< 1 Seenaa 2 >

1 Ilmaan Israaʼel warra kanneenii dha: Ruubeen, Simiʼoon, Lewwii, Yihuudaa, Yisaakor, Zebuuloon,
Waɗannan su ne’ya’yan Isra’ila maza. Ruben, Simeyon, Lawi, Yahuda, Issakar, Zebulun,
2 Daan, Yoosef, Beniyaam, Niftaalem, Gaadii fi Aasheer.
Dan, Yusuf, Benyamin, Naftali, Gad da Asher.
3 Ilmaan Yihuudaa: Eeri, Oonaanii fi Sheelaa. Isaan kanneen sadanuu intala Shuuwaa, dubartii Kanaʼaan sanatu isaaf daʼe. Eer ilmi Yihuudaa hangaftichi fuula Waaqayyoo duratti hamaa ture. Kanaafuu Waaqayyo isa ajjeese.
’Ya’yan Yahuda maza su ne, Er, Onan da Shela. Waɗannan mutum uku Bat-shuwa mutuniyar Kan’ana ce ta haifa masa. Er, ɗan farin Yahuda mugu ne a gaban Ubangiji, saboda haka Ubangiji ya kashe shi.
4 Taamaar niitiin ilma Yihuudaa Faaresii fi Zaaraa Yihuudaaf deesse. Yihuudaan walumaa galatti ilmaan shan qaba ture.
Tamar, surukar Yahuda, ta haifa masa Ferez da Zera. Yahuda ya haifi’ya’ya maza biyar ne.
5 Ilmaan Faares: Hezroonii fi Hamuul.
’Ya’yan Ferez maza su ne, Hezron da Hamul.
6 Ilmaan Zaaraa: Zimrii, Eetaan, Heemaan, Kalkoolii fi Daardaa. Isaan walumaa galatti dhiirota shan turan.
’Ya’yan Zera maza su ne, Zimri, Etan, Heman, Kalkol da Darda, su biyar ne.
7 Ilma Karmii: Aakaar isa waan balleeffamuu qabu fudhachuudhaan Israaʼelitti rakkina fide.
’Ya’yan Karmi maza su ne, Akar wanda ya kawo masifa wa Isra’ila ta wurin yin abin da aka haramta.
8 Ilma Eetaan: Azaariyaa.
Ɗan Etan shi ne, Azariya.
9 Ilmaan Hezroon: Yeramiʼeel, Raamii fi Keluubaa.
’Ya’ya maza da aka haifa wa Hezron su ne, Yerameyel, Ram da Kaleb.
10 Raam abbaa Abiinaadaab ture; Amiinaadaab immoo abbaa Nahishoon hoogganaa saba Yihuudaa ture.
Ram shi ne mahaifin Amminadab, Amminadab kuwa shi ne mahaifin Nashon, shugaban mutanen Yahuda.
11 Nahishoon abbaa Salmaan; Salmaan immoo abbaa Boʼeez;
Nashon shi ne mahaifin Salma, Salma shi ne mahaifin Bowaz,
12 Boʼeez abbaa Oobeedi; Yoobeed immoo abbaa Isseey.
Bowaz shi ne mahaifin Obed kuma Obed shi ne mahaifin Yesse.
13 Ilmaan Isseey: Ilmi isaa hangafni Eliiyaab, lammaffaan Abiinaadaab, sadaffaan Shimeʼaa,
Yesse shi ne mahaifin. Eliyab ɗan farinsa, ɗansa na biyu shi ne Abinadab, na ukun Shimeya,
14 Afuraffaan Naatnaaʼel, shanaffaan Raadaayi,
na huɗun Netanel, na biyar Raddai,
15 jaʼaffaan Oozem, torbaffaan Daawit.
na shidan Ozem na bakwai kuma Dawuda.
16 Obboleettonni isaanii immoo Zeruuyaa fi Abiigayiil turan. Ilmaan Zeruuyaa sadan Abiishaayi, Yooʼaabii fi Asaaheel turan.
