< Banzembo 104 >

1 Eh molimo na ngai, pambola Yawe! Yawe, Nzambe na ngai, ozali monene! Olata kongenga mpe lokumu,
Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon eebbisi. Yaa Waaqayyo, Waaqa ko, ati akka malee guddaa dha; miidhaginaa fi surraa uffatteerta.
2 omifinika moyi lokola kazaka, otanda likolo lokola ndako ya kapo.
Ati akkuma wayyaa ifa uffatta; samiiwwanis akkuma dunkaanaa diriirsita.
3 Opika makonzi na yango na mayi ya likolo, okomisaka mapata shar na Yo, otambolaka na mapapu ya mopepe.
Dareeraa diinqa isaa bishaanota irra buufta. Duumessoota gaarii isaa godhata; qoochoo bubbee yaabbattee deema.
4 Okomisaka bantoma na Yo mipepe, mpe basali na Yo, ndemo ya moto.
Inni ergamoota isaa hafuurota, tajaajiltoota isaa immoo arraba ibiddaa godha.
5 Otia mokili na likolo ya miboko na yango mpo ete eningana te seko na seko.
Inni lafa hundee ishee irra dhaabeera; isheenis gonkumaa hin sochootu.
6 Ozipa yango na mayi monene lokola elamba; mayi ezalaki kovanda na likolo ya bangomba.
Ati akkuma wayyaatti tuujubaan ishee haguugde; bishaanonnis tulluuwwanii ol dhaabatan.
7 Kasi na pamela na Yo, mayi ekimaki; na lokito ya kake na Yo, mayi etiolaki,
Ati ifannaan bishaanonni baqatan; sagalee qaqawwee keetii dhageenyaan gugatan.
8 emataki na likolo ya bangomba, ekitaki na mabwaku, na bisika oyo obongisaki mpo na yango.
Isaan tulluuwwan irraan dhangalaʼan; gara iddoo ati isaanii qopheessitee, gara sululootaatti gad yaaʼan.
9 Otiaki mondelo oyo ekoki koleka te; ekozonga lisusu te kozipa mokili.
Akka isaan deebiʼanii lafa hin haguugneef ati daarii isaan darbuu hin dandeenye isaan dura dhaabde.
10 Obimisaka mayi ya bitima mpo na kosopa yango na mayi minene oyo elekaka na kati-kati ya bangomba;
Akka burqaawwan sululoota keessa yaaʼan goota; isaanis tulluuwwan gidduu yaaʼu.
11 ekomaka mayi ya komela mpo na banyama nyonso ya bilanga mpe mpo na ba-ane ya zamba.
Isaan bineensota bakkee hundaaf bishaan kennu; harroonni diidaas dheebuu baʼu.
12 Bandeke ya likolo evandaka pembeni ya mayi yango mpe eyembaka kati na makasa.
Simbirroonni samii bishaanota biratti mandhee ijaarratan; dameewwan gidduutti ni faarfatan.
13 Wuta na bandako na Yo ya likolo, onokisaka mvula na likolo ya bangomba; mokili etondi na mbuma ya misala na Yo.
Inni mana isaa kan olii irraa tulluuwwan bishaan obaafta; laftis ija hojii keetiitiin quufti.
14 Matiti ebotaka mpo na bibwele, mpe milona ya bato ekolaka mpo ete mabele ebotela bango bilei,
Inni lafa irraa nyaata kennuuf jedhee looniif marga, faayidaa namaatiif immoo biqiltuuwwan biqilcha;
15 vino mpo na kosepelisa mitema na bango, mafuta mpo na kongengisa bilongi na bango, mpe mapa mpo na kolendisa mitema na bango.
akka daadhiin wayinii garaa nama gammachiisu, akka zayitiin fuula nama cululuqsuu fi akka midhaan nama jajjabeessu ni goota.
16 Banzete ya Yawe etondi na mayi; ndenge wana nde ezali, banzete ya sedele ya Libani, oyo Yawe alona.
Mukkeen Waaqayyoo, birbirsi Libaanoon kan inni dhaabe sun bishaan quufaniiru.
17 Bandeke esalaka bazala na yango kuna, mpe nkoko evandaka na banzete ya sipele.
Simbirroonni achitti mandhee isaanii ijaarratu; huummoonis birbirsa irraa mana qabdi.
18 Bangomba milayi ezali ekimelo mpo na bantaba ya zamba, mpe madusu ya mabanga ezali bibombamelo mpo na bampanya ya zamba.
Tulluuwwan dhedheeroon daʼoo reʼee diidaa ti; holqi kattaawwanii immoo daʼoo osolee ti.
