena tamaveri nehuankitma tamagra'a huhamprigahaze.
16 Ani akka ati Waaqayyo Waaqa kee jaallattu, akka karaa isaa irras deemtuu fi akka ati ajajawwan isaa, qajeelchawwan isaatii fi seerawwan isaa eegdu si ajaja; ergasiis ati lubbuun jiraattee ni baayʼatta; Waaqayyo Waaqni kees biyya ati dhaaluuf itti galtutti si eebbisa.
Hagi nagra menima hiho hu'nama nehuana, Ra Anumzana tamagri Anumzamofo avesinenteta kasege'ane, tra ke'ane Agri avu'ava'ene avaririho hu'na huneramantoe. E'i anama hanutma amama unefraza mopafina knare huta mani'neta vahera kasepazi nehanageno, Rana tamagri Anumzamo'a asomu huramantegahie.
17 Garuu yoo yaadni kee karaa irraa jalʼatee ati ajajamuu baatte, yoo ati waaqota kaan waaqeffachuu fi isaan tajaajiluuf jettee fudhatamte,
Hianagi tamagu'amo'ma rukarahe'ma nehina, kema ontahita atreta ru anumzantamima ome nevaririta mono'ma huntesazana,
18 ani akka isin dhugumaan baddan harʼa isinittin hima. Isin Yordaanosin ceetanii biyya itti galtanii dhaaltan keessas bara dheeraa hin jiraattan.
tamage hu'na menina huama hu'na neramasamuankita frigahaze. Hagi Jodani tima takaheta vuta ome eri'zama nehaza mopafina za'zatera omanigahaze.
19 Ani akkan jireenyaa fi duʼa, eebbaa fi abaarsa fuula kee dura kaaʼee jiru harʼa samii fi lafa ragaan godhee sitti waama. Egaa atii fi ijoolleen kee akka jiraattaniif jireenya filadhu;
Hagi menina monane mopane kehugeke negake'na, asimu'ma erino mani'zane knare nomani'zana nente'na, fri'zane tamazeri havizama hania kanena me'negu tamagrane mofavretiminena asimu erino mani'za e'nerita knare huta maniho.
20 kunis akka ati Waaqayyo Waaqa kee jaallatuuf, akka dubbii isaa dhageessee isatti maxxantee jiraattuuf. Waaqayyo sababii jireenya kee taʼeef, biyya abbootii kee Abrahaamiif, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif kennuuf kakateef sana keessatti bara dheeraa siif kenna.
Hagi Rana tamagri Anumzamofona avesinenteta, ke'a nevaririta azeri antarako hiho. Na'ankure asimu'ma erino mani'zana Agra neramamino kafu zagetimia eri za'za hina tamagehe'i, Abrahamuma, Aisaki'ma Jekopukizmima Ramo'ma huvempa huno huhampri zamante'nea mopafina zazate manigahaze.