< 1 Seenaa 25 >

1 Daawit ajajjoota loltootaa wajjin akka isaan kiraaraan, baganaa fi kililleetti fayyadamanii raajii dubbataniif maatii Asaaf, Heemaanii fi Yeduutuun keessaa namoota addaan baafate. Maqaan namoota tajaajila kana kennaa turaniis:
Hahoi teh, Asaph, Heman, Jeduthun casak tangawn ni ratoung hoi tamawi, cecaknaw hoi tumkhawng hanelah Devit hoi ransabawinaw ni lengkaleng thaw a poe awh.
2 Ilmaan Asaaf keessaa: Zakuur, Yoosef, Naataaniyaa fi Asareelaa. Ilmaan Asaaf qajeelcha Asaaf jala turan. Asaaf immoo qajeelcha mootichaa jalatti raajii dubbachaa ture.
Thaw ka tawk hane naw teh, Asaph casak dawk hoi Zakkur, Joseph, Nethaniah hoi Asarelah. Ahnimouh teh Asaph casaknaw siangpahrang ni kâpoe e patetlah lawk kadeikung Asaph e kâ rahim vah kaawm e naw doeh.
3 Ilmaan Yeduutuun keessaa: Gedaaliyaas, Zerii, Isaayyaas, Sameeʼi, Hashabiyaa fi Matiitiyaa. Isaan kunneen jaʼan qajeelcha abbaa isaanii Yeduutuun isa kiraaraan Waaqayyo galateeffachaa fi jajachaa raajii dubbachaa ture sanaa jala turan.
Jeduthun dawk hoi Jeduthun casaknaw teh Gedaliah, Zeri, Isaiah, Hashabiah, Mattithiah hoi taruk touh a pha awh. Ratoung hoi BAWIPA koe lunghawinae lawk kadeikung a na pa e kâ rahim kaawm e naw doeh.
4 Ilmaan Heemaan keessaa: Bukiyaa, Mataaniyaa, Uziiʼeel, Shebuuʼeelii fi Yeriimooti; Hanaaniyaa, Hanaanii, Eliiʼaataa, Gidaltii fi Roomaamti-Ezer; Yoshibqaashaa, Malootii, Hootiirii fi Mahaaziyoo ti.
Heman dawk hoi Heman casaknaw teh Bukkiah, Mattaniah, Uzziel, Shubael, Jerimoth, Hananiah, Hanani, Eliathah, Giddalti, Romamtiezer, Joshbekashah, Mallothi, Hothir, Mahazioth.
5 Isaan kunneen hundi ilmaan Heemaan namicha mootichaaf mulʼata argu sanaa turan. Isaan akka isa kabajaniif akkuma Waaqni abdachiise sanatti isaa ni kennaman. Waaqnis ilmaan kudha afurii fi intallan sadii Heemaaniif ni kenne.
Hotnaw pueng teh siangpahrang hanelah kahmawtkung Heman casak a ki ka tawmrasang e lah ao awh. Cathut ni Heman teh ca tongpa 14 touh hoi canu 3 touh a poe.
6 Namoonni kunneen hundi tajaajila mana Waaqaa keessatti faarfannaa kililleedhaan, kiraaraa fi baganaadhaan mana qulqullummaa Waaqayyoo keessatti faarfatamu sanaaf qajeelcha abbootii isaanii jala turan. Asaaf, Yeduutuunii fi Heemaan immoo qajeelcha mootichaa jala turan.
Hotnaw pueng teh, BAWIPA im dawk cecak, tamawi, ratoung hoi Cathut e im dawk thaw ka tawk nahanelah, la ka sak naw a na pa e kâ rahim kaawm e naw doeh. Asaph, Jeduthun hoi Heman naw teh, siangpahrang kâtawnnae rahim kaawm e naw doeh.
7 Isaanii fi firoonni isaanii kanneen hundi isaanii faarfannaa Waaqayyoof faarfatamuun leenjifamanii ogummaa qaban walumaa galatti 288 turan.
Ahnimouh teh a hmaunawnghanaw hoi BAWIPA hanelah la ka cang naw, ka thoum tangcoung naw abuemlah 288 touh a pha awh.
8 Jarris ramaddii isaanii beekuudhaaf xinnaa fi guddaan, barsiisaa fi barataan haaluma wal fakkaatuun ixaa buufatan.
Kathoung kalen, kacangkhainaw hoi, kacangnaw, a coe awh hane suetalah cungpam a khoe pouh.
9 Ixaan jalqabatti Asaafiif buʼe sun Yoosefiif, ilmaan Yoosefiitii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaaniis kudha lama turan lammaffaan Gedaaliyaasiif, isaaf, firoota isaatii fi ilmaan isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Hottelah cungpam a khoe e apasueke teh Asaph e capa Joseph tak dawk a bo. Apâhni e teh Gedaliah hoi a hmaunawnghanaw capa 12 dawk a bo.
10 sadaffaan Zakuuriif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Apâthum e teh Zakkur, a capanaw hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
11 afuraffaan Izriif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Apali e teh Izri hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
12 shanaffaan Naataaniyaaf, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Apanga e teh Nethaniah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
13 jaʼaffaan Bukiyaaf, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ataruk e teh Bukkiah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
14 torbaffaan Yishiriʼeeliif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Asari e teh Jesharelah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
15 saddeettaffaan Yashaayaaf, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ataroe e teh Isaiah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
16 saglaffaan Mataaniyaaf, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Atako e teh Mattaniah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
17 kurnaffaan Shimeʼiif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ahra e teh Shimei hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
18 kudha tokkoffaan Azariʼeeliif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ahlaibun e teh Azarel hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
19 kudha lammaffaan Hashabiyaaf, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ahlaikahni e teh Hashabiah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
20 kudha sadaffaan Shuubaaʼeeliif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ahlaikathum e teh Shubael hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
21 kudha afuraffaan Matiitiyaaf, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ahlaipali e teh Mattithiah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
22 kudha shanaffaan Yereemootiif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii nama kudha lama turan
Ahlaipanga e teh Jerimoth hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
23 kudha jaʼaffaan Hanaaniyaaf, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ahlaitaruk e teh Hananiah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
24 kudha torbaffaan Yoshibqaashaaf, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ahlaisari e teh Joshbekashah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
25 kudha saddeettaffaan Hanaaniif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii nama kudha lama turan
Ahlaitaroe e teh Hanani hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
26 kudha saglaffaan Malootiif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Ahlaitako e teh Mallothi hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
27 digdammaffaan Eliyaataaf, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Aruihni e teh Eliathah hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
28 digdamii tokkoffaan Hootiiriif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Aruihnibuet e teh Hothir hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
29 digdamii lammaffaan Gidaltiif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Aruihnikahni e teh Giddalti hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
30 digdamii sadaffaan Mahaaziyootiif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan
Aruihnikathum e teh Mahazioth hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.
31 digdamii afuraffaan Roomaamti-Ezeriif, ilmaan isaatii fi firoota isaatiif baʼe; baayʼinni isaanii kudha lama turan.
Aruihnipali e teh Romamtiezer hoi a capa hoi a hmaunawnghanaw 12 touh dawk a bo.

< 1 Seenaa 25 >