19 Osala sanza mpo na koyeba mikolo ya bafeti. Moyi eyebi tango na yango ya kolala.
Inni akka jiʼi waqtiilee gargar qoodu godha; biiftuunis yeroo itti lixxu ni beekti.
20 Otindaka molili, mpe butu ekomaka. Bongo banyama nyonso ya zamba ekomaka kotambola-tambola.
Ati dukkana uumta; halkanis ni taʼa; bineensonni bosonaa hundis gad yaaʼu.
21 Bana ya nkosi egangaka sima na nyama mpe esengaka bilei epai ya Nzambe.
Leenci saafelli waan nyaatu barbaadee aada; nyaata isaas Waaqa bira barbaada.
22 Soki moyi ebimi, nkosi elongwaka, ezongaka mpo na kolala na bisika na yango;
Isaan yommuu biiftuun baatutti walitti qabamu; dachaʼaniis goda isaanii keessa ciciisu.
23 kasi moto abimaka mpo na kokende na mosala na ye mpe asalaka kino na pokwa.
Namni gara hojii isaatti, hamma galgalaattis gara jiruu isaatti ni baʼa.
24 Oh Yawe, misala na Yo ezali ebele! Osalaki nyonso na bwanya; mokili etondi na biloko oyo okela.
Yaa Waaqayyo, hojiin kee akkam baayʼee dha! Ati hunda isaanii ogummaadhaan hojjette; laftis uumamawwan keetiin guutamte.
25 Tala ndenge ebale monene ezali molayi mpe epanzana, etonda na banyama oyo tokoki kotanga te, kobanda na oyo eleki mike kino na oyo eleki minene.
Galaanni guddaa fi balʼaan kun, uumamawwan hamma hin qabneen guutame; kan lubbuu qabeeyyiin gurguddaa fi xixinnoon keessa jiraatan kuunnoo jira.
26 Kuna, bamasuwa ekendeke mpe ezongaka; bongo Leviatani oyo osala mpo ete esakanaka kuna.
Dooniiwwan as irra deddeebiʼu; lewaataan kan akka inni achi keessa taphatuuf ati uumtes achi jira.
27 Nyonso etalelaka Yo mpo ete opesa yango bilei na tango oyo ekoki.
Akka ati nyaata isaanii yeroo barbaachisuutti isaaniif kennituuf, isaan hundi si eeggatu.
28 Opesaka bilei, mpe ezwaka yango; ofungolelaka yango loboko na Yo, mpe etondaka na biloko.
Yeroo ati isaaniif kennitutti, isaan walitti qabatu; yeroo ati harka kee balʼiftutti, isaan waan gaarii quufu.
29 Tango obombaka elongi na Yo, somo ekangaka yango; tango olongolaka yango pema, ekufaka mpe ezongaka na putulu;
Yeroo ati fuula kee dhokfattutti, isaan ni naʼu; yeroo ati hafuura isaanii fudhattutti, isaan duʼanii biyyootti deebiʼu.
30 tango otindaka pema Yo, ezwaka bomoi; mpe okomisaka mokili sika.
Yeroo ati Hafuura kee ergitutti isaan ni uumamu; atis fuula lafaa ni haaromsita.
31 Tika ete nkembo ya Yawe ewumela libela na libela! Tika ete Yawe asepela na misala na Ye!
Ulfinni Waaqayyoo bara baraan haa jiraatu; Waaqayyo hojii isaatti haa gammadu;
32 Soki atali mokili, mokili elengaka; soki asimbi bangomba, ebimisaka milinga.
inni ilaallaan lafti hollatte; inni tuqnaan tulluuwwan keessaa aarrii baʼe.
33 Nakoyembela Yawe bomoi na ngai mobimba; nakoyembela Nzambe na ngai tango nyonso nazali na bomoi.
Bara jireenya koo guutuu ani Waaqayyoof nan faarfadha; hamma lubbuun koo jirtuttis faarfannaadhaan Waaqa koo nan galateeffadha.
34 Tika ete maloba na ngai esepelisa Ye! Tika ete Yawe azala esengo na ngai!
Irra deddeebiʼee yaaduun koo isa haa gammachiisu; ani Waaqayyotti nan gammadaatii.
35 Tika ete bato ya masumu basila na mokili, mpe bato mabe bazala lisusu te! Oh molimo na ngai, pambola Yawe! Aleluya, bokumisa Yawe!
Cubbamoonni lafa irraa haa badan; hamoonnis siʼachi hin jiraatin. Yaa lubbuu koo Waaqayyoon eebbisi. Haalleluuyaa.

< Banzembo 104 >