< 역대상 2 >
1 이스라엘의 아들은 이러하니 르우벤과, 시므온과, 레위와, 유다와, 잇사갈과, 스불론과
Ilmaan Israaʼel warra kanneenii dha: Ruubeen, Simiʼoon, Lewwii, Yihuudaa, Yisaakor, Zebuuloon,
2 단과, 요셉과, 베냐민과, 납달리와, 갓과, 아셀이더라
Daan, Yoosef, Beniyaam, Niftaalem, Gaadii fi Aasheer.
3 유다의 아들은 에르와, 오난과, 셀라니 이 세 사람은 가나안 사람 수아의 딸이 유다로 말미암아 낳은 자요 유다의 맏아들 에르는 여호와 보시기에 악하였으므로 여호와께서 죽이셨고
Ilmaan Yihuudaa: Eeri, Oonaanii fi Sheelaa. Isaan kanneen sadanuu intala Shuuwaa, dubartii Kanaʼaan sanatu isaaf daʼe. Eer ilmi Yihuudaa hangaftichi fuula Waaqayyoo duratti hamaa ture. Kanaafuu Waaqayyo isa ajjeese.
4 유다의 며느리 다말이 유다로 말미암아 베레스와 세라를 낳았으니 유다의 아들이 모두 다섯이더라
Taamaar niitiin ilma Yihuudaa Faaresii fi Zaaraa Yihuudaaf deesse. Yihuudaan walumaa galatti ilmaan shan qaba ture.
Ilmaan Faares: Hezroonii fi Hamuul.
6 세라의 아들은 시므리와 에단과, 헤만과, 갈골과, 다라니 모두 다섯 사람이요
Ilmaan Zaaraa: Zimrii, Eetaan, Heemaan, Kalkoolii fi Daardaa. Isaan walumaa galatti dhiirota shan turan.
7 가르미의 아들은 아갈이니 저는 마땅히 멸할 물건으로 인하여 이스라엘을 괴롭게 한 자며
Ilma Karmii: Aakaar isa waan balleeffamuu qabu fudhachuudhaan Israaʼelitti rakkina fide.
9 헤스론의 낳은 아들은 여라므엘과, 람과, 글루배라
Ilmaan Hezroon: Yeramiʼeel, Raamii fi Keluubaa.
10 람은 암미나답을 낳았고, 암미나답은 나손을 낳았으니, 나손은 유다 자손의 방백이며
Raam abbaa Abiinaadaab ture; Amiinaadaab immoo abbaa Nahishoon hoogganaa saba Yihuudaa ture.
11 나손은 살마를 낳았고, 살마는 보아스를 낳았고
Nahishoon abbaa Salmaan; Salmaan immoo abbaa Boʼeez;
12 보아스는 오벳을 낳았고, 오벳은 이새를 낳았고
Boʼeez abbaa Oobeedi; Yoobeed immoo abbaa Isseey.
13 이새는 맏아들 엘리압과, 둘째로 아비나답과, 세째로 시므아와
Ilmaan Isseey: Ilmi isaa hangafni Eliiyaab, lammaffaan Abiinaadaab, sadaffaan Shimeʼaa,
Afuraffaan Naatnaaʼel, shanaffaan Raadaayi,
15 여섯째로 오셈과, 일곱째로 다윗을 낳았으며
jaʼaffaan Oozem, torbaffaan Daawit.
16 저희의 자매(姉妹)는 스루야와, 아비가일이라 스루야의 아들은 아비새와, 요압과 아사헬 삼형제요
Obboleettonni isaanii immoo Zeruuyaa fi Abiigayiil turan. Ilmaan Zeruuyaa sadan Abiishaayi, Yooʼaabii fi Asaaheel turan.
17 아비가일은 아마사를 낳았으니 아마사의 아비는 이스마엘 사람 예델이었더라
Abiigayiil haadha Amaasaa kan abbaan isaa Yeteer nama gosa Ishmaaʼeel sanaa ti.
18 헤스론의 아들 갈렙이 그 아내 아수바와 여리옷에게서 아들을 낳았으니 그 낳은 아들은 예셀과 소밥과 아르돈이며
Kaaleb ilmi Hezroon niitii isaa Azuubaa fi Yeriʼooti irraa ijoollee dhalche. Ilmaan Aazubaa kanneen turan: Yeeser, Sobaabii fi Ardoon.
19 아수바가 죽은 후에 갈렙이 또 에브랏에게 장가 들었더니 에브랏이 그로 말미암아 훌을 낳았고,
Kaalebis Azuubaan duunaan Efraataa fuudhe. Isheenis Huurin isaaf deesse.
20 훌은 우리를 낳았고, 우리는 브사렐을 낳았더라
Huuri abbaa Uuri; Uuri immoo abbaa Bezaliʼeel.
