< 1 Qorontos 15 >
1 Ammas yaa obboloota, ani waaʼee wangeela ani isinitti lallabe, kan isin fudhattanii ittiin dhaabatan sanaa isin yaadachiisuu nan barbaada.
Bakwetu, nimi zibisa kuti evengeli ini ba mi wambili imuba tambuli ni ku zimana.
2 Isin yoo dubbii ani isinitti lallabe sana jabeessitanii qabattan wangeeluma kanaan ni fayyitu. Yoo kanaa achii akkasumaan amantan jechuu dha.
Kayo evangeli njimi haza heba muibika kakuti niba imhi, heba nimu wondisa che ziho manzwi aniba kutazi kwenu, chikuna bulyo intumelo yenu kaina intuso.
3 Anis waanan fudhadhe duraan dursee dabarseen isinitti kenneeraatii; akka Katabbiiwwan Qulqulluun dubbatanitti, Kiristoos cubbuu keenyaaf jedhee duʼe;
Kakuti, matangilo, zimwi za butokwa zini ba tambuli: Kuti Jesu aba tu fwili bakeñicha zibi zetu, kakuya cha mañolo,
4 ni awwaalames; akka Katabbiiwwan Qulqulluun dubbatanitti guyyaa sadaffaatti duʼaa kaafame.
kuti aba zikwa, imi aba buswa che zuba lya butatu cha kuya cha mañolo.
5 Inni duraan dursee Keefaatti, ergasiis warra Kudha Lamaanitti mulʼate.
Mukuti aba boneki kwa Cefasi, niku balutwana bena ikumi niyenke,
6 Sana booddee yeroo tokkotti obboloota dhibba shanii ol taʼanitti mulʼate; isaan keessaas yoo muraasni boqotan iyyuu hedduun isaanii hamma ammaatti ni jiru.
Cwale aba bonahali ku chicaba china myanda yilikana iyanza cheyo inako. Bamwi kubali basi hala, bamwi cibaba lali.
7 Ergasiis Yaaqoobitti, itti aansee ergamoota hundatti mulʼate;
Cwale cha libonahaza kwa James, mi ni kuba Apositola.
8 dhuma irratti immoo ana kan akka gatataatti dhalateetti lakkaaʼamutti mulʼate.
Ku ma manimani, cha libonahaza kwangu, sina mwana yaba zalwa che nako ifosahele.
9 Ani ergamoota hundaa gadi; ergamaa jedhamee waamamuun iyyuu naaf hin malu; ani waldaa kiristaanaa Waaqaa ariʼachaan tureetii.
Njeme nimunini ku ba Apositola mi kani lukeli ku sumpwa Muapositola, kakuli niba nyandisi ikeleke ye Ireeza.
10 Garuu ani ayyaana Waaqaatiin akkuman jiru kana jira; ayyaanni isaa kan naa kennames akkasumaan hin hafne. Ani hunduma isaanii caalaa jabaadhee hojjedheera; kanas utuu ana hin taʼin ayyaana Waaqaa kan na wajjin jirutu hojjete.
Kono ka chisemo che Ireeza njeme chili icho, mi chisemo chakwe kwangu kana niba chi hewa kusena intuso. Mukuti, niba sebezi cheziho ku hita bamwi. imi kana ibali njeme. Kono chisemo che Ireeza china kwangu.
11 Egaa anas taʼu yookaan isaan, wanni nu lallabnu, wanni isin amantanis kanuma.
Heba ime kapa abo chitu kutaza niku zumina.
12 Kiristoos warra duʼan keessaa akka kaafame erga lallabamee, isin keessaa namoonni tokko tokko akkamitti duʼaa kaʼuun warra duʼanii hin jiru jechuu dandaʼu ree?
Linu ku lutwa kuti krisite aba buki fubafu, cwale cinzi bamwi haba kanana kuti kakwina kubuswa ku bafu?
13 Erga duʼaa kaʼuun warra duʼanii hin jirre, Kiristoos iyyuu duʼaa hin kaafamne jechuudha kaa!
Kono heba kakwina kubuswa kubafu, cwale nji kuti ni Jesu kana aba buki kubafu,
14 Erga Kiristoos duʼaa hin kaafamin immoo lallabni keenya faayidaa hin qabu; amantiin keessanis faayidaa hin qabu.
Imi heba Jesu kana aba buki, cwale inkutazo zetu kazina intuso. mi ni ntumelo yenu kaina intuso.
