< 1 Seenaa 6 >

1 Ilmaan Lewwii: Geershoon, Qohaatii fi Meraar.
EIA na keikikane a Levi; o Geresoma, o Kohata, a o Merari.
2 Ilmaan Qohaati: Amraam, Yizihaar, Kebroonii fi Uziiʼeel.
O na keikikane a Kohata; o Amerama, o Izehara, o Heberona, a o Uziela.
3 Ijoolleen Amraam: Aroon, Musee fi Miiriyaam. Ilmaan Aroon: Naadaab, Abiihuu, Eleʼaazaarii fi Iitaamaar.
A o na keiki a Amerama; o Aarona, o Mose, a o Miriama. O na keikikane hoi a Aarona; o Nadaba, o Abihu, o Eleazara, a o Itamara.
4 Eleʼaazaar abbaa Fiinehaas; Fiinehaas immoo abbaa Abiishuuwaa ti;
Na Eleazara o Pinehasa, na Pinehasa o Abisua,
5 Abiishuuwaan abbaa Buukii ti; Bukiin immoo abbaa Uzii ti;
Na Abisua o Buki, na Buki o Uzi,
6 Uzii abbaa Zeraayaa ti; Zaraaʼiyaan abbaa Meraayootii ti;
Na Uzi o Zerahia, na Zerahia o Meraiota,
7 Meraayoot abbaa Amariyaa ti; Amariyaan abbaa Ahiixuubii ti;
Na Meraiota o Amaria, na Amaria o Ahituha,
8 Ahiixuub abbaa Zaadoqii ti; Zaadoq abbaa Ahiimaʼazii ti;
Na Ahituba o Zadoka, na Zadoka o Ahimaaza,
9 Ahiimaʼaz abbaa Azaariyaa ti; Azaariyaa abbaa Yoohaanaanii ti;
Na Ahimaaza o Azaria, na Azaria o Iohanana,
10 Yoohaanaan abbaa Azaariyaa ti; inni luba taʼee mana qulqullummaa kan Solomoon Yerusaalemitti ijaare keessa tajaajilaa ture.
Na Iohanana o Azaria, (ka mea ia ia ka oihana kahuna ma ka luakini a Solomona i hana'i i Ierusalema; )
11 Azaariyaa abbaa Amariyaa ti; Amariyaan abbaa Ahiixuubii ti;
Na Azaria o Amaria, na Amaria o Ahituba,
12 Ahiixuub abbaa Zaadoqii ti; Zaadoq abbaa Shaluumii ti;
Na Ahituba o Zadoka, na Zadoka o Saluma,
13 Shaluum abbaa Hilqiyaa ti; Hilqiyaa abbaa Azaariyaa ti;
Na Saluma o Hilekia, na Hilekia o Azaria,
14 Azaariyaa abbaa Seraayaa ti; Seraayaan abbaa Yehoozaadaaqii ti.
Na Azaria o Seraia, na Seraia o Iehozadaka.
15 Yeroo Waaqayyo akka sabni Yihuudaatii fi Yerusaalem Nebukadnezariin boojiʼamu godhetti Yehoozaadaaqis boojiʼamee fudhatame.
A hele aku la o Iehozadaka, i ka wa a Iehova i lawe pio aku ai i ka Iuda, a me ko Ierusalema ma ka lima o Nebukaneza.
16 Ilmaan Lewwii: Geershoom, Qohaatii fi Meraarii.
Eia na keikikane a Levi; o Geresoma, o Kohata, a o Merari.
17 Maqaan Ilmaan Geershoom kanaa dha: Loobeenii fi Shimeʼii.
Eia na inoa o na keiki o Geresoma; o Libeni a o Simei.
18 Ilmaan Qohaati: Amraam, Yizihaar, Kebroonii fi Uziiʼeel.
A o na keikikane a Kohata, o Amerama, o Izihara, o Heberona, a o Uziela.
19 Ilmaan Meraarii: Mahilii fi Muusii. Isaan kunneen Lewwota balbala balbala abbootii isaaniitiin lakkaaʼamanii dha:
O na keikikane a Merari; o Meheli, a o Musi O lakou na ohana a ka poe Levi, mamuli o ko lakou mau kupuna.