21 그 후에 헤스론이 육십세에 길르앗의 아비 마길의 딸에게 장가들어 동침하였더니 저가 헤스론으로 말미암아 스굽을 낳았으며
Ergasii Hezroon yommuu umuriin isaa waggaa jaatama guutetti intala abbaa Giliʼaad intala Maakiir fuudhe; isheenis Seguubin isaaf deesse.
22 스굽은 야일을 낳았고 야일은 길르앗 땅에서 스물 세 성읍을 가졌더니
Seguub immoo abbaa Yaaʼiir ture; innis biyya Giliʼaad keessaa magaalaawwan digdamii sadii qaba ture.
23 그술과 아람이 야일의 성읍들과 그낫과 그 성들 모두 육십을 그들에게서 빼앗았으며 저희는 다 길르앗의 아비 마길의 자손이었더라
Geshuurii fi Arraam, magaalaa Yaaʼiir akkasumas Qeenaatii fi gandoota naannoo ishee jiraniin walitti magaalaawwan jaatama irraa fudhatan. Isaan kunneen hundi sanyii abbaa Giliʼaad sanyii Maakiir turan.
24 헤스론의 맏아들 여라므엘의 아들은 맏아들 람과 그 다음 브나와 오렌과 오셈과 아히야며
Hezroon erga Kaaleb Efraataatti duʼee booddee, niitiin isaa Abiyaan Ashihuur abbaa Teqooʼaa deesseef.
25 여라므엘이 다른 아내가 있었으니 이름은 아다라라 저는 오남의 어미더라
Ilmaan Yeramiʼeel ilma Hezroon hangafticha sanaa: Raam ilma isaa hangafticha, Buunaah, Ooren, Oozemii fi Ahiiyaa.
26 여라므엘의 맏아들 람의 아들은 마아스와, 야민과, 에겔이요
Yeramiʼeel niitii biraa kan Aaxaaraa jedhamtu qaba ture; isheenis haadha Oonaam turte.
27 오남의 아들들은 삼매와, 야다요 삼매의 아들은 나답과, 아비술이며
Ilmaan Raam ilma Yeramiʼeel hangafticha sanaa: Maʼaaz, Yaamiinii fi Eeqeer.
28 아비술의 아내의 이름은 아비하일이라 저가 그로 말미암아 아반과 몰릿을 낳았으며
Ilmaan Oonaam: Shamaayii fi Yaadaa. Ilmaan Shamaayi: Naadaabii fi Abiishur.
29 나답의 아들은 셀렛과, 압바임이라 셀렛은 아들이 없이 죽었고
Niitiin Abiishur Abiihaayil jedhamti; isheenis Ahibaanii fi Mooliid isaaf deesse.
30 압바임의 아들은 이시요, 이시의 아들은 세산이요, 세산의 아들은 알래요
Ilmaan Naadaab: Seleedii fi Afayiim. Seleed utuu ijoollee hin dhalchin duʼe.
31 삼매의 아우 야다의 아들은 예델과, 요나단이라 예델은 아들이 없이 죽었고
Ilma Afayiim: Yisheʼii; Yisheʼiin abbaa Sheeshaan. Sheeshaan immoo abbaa Ahilayi.
32 요나단의 아들은 벨렛과, 사사라 여라므엘의 자손은 이러하며
Ilmaan Yaadaa kan obboleessa Shamaayi: Yeteerii fi Yoonaataan. Yeteer utuu ijoollee hin dhalchin duʼe.
33 세산은 아들이 없고 딸 뿐이라 그에게 야르하라 하는 애굽 종이 있는고로
Ilmaan Yoonaataan: Pheletii fi Zaazaa. Isaan kunneen sanyiiwwan Yeramiʼeel turan.
34 딸을 그 종 야르하에게 주어 아내를 삼게 하였더니 저가 그로 말미암아 앗대를 낳았고,
Sheeshaan intallan malee ilmaan hin qabu ture. Innis tajaajilaa lammii Gibxi kan Yarihaa jedhamu tokko qaba ture.
35 앗대는 나단을 낳았고, 나단은 사밧을 낳았고,
Sheeshaan tajaajilaa isaa Yarihaatti intala isaa ni heerumsiise; isheenis Ataayin deesseef.