15 Kana malees Waaqni Kiristoosin duʼaa kaaseera jennee waaʼee Waaqaa waan dhugaa baaneef, nu waaʼee Waaqaa dhuga baatota sobaa taanee argamneerra. Garuu erga warri duʼan hin kaafamin inni Kiristoosin hin kaafne jechuu dha.
Imi tu wanika kuti tu mpanki za mapa kuamana ni Ireeza. Mukuti tuba paki kuti Ireeza aba busi Jesu, kanti kana aba mubusi,
16 Yoo warri duʼan kaafamuu baatan, Kiristoosis duʼaa hin kaafamneetii.
Heba kuti bafu kena babuswa, mini Jesu kana aba buswa kubafu.
17 Erga Kiristoos duʼaa hin kaafamin amantiin keessan faayidaa hin qabu; isinis ammuma iyyuu cubbuu keessa jirtu.
Kambe Jesu kana aba buswa, intumelo yenu kaina intuso, imi musina mucibi.
18 Yoos warri utuu Kiristoositti jiranuu boqotan baduu isaanii ti.
Abo baba fwi ni Jesu baba fwilili,
19 Yoo jireenya ammaa qofaaf Kiristoosin abdanne nu warra namni hundi naʼuuf taʼuu keenya.
Haiba tusepete jesu mubuhalo bwetu bu mana, tumaibite ku hita bonse ba fwile.
20 Amma garuu Kiristoos warra boqotaniif hangafa taʼee dhugumaan warra duʼan keessaa kaafameera.
Kono krisite aba buswa kuba fwile ceyo inako, nji chichelo che ntazi kuba fwile.
21 Akkuma duuti karaa nama tokkootiin dhufe, akkasuma immoo duʼaa kaʼuun warra duʼanii karaa nama tokkootiin dhufeetii.
Sina ifu hali bezi cha muntu, imi ka muntu kubuswa kubezi chefu.
22 Akkuma hundinuu Addaamiin duʼan, hundinuu Kiristoosiin jiraatoo ni taasifamuutii.
Kono cha Adama bonse baba fwi, mi hape bonse ka bahale.
23 Kun hundinuus yeroo dabaree isaatti ni taʼa; Kiristoos hangafticha, ergasii immoo yeroo inni deebiʼee dhufutti warra kan Kiristoos taʼan.
Muntu ni muntu ka buke che nako yakwe: Kirisite, chililo che ntanzi, imi nabo ba wanika kwa Krisite kabeze ba buswe hete na keze.
24 Innis erga bulchiinsa hunda, taayitaa fi humna hunda balleessee booddee, yeroo Waaqa Abbaatti mootummaa dabarsee kennutti dhumni ni taʼa.
Imi kaibe nji mamanimani, Krisite hete na tambike mubuso kwe Ireeza Tayo. Njinako yete na manise milao, mubuso ne nguzu,
25 Inni hamma diinota isaa hunda miilla isaa jala galfatutti moʼuu qabaatii.
Kono u swanela ku busa kuhita zila zakwe chiza ba mwi konde lya matende akwe.
26 Diinni dhumaa kan barbadeeffamuu qabu duʼa.
Chila cha mamanimani ku ku maniswa ifu.
27 Inni, “Waan hunda miilla isaa jala galcheeraatii.” Garuu “Wanni hundi” isa jala galfameera jechuun akka isa waan hunda isa jala galche sana hin dabalatin beekamaa dha.
Kono,”Iye cha bika zintu zonse mwi konde lya matende akwe”, Kono hachi wamba kuti” aba biki zintu zonse”, imi zintu zonse ziba bikwa mwi konde lyakwe, ku zuweka iye ka balwa mwa teni.
28 Erga waan kana godhee booddee akka Waaqni waan hundumaan hundumaa taʼuuf Ilmi mataan isaa iyyuu isa waan hundumaa miilla isaa jala galche sanaaf ni bula.
Imi zintu zonse chiza bikwa mwi konde lyakwe, imi ni mwana kabikwe mu mata akwe. Ilikuti Ireeza abe wa zintu zonse kubantu bonse.
29 Yoo duʼaa kaʼuun jiraachuu baate namoonni warra duʼaniif jedhanii cuuphaman maal gochuu isaanii ti? Warri duʼanis yoo duʼaa hin kaafamin namoonni maaliif qooda isaanii cuuphamu ree?
Kapa ka tende nji abo ba ba kolobezwa kubafu? Heba bafu kete ni ba buswe, heba bafu kaba buki chi haba kolobezwa?