20 Balbala Geershoom keessaa: Ilma isaa Loobeen, ilma isaa Yahaati, ilma isaa Zimaati,
Na Geresoma; o Libeni kana keiki, o Iahata kana keiki, o Zima kana keiki,
21 ilma isaa Yooʼaa, ilma isaa Iddoo, ilma isaa Zeraa fi ilma isaa Yeʼaateraayi.
O Ioa kana keiki, o Ido kana keiki, o Zera kana keiki, o Ieaterai kana keiki.
22 Ilmaan Qohaati: Ilma isaa Amiinaadaab, ilma isaa Qooraahi, ilma isaa Asiir,
O na keikikane a Kohata; o Aminadaba kana keiki, o Kora kana keiki, o Asira kana keiki,
23 ilma isaa Elqaanaa, ilma isaa Ebiyaasaaf, ilma isaa Asiir,
O Elekana kana keiki, o Ebiasapa kana keiki, o Asira kana keiki,
24 ilma isaa Tahaat, ilma isaa Uuriiʼeel, ilma isaa Uziyaa fi ilma isaa Shaawul.
O Tahata kana keiki, o Uriela kana keiki, o Uzia kana keiki, o Saula kana keiki.
25 Ilmaan Elqaanaa: Amaasaayi, Ahiimooti,
A o na keikikane a Elekana, o Amasai, a o Ahimota;
26 ilma isaa Elqaanaa, ilma isaa Zoofayi, ilma isaa Naahat,
O laua ka Elekana: o na keikikane a Elekana; o Zopai kana keiki, o Nahata kana keiki,
27 ilma isaa Eliiyaab, ilma isaa Yeroohaam, ilma isaa Elqaanaa fi ilma isaa Saamuʼeel.
O Eliaba kana keiki, o Ierohama kana keiki, o Elekana kana keiki.
28 Ilmaan Saamuʼeel: Ilma isaa Yooʼeel hangaftichaa fi ilma isaa lammaffaa Abiyaa.
O na keikikane a Samuela; o Vaseni ka makahiapo, a o Abia.
29 Ilmaan Meraarii: Mahilii, ilma isaa Loobeen, ilma isaa Shimeʼii, ilma isaa Uzaa,
O na keiki a Merari; o Maheli, o Libeni kana keiki, o Simei kana keiki, o Uza kana keiki,
30 ilma isaa Shimeʼaa, ilma isaa Hagiyaa fi ilma isaa Asaayaa.
O Simea kana keiki, o Hagia kana keiki, a o Asaia kana keiki.
31 Namoonni erga taabonni dhufee achi boqotee booddee Daawit akka isaan faarfannaadhaan mana Waaqayyoo keessa tajaajilaniif muude kanneenii dha.
O lakou ka poe a Davida i hoonoho ai maluna o ka oihana hoolea ma ka hale o Iehova, mahope mai o ka manawa i kau malie ai ka pahuberita.
32 Isaanis hamma Solomoon Yerusaalem keessatti mana qulqullummaa Waaqayyoo ijaaretti dunkaana qulqulluu, dunkaana wal gaʼii duratti faarfannaadhaan tajaajilaa turan. Isaanis akkuma seera isaaniif kenname sanaatti hojii isaanii hojjechaa turan.
A hookauwa aku la lakou imua o kahi i ku ai ka halelewa anaina, me ka hoolea ana, a hiki i ka manawa a Solomona i hana'i ka hale o Iehova i Ierusalema: alaila ku iho la lakou i ka lakou oihana ma ko lakou mau papa.
33 Maqaan namoota ilmaan isaanii wajjin tajaajilanii kanneenii dha: Ilmaan Qohaatotaa keessaa: Heemaan Faarfataa, ilma Yooʼeel, ilma Saamuʼeel,
Eia ka poe nana i ku me ka lakou poe keiki. O na keiki a ka Kohata; o Hemana he mea hoolea, ke keiki a Ioela, ke keiki a Samuela,
34 ilma Elqaanaa, ilma Yeroohaam, ilma Eliiʼeel, ilma Tooʼaa,
Ke keiki a Elekana, ke keiki a Iehorama, ke keiki a Eliela, ke keiki a Toa.