36 사밧은 에블랄을 낳았고, 에블랄은 오벳을 낳았고,
Ataayi abbaa Naataan; Naataan immoo abbaa Zaabaadin;
37 오벳은 예후를 낳았고, 예후는 아사랴를 낳았고,
Zaabaad abbaa Eflaal; Efelaal immoo abbaa Oobeedi;
38 아사랴는 헬레스를 낳았고, 헬레스는 엘르아사를 낳았고,
Oobeedi abbaa Yehuu; Yehuun abbaa Azaariyaa;
39 엘르아사는 시스매를 낳았고, 시스매는 살룸을 낳았고,
Azaariyaa abbaa Heleez; Helees immoo abbaa Eleʼaasaa ti;
40 살룸은 여가먀를 낳았고, 여가먀는 엘리사마를 낳았더라,
Eleʼaasaan abbaa Sismaayi; Sismaayi abbaa Shaluum;
41 여라므엘의 아우 갈렙의 아들 곧 맏아들은 메사니 십의 아비요 그 아들은 마레사니 헤브론의 아비며
Shaluum abbaa Yeqameyaa ti; Yeqameyaan immoo abbaa Eliishaamaa ti.
42 헤브론의 아들은 고라와, 답부아와, 레겜과, 세마라
Ilmaan Kaaleb obboleessa Yeramiʼeel: Meeshaan ilmi isaa hangaftichi abbaa Ziif; Ziif abbaa Maareeshaa ti; Maareeshaan immoo abbaa Kebroon.
43 세마는 라함을 낳았으니 라함은 요르그암의 아비며 레겜은 삼매를 낳았고,
Ilmaan Kebroon: Qooraahi, Tafuuʼaa, Reqemii fi Shemaa.
44 삼매의 아들은 마온이라 마온은 벳술의 아비며
Shemaan abbaa Raham; Raham immoo abbaa Yorqeʼaam. Reqem abbaa Shamaayi.
45 갈렙의 첩 에바는 하란과, 모사와, 가세스를 낳았고, 하란은 가세스를 낳았으며
Shamaayi abbaa Maaʼoon; Maaʼoon immoo abbaa Beet Zuuri.
46 야대의 아들은 레겜과, 요단과, 게산과, 벨렛과, 에바와, 사압이며
Eefaan saajjatoon Kaaleb sun haadha Haaraan, Moozaa fi Gaazeez. Haaraan immoo abbaa Gaazer.
47 갈렙의 첩 마아가는 세벨과, 디르하나를 낳았고,
Ilmaan Yaahidaay: Reegeem, Yootaam, Geeshaan, Phelet, Eefaa fi Shaʼaaf.
48 또 맛만나의 아비 사압을 낳았고 또 막베나와, 기브아의 아비 스와를 낳았으며 갈렙의 딸은 악사더라
Maʼakaan saajjatoon Kaaleb sun haadha Shebeerii fi Tirhaanaa ti.
49 갈렙의 자손 곧 에브라다의 맏아들 훌의 아들은 이러하니 기럇여아림의 아비 소발과
Isheen akkasumas Shaʼaaf abbaa Madmaanaa, Shewwaa abbaa Makbeenaa fi abbaa Gibeʼaa deesse. Kaaleb intala Aaksaa jedhamtu qaba ture.
50 베들레헴의 아비 살마와, 벧가델의 아비 하렙이라
Isaan kunneen sanyiiwwan Kaaleb turan. Ilmaan Huuri ilma Efraataa hangaftichaa: Sobaal abbaa Kiriyaati Yeʼaariim,
51 기럇여아림의 아비 소발의 자손은 하로에와, 므누홋 사람의 절반이니
Salmaan abbaa Beetlihem, Haareef abbaa Beet Gaadeer.
52 기럇여아림 족속들은 이델 족속과, 붓 족속과, 수맛 족속과, 미스라 족속이라 이로 말미암아 소라와 에스다올 두 족속이 나왔으며
Sanyiiwwan Sobaal kan abbaa Kiriyaati Yeʼaariim: Walakkaan Menuhootaa, Haarooʼee,
53 살마의 자손들은 베들레헴과 느도바 족속과, 아다롯벳 요압과, 마하낫 족속의 절반과 소라 족속과
akkasumas gosti Kiriyaati Yeʼaariim, Yitraawonni, Fuutonni, Shumaatonni, Mishiraawonni, Zoraatotaa fi Eshitaaʼoloonni gosoota isaan kanneen keessaa dhalatanii dha.
54 야베스에 거한 서기관 족속 곧 디랏 족속과, 시므앗 족속과, 수갓 족속이니 이는 다 레갑의 집 조상 함맛에게서 나온 겐 족속이더라
Sanyiiwwan Salmaan: Beetlihem, Netoofota, Atroot Beet Yooʼaab, walakkaa Maanaheetotaa, Zoraatota faʼi;
balbala barreessitootaa kanneen Yaabeex keessa jiraatan: Tiraatota, Shimeʼaatotaa fi Sukaatota. Isaan kunneen Qeenota mana abbaa Rekaab Hamaati keessaa dhalatanii dha.