’Yan’uwansu mata su ne Zeruhiya da Abigiyel.’Ya’yan Zeruhiya maza guda uku su ne Abishai, Yowab da Asahel.
17 Abiigayiil haadha Amaasaa kan abbaan isaa Yeteer nama gosa Ishmaaʼeel sanaa ti.
Abigiyel ita ce mahaifiyar Amasa, wanda mahaifinsa shi ne Yeter mutumin Ishmayel.
18 Kaaleb ilmi Hezroon niitii isaa Azuubaa fi Yeriʼooti irraa ijoollee dhalche. Ilmaan Aazubaa kanneen turan: Yeeser, Sobaabii fi Ardoon.
Kaleb ɗan Hezron ya haifi yara ta wurin matarsa Azuba (da kuma ta wurin Yeriyot). Waɗannan su ne’ya’yan Azuba maza. Yesher, Shobab da Ardon.
19 Kaalebis Azuubaan duunaan Efraataa fuudhe. Isheenis Huurin isaaf deesse.
Da Azuba ta mutu, Kaleb ya auri Efrat, wadda ta haifa masa Hur.
20 Huuri abbaa Uuri; Uuri immoo abbaa Bezaliʼeel.
Hur shi ne mahaifin Uri, Uri kuma shi ne mahaifin Bezalel.
21 Ergasii Hezroon yommuu umuriin isaa waggaa jaatama guutetti intala abbaa Giliʼaad intala Maakiir fuudhe; isheenis Seguubin isaaf deesse.
Daga baya, Hezron ya kwana da’yar Makir mahaifin Gileyad (ya aure ta sa’ad da take da shekara sittin), ta haifa masa Segub.
22 Seguub immoo abbaa Yaaʼiir ture; innis biyya Giliʼaad keessaa magaalaawwan digdamii sadii qaba ture.
Segub shi ne mahaifin Yayir, wanda ya yi mulkin garuruwa uku a Gileyad.
23 Geshuurii fi Arraam, magaalaa Yaaʼiir akkasumas Qeenaatii fi gandoota naannoo ishee jiraniin walitti magaalaawwan jaatama irraa fudhatan. Isaan kunneen hundi sanyii abbaa Giliʼaad sanyii Maakiir turan.
(Amma Geshur da Aram suka ƙwace Hawwot Yayir da kuma Kenat tare da ƙauyukan kewayenta, garuruwa sittin.) Dukan waɗannan su ne zuriyar Makir mahaifin Gileyad.
24 Hezroon erga Kaaleb Efraataatti duʼee booddee, niitiin isaa Abiyaan Ashihuur abbaa Teqooʼaa deesseef.
Bayan Hezron ya mutu a Kaleb Efrata, sai Abiya matar Hezron ta haifa masa Asshur mahaifin Tekowa.
25 Ilmaan Yeramiʼeel ilma Hezroon hangafticha sanaa: Raam ilma isaa hangafticha, Buunaah, Ooren, Oozemii fi Ahiiyaa.
’Ya’yan Yerameyel maza, ɗan farin Hezron su ne, Ram shi ne ɗan fari, sai Buna, Oren, Ozem da Ahiya.
26 Yeramiʼeel niitii biraa kan Aaxaaraa jedhamtu qaba ture; isheenis haadha Oonaam turte.
Yerameyel yana da wata mata, wadda sunanta Atara; ita ce mahaifiyar Onam.
27 Ilmaan Raam ilma Yeramiʼeel hangafticha sanaa: Maʼaaz, Yaamiinii fi Eeqeer.
’Ya’yan Ram maza ɗan farin Yerameyel su ne, Ma’az, Yamin da Eker.
28 Ilmaan Oonaam: Shamaayii fi Yaadaa. Ilmaan Shamaayi: Naadaabii fi Abiishur.
’Ya’yan Onam maza su ne, Shammai da Yada.’Ya’yan Shammai maza su ne, Nadab da Abishur.