35 ilma Zuufi, ilma Elqaanaa, ilma Mahat, ilma Amaasaayi,
Ke keiki a Zupa, ke keiki a Elekana, ke keiki a Mahata, ke keiki a Amasai,
36 ilma Elqaanaa, ilma Yooʼeel, ilma Azaariyaa, ilma Sefaaniyaa,
Ke keiki a Elekana, ke keiki a Ioela, ke keiki a Azaria, ke keiki a Zepania,
37 ilma Tahaat, ilma Asiir, ilma Ebiyaasaaf, ilma Qooraahi,
Ke keiki a Tahata, ke keiki a Asira, ke keiki a Ebiasapa, ke keiki a Kora,
38 ilma Yizihaar, ilma Qohaati, ilma Lewwii, ilma Israaʼel;
Ke keiki a Izahara, ke keiki a Kohata, ke keiki a Levi, ke keiki a Iseraela.
39 akkasumas Asaaf obboleessi Heemaan karaa mirgaatiin dhaabata ture: Asaaf ilma Berekiyaa, ilma Shimeʼaa,
A o kona hoahanau o Asapa, ka mea i ku ma kona lima akau, o Asapa ke keiki a Berakia, ke keiki a Simea,
40 ilma Miikaaʼel, ilma Baʼaseeyaa, ilma Malkiyaa,
Ke keiki a Mikaela, ke keiki a Baaseia, ke keiki a Malekia,
41 ilma Etnii, ilma Zeraa, ilma Adaayaa,
Ke keiki a Eteni, ke keiki a Zera, ke keiki a Adaia,
42 ilma Eetaan, ilma Zimaa, ilma Shimeʼii,
Ke keiki a Etana, ke keiki a Zima, ke keiki a Simei,
43 ilma Yahaati, ilma Geershoom, ilma Lewwii;
Ke keiki a Iahata, ke keiki a Geresoma, ke keiki a Levi.
44 karaa bitaa isaatiin immoo warri isaan wajjin turan gosa Meraarii keessaa: Eetaan ilma Qiisaa, ilma Abdii, ilma Maluuk,
A ma ka lima hema ko lakou poe hoahanau, na mamo a Merari. O Etana ke keiki a Kisi, ke keiki a Abedia, ke keiki a Maluka,
45 ilma Hashabiyaa, ilma Amasiyaa, ilma Hilqiyaa,
Ke keiki a Hasabia, ke keiki a Amazia, ke keiki a Hilekia,
46 ilma Amzii, ilma Baanii, ilma Shemeer,
Ke keiki a Amezi, ke keiki a Bani, ke keiki a Samera,
47 ilma Mahilii, ilma Muusii, ilma Meraarii, ilma Lewwii.
Ke keiki a Maheli, ke keiki a Musi, ke keiki a Merari, ke keiki a Levi.
48 Obboloonni isaanii Lewwonni akka hojii dunkaana qulqulluu mana Waaqaa hunda hojjetaniif ramadamanii turan.
Ua hoonohoia hoi ko lakou poe hoahanau o ka Levi i kela hana keia hana a pau o ka halelewa, ka hale o ke Akua.
49 Aroonii fi ilmaan isaa garuu akkuma waan Museen garbichi Waaqaa sun ajajee ture hundaatti hojii Iddoo Iddoo Hunda Caalaa Qulqulluu taʼe sanaatiif, sababii Israaʼeliitiifis araara buusuudhaaf iddoo aarsaa kan aarsaa gubamuutii fi iddoo aarsaa ixaanaa irratti aarsaawwan dhiʼeessaa turan.
Aka, o Aarona a me kana mau keiki, mohai aku la lakou mala na o ke kuahu no ka mohaikuni, a maluna o ke kuahu no ka mea ala, a no ka hana a pau o ke keena kapu, a e mohai kalahala no ka Iseraela, e like me na mea a pau a Mose ke kauwa na ke Akua i kauoha ai.
50 Ilmaan Aroon kanneenii dha: Ilma isaa Eleʼaazaar, ilma isaa Fiinehaas, ilma isaa Abiishuuwaa,
Aia na keikikane a Aarona; o Eleazara kana keiki, o Pinehasa kana keiki, o Abisua kana keiki,
51 ilma isaa Bukii, ilma isaa Uzii, ilma isaa Zeraayaa,
O Buki kana keiki, o Uzi kana keiki, o Zerahia kana keiki,
52 ilma isaa Meraayoot, ilma isaa Amariyaa, ilma isaa Ahiixuub,
O Meraiota kana keiki, o Amaria kana keiki, o Ahituba kana keiki,
53 ilma isaa Zaadoqii fi ilma isaa Ahiimaʼaz.
