< 1 Seenaa 1 >
2 Qeenaan, Mahalaleel, Yaared,
以挪士生該南;該南生瑪勒列;瑪勒列生雅列;
3 Henook, Matuuselaa, Laameh, Noh.
雅列生以諾;以諾生瑪土撒拉;瑪土撒拉生拉麥;
4 Ilmaan Noh: Seem, Haam, Yaafet:
拉麥生挪亞;挪亞生閃、含、雅弗。
5 Ilmaan Yaafet: Goomer, Maagoog, Meedee, Yaawaan, Tuubaal, Meshekii fi Tiiraas turan.
雅弗的兒子是歌篾、瑪各、瑪代、雅完、土巴、米設、提拉。
6 Ilmaan Goomer: Ashkenas, Riifaatii fi Toogarmaa turan.
歌篾的兒子是亞實基拿、低法、陀迦瑪。
7 Ilmaan Yaawaan: Eliishaa, Tarshiish, Kitiimii fi Roodaanota turan.
雅完的兒子是以利沙、他施、基提、多單。
8 Ilmaan Haam: Kuushi, Misrayim, Fuuxii fi Kanaʼaan turan.
含的兒子是古實、麥西、弗、迦南。
9 Ilmaan Kuushi: Saabaa, Hawiilaa, Sabtaa, Raʼimaa fi Sabtekaa turan. Ilmaan Raʼimaa: Shebaa fi Dedaan turan.
古實的兒子是西巴、哈腓拉、撒弗他、拉瑪、撒弗提迦。拉瑪的兒子是示巴、底但。
10 Kuushi abbaa Naamruud; Naamruudis lafa irratti loltuu jabaa taʼe.
古實生寧錄;他為世上英雄之首。
11 Misrayim immoo abbaa Luudiimootaa, Anaamiimotaa, Lehaabiimotaa, Naftahiimootaa,
麥西生路低人、亞拿米人、利哈比人、拿弗土希人、
12 Fatrusiimotaa, Kaseluhiimotaa jechuunis warra Filisxeemonni irraa dhalatanii fi Kaftooriimotaa ti.
帕斯魯細人、迦斯路希人、迦斐託人;從迦斐託出來的有非利士人。
13 Kanaʼaan abbaa Siidoon ilma isaa hangaftichaa akkasumas kan Heetotaa,
迦南生長子西頓,又生赫
14 Yebuusotaa, Amoorotaa, Girgaashotaa,
和耶布斯人、亞摩利人、革迦撒人、
15 Hiiwotaa, Arkaawotaa, Siinotaa,
希未人、亞基人、西尼人、
16 Arwaadewotaa, Zemaarotaatii fi Hamaatotaa ture.
亞瓦底人、洗瑪利人,並哈馬人。
17 Ilmaan Seem: Eelaam, Ashuur, Arfaakshad, Luudii fi Arraam turan. Ilmaan Arraam: Uuzi, Huuli, Geterii fi Meshek turan.
閃的兒子是以攔、亞述、亞法撒、路德、亞蘭、烏斯、戶勒、基帖、米設。
18 Arfaakshad Sheelaa dhalche; Sheelaan immoo Eeberin dhalche.
亞法撒生沙拉;沙拉生希伯。
19 Eeberiifis ilmaan lamatu dhalate: Sababii bara isaa keessa lafti gargar qoodamteef, maqaan isa tokkoo Felegi jedhamee moggaafame; maqaan obboleessa isaa immoo Yooqxaan jedhamee moggaafame.
希伯生了兩個兒子:一個名叫法勒,因為那時人就分地居住;法勒的兄弟名叫約坍。
20 Yooqxaan immoo Almoodaad, Sheleef, Hazarmaawet, Yaaraa,
約坍生亞摩答、沙列、哈薩瑪非、耶拉、
21 Hadooraam, Uuzaal, Diqlaa,
哈多蘭、烏薩、德拉、
22 Eebaal, Abiimaaʼeel, Shebaa,
以巴錄、亞比瑪利、示巴、
23 Oofiir, Hawiilaa fi Yoobaabin dhalche. Warri kunneen hundinuu ilmaan Yooqxaanii ti.
阿斐、哈腓拉、約巴。這都是約坍的兒子。
24 Seem, Arfaakshadi, Sheelaa,
閃生亞法撒;亞法撒生沙拉;
25 Eeberi, Felegi, Reʼuu,
沙拉生希伯;希伯生法勒;法勒生拉吳;
26 Seruugi, Naahoor, Taaraa,
拉吳生西鹿;西鹿生拿鶴;拿鶴生他拉;
27 akkasumas Abraam kan Abrahaam jedhame sanaa dha.
他拉生亞伯蘭,亞伯蘭就是亞伯拉罕。
28 Ilmaan Abrahaam: Yisihaaqii fi Ishmaaʼeel.
亞伯拉罕的兒子是以撒、以實瑪利。
29 Sanyiiwwan isaanii warra kanneenii dha: Nabaayooti ilma Ishmaaʼeel hangafticha, Qeedaar, Adbiʼeel, Mibsaami,
以實瑪利的兒子記在下面:以實瑪利的長子是尼拜約,其次是基達、押德別、米比衫、
30 Mishmaa, Duumaa, Maasaa, Hadaad, Teemaa,
米施瑪、度瑪、瑪撒、哈達、提瑪、
31 Yexuur, Naafiishii fi Qeedmaa. Isaan kunneen ilmaan Ishmaaʼeel.
伊突、拿非施、基底瑪。這都是以實瑪利的兒子。
32 Ilmaan Qexuuraan saajjatoon Abrahaam sun deesse: Zimraan, Yoqshaan, Medaan, Midiyaan, Yishbaaqii fi Shuwaa. Ilmaan Yokshaan: Shebaa fi Dedaan.