29 Niitiin Abiishur Abiihaayil jedhamti; isheenis Ahibaanii fi Mooliid isaaf deesse.
Sunan matar Abishur ita ce Abihayil, wadda ta haifa masa Aban da Molid.
30 Ilmaan Naadaab: Seleedii fi Afayiim. Seleed utuu ijoollee hin dhalchin duʼe.
’Ya’yan Nadab maza su ne, Seled da Affayim. Seled ya mutu babu yara.
31 Ilma Afayiim: Yisheʼii; Yisheʼiin abbaa Sheeshaan. Sheeshaan immoo abbaa Ahilayi.
Ɗan Affayim shi ne, Ishi, wanda shi ne mahaifin Sheshan. Sheshan shi ne mahaifin Alai.
32 Ilmaan Yaadaa kan obboleessa Shamaayi: Yeteerii fi Yoonaataan. Yeteer utuu ijoollee hin dhalchin duʼe.
’Ya’yan Yada maza, ɗan’uwan Shammai su ne, Yeter da Yonatan. Yeter ya mutu babu yara.
33 Ilmaan Yoonaataan: Pheletii fi Zaazaa. Isaan kunneen sanyiiwwan Yeramiʼeel turan.
’Ya’yan Yonatan maza su ne, Felet da Zaza. Waɗannan su ne zuriyar Yerameyel.
34 Sheeshaan intallan malee ilmaan hin qabu ture. Innis tajaajilaa lammii Gibxi kan Yarihaa jedhamu tokko qaba ture.
Sheshan ba shi da’ya’ya maza, sai’ya’ya mata kawai. Yana da bawa mutumin Masar mai suna Yarha.
35 Sheeshaan tajaajilaa isaa Yarihaatti intala isaa ni heerumsiise; isheenis Ataayin deesseef.
Sheshan ya ba da’yarsa aure ga bawansa Yarha, ta kuwa haifa masa Attai.
36 Ataayi abbaa Naataan; Naataan immoo abbaa Zaabaadin;
Attai shi ne mahaifin Natan, Natan shi ne mahaifin Zabad,
37 Zaabaad abbaa Eflaal; Efelaal immoo abbaa Oobeedi;
Zabad shi ne mahaifin Eflal, Eflal shi ne mahaifin Obed,
38 Oobeedi abbaa Yehuu; Yehuun abbaa Azaariyaa;
Obed shi ne mahaifin Yehu, Yehu shi ne mahaifin Azariya,
39 Azaariyaa abbaa Heleez; Helees immoo abbaa Eleʼaasaa ti;
Azariya shi ne mahaifin Helez, Helez shi ne mahaifin Eleyasa,
40 Eleʼaasaan abbaa Sismaayi; Sismaayi abbaa Shaluum;
Eleyasa shi ne mahaifin Sismai, Sismai shi ne mahaifin Shallum
41 Shaluum abbaa Yeqameyaa ti; Yeqameyaan immoo abbaa Eliishaamaa ti.
Shallum shi ne mahaifin Yekamiya, Yekamiya kuma shi ne mahaifin Elishama.
42 Ilmaan Kaaleb obboleessa Yeramiʼeel: Meeshaan ilmi isaa hangaftichi abbaa Ziif; Ziif abbaa Maareeshaa ti; Maareeshaan immoo abbaa Kebroon.
’Ya’yan Kaleb maza, ɗan’uwan Yerameyel su ne, Mesha ɗan farinsa, wanda shi ne mahaifin Zif, da ɗansa Maresha, wanda shi ne mahaifin Hebron.
43 Ilmaan Kebroon: Qooraahi, Tafuuʼaa, Reqemii fi Shemaa.
’Ya’yan Hebron maza su ne, Kora, Taffuwa, Rekem da Shema.