O Zadoka kana keiki, o Ahimaaza kana keiki
54 Sababii ixaan jalqabaa isaaniif baʼeef iddoowwan kunneen Aroonii fi ilmaan isaa kanneen balbala Qohaati keessaa dhufaniif ni kennaman; iddoowwan qubata isaanii kanneen akka biyya isaanii taʼaniif isaaniif ramadamanii dha:
Eia ko lakou mau wahi noho, ma ko lakou mau halelewa, iloko o ko lakou mau aina, ko na mamo a Aarona, ko na ohana a Kohata; no ka mea, no lakou ka haawina.
55 Kebroon isheen biyya Yihuudaa keessaatii fi lafti dheedaa kan naannoo isheetti argamtu isaaniif ni kennaman.
A haawi aku la lakou ia Heberona no lakou, ma ka aina o ka Iuda, a me na kula o ia wahi a puni.
56 Lafti qotiisaatii fi gandoonni naannoo Kebrooniitti argaman garuu Kaaleb ilma Yefuneetiif ni kennaman.
Aka, o na aina mahiai o ke kulanakauhale, a me na kauhale ilaila, haawi aku la lakou ia mau mea no Kaleba ke keiki a Iepune.
57 Ilmaan Arooniif immoo magaalaawwan itti baqatan Kebroon, Libnaa, Yatiir, Eshtimoʼaa,
A haawi aku la lakou i na kulanakauhale o ka Iuda no na mamo a Aarona, o Heberona ka puuhonua, o Libena me na kula ilaila, o Iatira, a o Esetemoa me ko lakou mau kula,
58 Hiileen, Debiir,
O Hilena me kona kula, o Debira a me kona kula,
59 Ashaan, Yootaa fi Beet Shemeshitu lafa dheeda isaanii wajjin kenname.
O Asana a me kona kula, a o Betesemesa a me kona kula:
60 Qooda gosa Beniyaam keessaa immoo Gibeʼoon, Gebaa, Alemetii fi Anaatootittu lafa dheeda isaanii wajjin ni kennameef. Magaalaawwan balbalawwan Qohaatotaatiif kennaman kunneen walumaa galatti kudha sadii turan.
A ma ko ka ohana a Beniamina; o Geba me kona kula o Alemeta me kona kula, a o Anatota me kona kula. O na kulanakauhale a pau ma ko lakou mau ohana he umikumamakolu na kulanakauhale.
61 Ilmaan Qohaati kanneen hafaniif immoo balbala walakkaa gosa Minaasee irraa magaalaawwan kudhanitu ixaadhaan kennameef.
No na mamo a Kohata i koe o ka ohana ma ia lahuikanaka, i kaa no lakou he umi mau kulanakauhale o ka ohana hapa, oia ka ohana hapa a Manase.
62 Ilmaan Geershoomiitiif immoo qooda Yisaakor irraa, qooda Aasheer irraa, qooda Niftaalemiitii fi qooda Minaasee kan Baashaanitti argamu irraa magaalaawwan kudha sadii akkuma gosa gosa isaaniitti kennaman.
A no ka poe mamo a Geresoma, ma ka lakou mau ohana, he umikumamakolu na kulanakauhale o ka ohana a Isekara, a o ka ohana a Asera, a o ka ohana a Napetali, a o ka ohana a Manase i Basana.
63 Ilmaan Meraariitiif qooda gosa Ruubeen irraa, qooda gosa Gaadiitii fi qooda gosa Zebuuloon irraa magaalaawwan kudha lama akkuma balbala balbala isaaniitti ni kennaman.
A kaa aku no na mamo a Merari, ma ka lakou mau ohana, he umikumamalua na kulanakauhale o ka ohana a Reubena, a o ka ohana a Gada, a o ka ohana a Zebuluna.
64 Akkasiin Israaʼeloonni magaalaawwan kanneen lafa dheeda isaanii wajjin Lewwotaaf ni kennan.
Na ka poe mamo a Iseraela i haawi aku no ka Levi ia mau kulanakauhale a me ko lakou mau kula.