亞伯拉罕的妾基土拉所生的兒子,就是心蘭、約珊、米但、米甸、伊施巴、書亞。約珊的兒子是示巴、底但。
33 Ilmaan Midiyaan: Eefaa, Eefer, Henook, Abiidaa fi Eldaaʼaa. Warri kunneen hundi sanyiiwwan Qexuuraa ti.
米甸的兒子是以法、以弗、哈諾、亞比大、以勒大。這都是基土拉的子孫。
34 Abrahaam abbaa Yisihaaq. Ilmaan Yisihaaq: Esaawuu fi Israaʼel.
亞伯拉罕生以撒;以撒的兒子是以掃和以色列。
35 Ilmaan Esaawu: Eliifaaz, Reʼuuʼeel, Yeʼuushi, Yaʼilaamii fi Qooraahi.
以掃的兒子是以利法、流珥、耶烏施、雅蘭、可拉。
36 Ilmaan Eliifaaz: Teemaan, Oomaar, Zefoo, Gaataamii fi Qenaz; karaa Tiimnaatiin: Amaaleq.
以利法的兒子是提幔、阿抹、洗玻、迦坦、基納斯、亭納、亞瑪力。
37 Ilmaan Reʼuuʼeel: Nahaati, Zeraa, Shamaa fi Miizaah.
流珥的兒子是拿哈、謝拉、沙瑪、米撒。
38 Ilmaan Seeʼiir: Looxaan, Sobaal, Zibeʼoon, Aannaa, Diishoon, Eezerii fi Diishaan.
西珥的兒子是羅坍、朔巴、祭便、亞拿、底順、以察、底珊。
39 Ilmaan Looxaan: Hoorii fi Hoomaam, Tiimnaa obboleettii Looxaan.
羅坍的兒子是何利、荷幔;羅坍的妹子是亭納。
40 Ilmaan Sobaal: Aliwaan, Maanahaat, Eebaal, Shefoo fi Oonaami. Ilmaan Zibeʼoon: Ayyaa fi Aannaa.
朔巴的兒子是亞勒文、瑪拿轄、以巴錄、示非、阿南。祭便的兒子是亞雅、亞拿。
41 Ilmi Aannaa: Diishoon. Ilmaan Diishoon: Hemdaan, Eshbaan, Yitraanii fi Keraan.
亞拿的兒子是底順。底順的兒子是哈默蘭、伊是班、益蘭、基蘭。
42 Ilmaan Eezeri: Bilhaan, Zaawaanii fi Aqaan. Ilmaan Diishaan: Uuzii fi Araan.
以察的兒子是辟罕、撒番、亞干。底珊的兒子是烏斯、亞蘭。
43 Mootonni utuu mootiin Israaʼel tokko iyyuu hin moʼin dura Edoom keessatti moʼan kanneen turan: Belaa ilma Beʼoor kan magaalaan isaa Diinhaabaa jedhamee moggaafame sana.
以色列人未有君王治理之先,在以東地作王的記在下面:有比珥的兒子比拉,他的京城名叫亭哈巴。
44 Belaa duunaan Yoobaab ilmi Zeraa namichi Bozraa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
比拉死了,波斯拉人謝拉的兒子約巴接續他作王。
45 Yoobaab duunaan Hushaam namichi biyya Teemaan iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
約巴死了,提幔地的人戶珊接續他作王。
46 Hushaam duunaan Hadaad ilmi Bedad inni biyya Moʼaabitti Midiyaanin moʼate sun iddoo isaa buʼee mootii taʼe. Maqaan magaalaa isaa Aawiit jedhame.
戶珊死了,比達的兒子哈達接續他作王。這哈達就是在摩押地殺敗米甸人的,他的京城名叫亞未得。
47 Hadaad duunaan Samlaan namichi Masreeqaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
哈達死了,瑪士利加人桑拉接續他作王。
48 Samlaan duunaan Shaawul namichi biyya Rehoobooti ishee laga bira jirtu sanaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
桑拉死了,大河邊的利河伯人掃羅接續他作王。
49 Shaawul duunaan Baʼaal-Haanaan ilmi Akboor iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
掃羅死了,亞革波的兒子巴勒‧哈南接續他作王。
50 Baʼaal-Haanaan duunaan immoo Hadaad iddoo isaa buʼee mootii taʼe. Magaalaan isaas Faaʼuu jedhame. Maqaan niitii isaa immoo Maheexabiʼeel jedhama ture; isheenis intala Maxreed, intala Mee-Zaahaab turte.
巴勒‧哈南死了,哈達接續他作王。他的京城名叫巴伊,他的妻子名叫米希她別,是米‧薩合的孫女,瑪特列的女兒。
51 Hadaadis ni duʼe. Hangafoota saba Edoom: Tiimnaa, Aalwaa, Yeteeti,
哈達死了,以東人的族長有亭納族長、亞勒瓦族長、耶帖族長、
52 Oholiibaamaa, Eelaa, Phiinoon,
亞何利巴瑪族長、以拉族長、比嫩族長、
53 Qenaz, Teemaan, Mibzaar,
基納斯族長、提幔族長、米比薩族長、
54 Magidiiʼeelii fi Iiraam. Namoonni kunneen hangafoota Edoom turan.
瑪基疊族長、以蘭族長。這都是以東人的族長。