44 Shemaan abbaa Raham; Raham immoo abbaa Yorqeʼaam. Reqem abbaa Shamaayi.
Shema shi ne mahaifin Raham, Raham kuma shi ne mahaifin Yorkeyam. Rekem shi ne mahaifin Shammai.
45 Shamaayi abbaa Maaʼoon; Maaʼoon immoo abbaa Beet Zuuri.
Ɗan Shammai shi ne Mawon, Mawon kuma shi ne mahaifin Bet-Zur.
46 Eefaan saajjatoon Kaaleb sun haadha Haaraan, Moozaa fi Gaazeez. Haaraan immoo abbaa Gaazer.
Efa ƙwarƙwarar Kaleb ita ce mahaifiyar Haran, Moza da Gazez. Haran shi ne mahaifin Gazez.
47 Ilmaan Yaahidaay: Reegeem, Yootaam, Geeshaan, Phelet, Eefaa fi Shaʼaaf.
’Ya’yan Yadai maza su ne, Regem, Yotam, Geshan, Felet, Efa da Sha’af.
48 Maʼakaan saajjatoon Kaaleb sun haadha Shebeerii fi Tirhaanaa ti.
Ma’aka ƙwarƙwarar Kaleb ita ce mahaifiyar Sheber da Tirhana.
49 Isheen akkasumas Shaʼaaf abbaa Madmaanaa, Shewwaa abbaa Makbeenaa fi abbaa Gibeʼaa deesse. Kaaleb intala Aaksaa jedhamtu qaba ture.
Ta kuma haifi Sha’af mahaifin Madmanna da kuma Shewa, mahaifin Makbena da Gibeya.’Yar Kaleb ita ce Aksa.
50 Isaan kunneen sanyiiwwan Kaaleb turan. Ilmaan Huuri ilma Efraataa hangaftichaa: Sobaal abbaa Kiriyaati Yeʼaariim,
Waɗannan su ne zuriyar Kaleb.’Ya’yan Hur maza, ɗan farin Efrata su ne, Shobal mahaifin Kiriyat Yeyarim,
51 Salmaan abbaa Beetlihem, Haareef abbaa Beet Gaadeer.
Salma mahaifin Betlehem, da kuma Haref mahaifin Bet-Gader.
52 Sanyiiwwan Sobaal kan abbaa Kiriyaati Yeʼaariim: Walakkaan Menuhootaa, Haarooʼee,
Zuriyar Shobal mahaifin Kiriyat Yeyarim su ne, Harowe, rabin Manahatiyawa,
53 akkasumas gosti Kiriyaati Yeʼaariim, Yitraawonni, Fuutonni, Shumaatonni, Mishiraawonni, Zoraatotaa fi Eshitaaʼoloonni gosoota isaan kanneen keessaa dhalatanii dha.
kuma gidan Kiriyat Yeyarim su ne, Itrayawa, Futiyawa, Shumatiyawa da Mishratiyawa. Daga waɗannan ne Zoratiyawa da Eshtawoliyawa suka fito.
54 Sanyiiwwan Salmaan: Beetlihem, Netoofota, Atroot Beet Yooʼaab, walakkaa Maanaheetotaa, Zoraatota faʼi;
Zuriyar Salma su ne, Betlehem, Netofawa, Atrot Bet Yowab, rabin Manahatiyawa, Zoriyawa,
55 balbala barreessitootaa kanneen Yaabeex keessa jiraatan: Tiraatota, Shimeʼaatotaa fi Sukaatota. Isaan kunneen Qeenota mana abbaa Rekaab Hamaati keessaa dhalatanii dha.
kuma gidan marubuta waɗanda suke zama a Yabez su ne, Tiratiyawa, Shimeyatiyawa da Sukatiyawa. Waɗannan su ne Keniyawa waɗanda suka zo daga Hammat, mahaifin gidan Rekab.

< 1 Seenaa 2 >