30 Nu maaliif saʼaatii hunda balaaf of saaxilla?
Imi chinzi neswe hatu hala mubukabo inako yonse?
31 Yaa obboloota, ani guyyuma guyyaan akkan duʼu of jajuu karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuusiin isin irratti qabuun nan kakadha.
Ni wamba buniti bakwetu, sina hanina ibaka lya kulitemba kenu kwa Jesu Krisite Simwine wetu, nicho, kuti nina mwi fu izuba ne zuba,
32 Ani akka namaatti Efesoonitti bineensa wajjin wal loluun koo, erga warri duʼan hin kaafamnee, maal na fayyada? “Kottaa ni nyaannaa; ni dhugnas; bor ni duunaatii.”
Chinzi cini wana ku muntu, heba kuti niba lwi ni zibatana mwa Efese kamukwa wa bantu fela, heba kuti bafu kete niba buke? Cwale tulye niku nywa, kakuti lye izona katufwe.
33 Hin gowwoomfaminaa: “Hiriyaan hamaan amala gaarii balleessa.”
Kanji mulicengi, kuti itwayelano imbi zi sinya mukwa mulotu,
34 Gara qalbii keessan isa qajeelaatti deebiʼaa; cubbuu hojjechuus dhiisaa; namoonni Waaqa hin beekne tokko tokko isin gidduu jiruutii. Anis isin qaanessuufin waan kana dubbadha.
Mulilekule! Mi muhale cha ku luka! Imi kanji mutendi chibi. sina bamwi kwenu habasena inzibo ye Ireeza. Nimi wambila izo kuti muswabe.
35 Garuu namni tokko, “Warri duʼan akkamitti kaafamu? Dhagna akkamiitiin dhufu?” jedhee ni gaafata taʼa.
Kono zumwi mwa ka wambe, “Bafu babuswa ka mubili wina buti?
36 Yaa gowwaa! Wanni ati facaaftu yoo duʼe malee jireenya hin argatu.
Kubula ingana kwako! Ili kuli cho byala kachi woli ku mena konji hacifwa.
37 Wanni ati facaaftu sanyiidhuma, jechuunis sanyii qamadii yookaan sanyii midhaan biraati malee dhagna midhaan biqilee guddachuuf jiru sanaa miti.
Imi cho byala kanji wona mubili wete ube, kono u byala imbuto isa zwete. Iwola kwiza ka buloto kapa chimwi chintu.
38 Waaqni garuu akkuma fedhetti dhagna isaaf kenna; tokkoo tokkoo gosa sanyiitiifis dhagna mataa isaa kenna.
Kono Ireeza kahe mubili kaku keta, mi ke mbuto ni mbuto ka mubili wayo,
39 Foon hundinuu tokko miti; namni foon gosa tokkoo qaba; horiin foon gosa biraa, simbirroon foon gosa biraa, qurxummiinis foon gosa biraa qabu.
Inyama zonse kazi swani, kono inyama ya bantu ingi, ni imwi nyama ya zinyolozi, imwi nyama ya zizuni, imwi inyama yenswi.
40 Akkasuma immoo dhagnawwan samii irraa ni jiru; dhagnawwan lafa irraas ni jiru; garuu ulfinni dhagnawwan samii irraa gosa tokko; ulfinni dhagnawwan lafa irraa immoo gosa biraa ti.
Hape kwina mibili ya kwi wulu, ne mibili ya hansi. Kono ikanya yo mubili wo kwi wulu ungi, ni kanya ya mubili wa hansi ingi.
41 Aduun ulfina gosa tokkoo qabdi; jiʼis ulfina gosa biraa, urjiiwwanis ulfina gosa biraa qabu; urjiin tokko ulfinaan urjii biraatiin addaatii.
Kwina ikanya yonke ye zuba, ni kanya ya mwezi, ni kanya ye nkani. Kono inkani ne nkani i chinchana kwi kanya.
42 Duʼaa kaʼuun warra duʼaniis akkasuma. Dhagni facaafamu kan baduu dha; kan hin badne taʼee immoo kaafama.
Niku buka kwa bafu kakube bulyo. Mubili u byalwa ni usa boli, imi kau buke nosa boli, imbuto isana iba byalwa hande kai bukile mwi kanya.
43 Inni salphinaan facaafama; ulfinaan kaafama; dadhabbiin facaafama; humnaan kaafama;
Kai byalwe ni ifokwele; mi kaibuke ne nguzu.
44 dhagna fooniitu facaafama; dhagna hafuuraatu kaafama. Erga dhagni foonii jiraate, dhagni hafuuraas ni jira.