65 Gosa Yihuudaa irraa, gosa Simiʼooniitii fi gosa Beniyaam irraa magaalaawwan maqaan isaanii armaan olitti dhaʼame sana ixaadhaan ni kennaniif.
A haawi aku la lakou ma ka puu ana ia mau kulanakauhale i kapaia ma na inoa, noloko o ka ohana o na mamo a Iuda, a noloko o ka ohana o na mamo a Simeona, a noloko o ka ohana o na mamo a Beniamina.
66 Maatiiwwan Qohaati tokko tokkos qooda gosa Efreem keessaa magaalaawwan jireenyaa argatanii turan.
A i kekahi mau ohana o na mamo a Kohata, ia lakou na kulanakauhale o na mokuna o lakou ma ko ka ohana a Eperaima.
67 Biyya gaaraa Efreem keessatti magaalaawwan itti baqatan Sheekem, Geezir,
A haawi aku la lakou i na kulanakauhale puuhonua, o Sekema ma ka mauna Eperaima me kona kula, a o Gezera hoi me kona kula,
68 Yoqemiʼaam, Beet Horoon,
A o Iokemeama me kona kula, a o Betehorona me kona kula,
69 Ayaaloonii fi Gat Rimoon lafa dheeda isaanii wajjin kennaniif.
A o Aialona me kona kula, a o Gatarimona me kona kula:
70 Akkasumas Israaʼeloonni walakkaa qooda gosa Minaasee irraa Aanerii fi Bileʼaam lafa dheeda isaanii wajjin balbalawwan Qohaati kanneen hafaniif ni kennan.
A noloko o ka ohana hapa a Manase; o Anera me kona kula, a o Ibeleama me kona kula no ke koena o ka ohana mamo a Kohata.
71 Ilmaan Geershoom immoo: Balbala walakkaa gosa Minaasee irraa Goolaan ishee Baashaan keessaa sanaa fi Ashtaaroti lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan;
A no na mamo a Geresoma, o Golana i Basana me kona kula, a o Asetarota me kona kula, noloko o ko ka ohana hapa a Manase:
72 gosa Yisaakor irraa Qaadesh, Daaberaati,
A noloko o ko ka ohana o Isekara; o Kedesa me kona kula, o Daberata me kona kula,
73 Raamootii fi Aanem lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan;
O Ramota me kona kula, a o Anema me kona kula:
74 gosa Aasheer irraa Maashaal, Abdoon,
A noloko o ko ka ohana a Asera; o Masala me kona kula, a o Abedona me kona kula,
75 Huuqooqii fi Rehoob lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan;
O Hukoka me kona kula, a o Rehoba me kona kula.
76 gosa Niftaalem irraa immoo Qaadesh ishee Galiilaatti argamtu, Hamoonii fi Kiriyaataayimin lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan.
A noloko o ko ka ohana a Napetali: o Kedesa i Galilaia me kona kula, a o Hamona me kona kula, a o Kiriataima me kona kula,
77 Namoonni gosa Meraarii jechuunis warri Lewwotaa kanneen hafan qooda kanaa gadii argatan: Gosa Zebuuloon irraa Yooqniʼaam, Qartaa, Rimoonii fi Taaboorin lafa dheeda isaanii wajjin argatan;
A no ke koena o na mamo a Merari, noloko o ka ohana a Zebuluna, o Rimona me kona kula, a o Tabora me kona kula:
78 gosa Ruubeen kan baʼa Yerikootti Yordaanosiin gama jiru irraa Bezer ishee gammoojjii keessatti argamtu, Yaahizaa,
A ma kela kapa o Ioredane e kupono ana i Ieriko, ma ka aoao hikina o Ioredane, noloko o ko ka ohana a Reubena, o Bezera ma ka waoakua me kona kula, a o Iahaza me kona kula,
79 Qidemootii fi Meefiʼaati lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan.
O Kedemota hoi me kona kula, a o Mepaata me kona kula:
80 Gosa Gaad irraa Raamooti ishee Giliʼaad keessaa, Mahanayiim,
Noloko hoi o ko ka ohana a Gada; o Ramota i Gileada me kona kula, a o Mahanaima me kona kula,
81 Heshboonii fi Yaʼizeer lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan.
A o Hesebona me kona kula, a o Iazera me kona kula.

< 1 Seenaa 6 >