< Tiuteronomi 34 >

1 Na ka piki atu a Mohi i nga mania o Moapa ki Maunga Nepo, ki te tihi o Pihika, e titiro ana ki Heriko. A whakakitea ana e Ihowa ki a ia te whenua katoa o Kireara a tae noa ki Rana;
Museenis dirree Moʼaabii kaʼee fuullee fiixee Phisgaa kan Yerikootti argamutti, gaara Nebootti ol baʼe. Achittis Waaqayyo guutummaa biyyattii isatti argisiise; kunis Giliʼaadii hamma Daanitti,
2 A Napatari katoa, me te whenua o Eparaima, o Manahi hoki, te whenua katoa hoki o Hura, tae noa atu ki te moana whakamutunga mai;
guutummaa Niftaalem, biyya Efreemiitii fi Minaasee, guutummaa biyya Yihuudaa kan hamma galaana lixaatti balʼatee jiru,
3 Te tonga me te mania i te papatairitetanga o Heriko, o te pa nikau, a Toara atu ana.
Negeebii fi Magaalaa Meexxii kan sulula Yerikootii jalqabee hamma Zoʼaariitti argamuu dha.
4 Na ka mea a Ihowa ki a ia, Ko te whenua tenei i oati ai ahau ki a Aperahama, ki a Ihaka, ki a Hakopa, i mea ai, Ka hoatu e ahau a reira ki ou uri: kua meinga koe e ahau kia kite a kanohi i reira, otiia e kore koe e whiti ki reira.
Ergasii Waaqayyo, “Kun biyya ani yeroo, ‘Sanyii keetiif nan kenna’ jedhetti kakuudhaan Abrahaamiif, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif waadaa galee dha. Ani akka ati ija keetiin argitu godheera; ati garuu achi hin ceetu” jedheen.
5 Na ka mate a Mohi, te pononga a Ihowa ki reira, ki te whenua o Moapa, ka pera me ta Ihowa i korero ai.
Museen garbichi Waaqayyoos akkuma Waaqayyo isaan jedhetti achuma Moʼaab keessatti duʼe.
6 A tanumia iho ia e ia ki tetahi kokoru o te whenua o Moapa, i te ritenga o Petepeoro: otiia kahore tetahi tangata e mohio ana ki tona urupa a mohoa noa nei.
Innis biyya Moʼaabitti sulula fuullee Beet Pheʼooritti argamu keessatti isa awwaale; garuu hamma harʼaatti awwaalli isaa eessa akka jiru namni tokko iyyuu hin beeku.
7 A kotahi rau e rua tekau nga tau o Mohi i tona matenga: kahore ano i ataruatia ona kanohi, kahore ano hoki i heke noa tona kaiotatanga.
Museen yeroo duʼetti nama waggaa dhibba tokkoo fi digdama ture; taʼus iji isaa hin dadhabne; humni isaas hin laafne.
8 Na uhungatia ana a Mohi e nga tama a Iharaira i nga mania o Moapa, e toru tekau nga ra: a taka noa nga ra i uhungatia ai, i tangihia ai a Mohi.
Israaʼeloonni hamma yeroon gaddaa raawwatutti dirree Moʼaab irratti bultii soddoma Museedhaaf booʼan.
9 A ki tonu a Hohua, te tama a Nunu, i te wairua o te matauranga; na Mohi hoki i whakapa ona ringa ki runga ki a ia; a rongo ana ki a ia nga tama a Iharaira, mea ana i nga mea i whakahaua e Ihowa ki a Mohi.
Waan Museen harka isaa isa irra kaaʼee tureef Iyyaasuun ilmi Nuuni hafuura ogummaatiin guutame. Kanaafuu Israaʼeloonni isa dhagaʼanii waan Waaqayyo Musee ajaje godhan.
10 A kahore ano kia ara i roto i a Iharaira i muri nei tetahi atu poropiti hei rite mo Mohi, i mohio nei a Ihowa ki a ia, titiro atu, titiro mai;
Ergasii raajiin akka Musee kan ifaan ifatti Waaqayyoon beeku tokko iyyuu Israaʼel keessatti hin kaane;
11 Ara mo nga tohu katoa, mo nga merekara i unga ai ia e Ihowa ki te mahi i te whenua o Ihipa, ki a Parao ratou ko ona tangata katoa, ki tona whenua katoa hoki;
kan Waaqayyo akka inni Faraʼoon irratti, qondaaltota isaatii fi guutuu biyya isaa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan sana hojjetuuf Gibxitti ergee waan sana hojjete tokko iyyuu hin jiru.
12 Mo nga mahi katoa hoki a te ringa kaha, mo nga mea whakawehi nui i meatia e Mohi ki te aroaro o Iharaira katoa.
Namni tokko iyyuu takkumaa humna guddaa yookaan hojii akka malee sodaachisaa Museen fuula Israaʼeloota hundaa duratti argisiise sana hin argisiifneetii.

< Tiuteronomi 34 >