Iba byalwa ka mubili wina bulyo; mi kau buke mumubili wa luhuho. Heba kwina mubili bulyo, mi kwina mubili wa luhuho.
45 Kanaaf, “Addaam namichi jalqabaa lubbuu jiraataa taʼe” jedhamee barreeffameera; Addaam inni dhumaa immoo hafuura jireenya kennu taʼe.
Imi kuñoletwe kuti, “Mukwame we ntanzi Adama aba bi mubili u hala. Adama wa mamanimani aba hi luhuho lwa buhalo.
46 Inni jalqabatti dhufe garuu isa hafuuraa utuu hin taʼin isa foonii ti; inni hafuuraa immoo ergasii dhufe.
Kono luhuho kena luba kezi lwe ntanzi kono che nyama, chichilila che nyama.
47 Namichi duraa lafa irraa dhufe; inni kan lafaa ti; namichi lammaffaan immoo samii irraa dhufe.
Mukwame we ntanzi wa hansi, aba bumbwa he longo. Mukwame wa bubeli uzwa kwi wulu.
48 Warri kan lafaa taʼan akkuma namicha lafa irraa sanaa ti; warri kan samii taʼan immoo akkuma namicha samii irraa dhufe sanaa ti.
Mwe kalile wa hansi, ni bahansi mube kalile. Mi mwe kalile we kwiwulu, niba kwiwulu mube kalile.
49 Nu akkuma bifa namicha lafaa sanaa uffanne, akkasuma immoo bifa namicha samii sanaa ni uffanna.
Sina hatu zabele chiswaniso che longo, mutu zabale bulyo ni chiswaniso ca kwiwulu.
50 Yaa obboloota, akka foonii fi dhiigni mootummaa Waaqaa dhaaluu hin dandeenye yookaan akka inni badu isa hin badne dhaaluu hin dandeenye ani isinitti nan hima.
Linu ni cho kuti, bakwetu, malaha ni nyama kazi woli ku muna mubuso we Ireeza. Mi chi bola kachi woli ku muna chisa boli.
51 Kunoo, ani icciitii tokko isinittin hima: Hundi keenya hin duunu; nu hundi garuu ni geeddaramna;
Mubone nimi wambila indaba yiba patitwe: Tubonse kete ni tufwe, kono tubonse katu sanduke.
52 kunis yeroo malakanni dhumaa afuufamu yeruma sanatti hamma liphsuu ijaatti raawwatama. Malakanni ni afuufamaatii; warri duʼanis kanneen hin badne taʼanii ni kaafamu; nus ni geeddaramna.
Tubonse katu sanduke chaku koba kwe liinso, che mpeta ya mamanimani. Impeta kazi lile, mi bafwile kaba buswe ku bafu.
53 Inni badu kun isa hin badne, inni duʼu kun immoo isa hin duune uffachuu qabaatii.
Mi chi bola ci zwate kusa bola, mi cifwa chi zwate kusa fwa.
54 Yeroo inni badu isa hin badne uffatee, inni duʼu immoo isa hin duune uffatutti dubbiin akkana jedhamee barreeffame sun ni raawwatama; “Duuti moʼichaan liqimfameera.” Akkasumas,
Chi bola keyo inako muchi zwate chisa boli, mi chifwa chi zwate kusafwa, mi kaku tendahale kenzwi ku ñoletwe kuti, imi ifu liba minwa niku shila.
55 “Yaa duʼa, moʼichi kee meerre? Yaa duʼa, ilkeen kee meerre?” (Hadēs )
Iwe ifu ku shila kwako kwinahi? Iwe ifu, chihaiso chako chinahi? (Hadēs )
56 Ilkeen duʼaa cubbuu dha; humni cubbuu immoo seera.
Chihaiso chefu chibi, mi inguzu ze chibi mulao.
57 Waaqa karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin moʼicha nuu kennuuf garuu galanni haa taʼu!
Kono tumela kwe Ireeza yaba tuhi ku tula kwa Simwine Jesu Krisite!
58 Kanaafuu yaa obboloota koo jaallatamoo, jabaadhaa dhaabadhaa. Wanni tokko isin hin sochoosin; akka dadhabbiin keessan Gooftaa biratti faayidaa malee hin hafne waan beektaniif yeroo hunda hojii Gooftaatiif guutummaatti of kennaa.
Cwale bakwetu, mukole kanji munyanganiswa. Mi mukole mumisebezi ya Simwine, ni mwizi kuti misebezi yenu kwa Simwine ina intuso.