< 2 Korinti 8 >

1 Hagi nenfugata, Anumzamo'a asunku'zama'areti, Masedonia mono vahera zamaza hu'nea zamofo agenke tagra tmasaminaku nehune.
Yaa obboloota, waaʼee ayyaana Waaqni waldoota kiristaanaa Maqedooniyaatiif kennee isin akka beektan ni barbaanna.
2 Zamagripina tusi'a knaza fore nehige'za, zamarevatga zampi ufrenazanagi, zamarimpa kna nosu'za, ra muse nehu'za, fenozami omne'neanagi, zamagu'areti fenona zami'naze.
Isaanis utuu dhiphina baayʼeen qoramuutti jiranuu, baayʼinni gammachuu isaaniitii fi akka malee deeguun isaanii arjummaa isaanii baayʼiseera.
3 Na'ankure nagra eriama hu'na tamasmiza hue, zamagrama amiga avamentera agatere'za, zamagra'a zamavesite rama'a nezamize.
Ani akka isaan hamma dandeettii isaanii, dandeettii isaaniitii olis fedhii isaaniitiin kennan dhugaa nan baʼaatii. Isaan guutumaan guutuutti ofuma isaaniitiin
4 E'ina nehu'za, Anumzamofo naga'ma Jerusalemi mani'naza naga'ma, zamazahu muse'zama zamagranema zamizankura, tusiza hu'za tantahigevava hu'naze.
carraa qulqulloota tajaajiluu kana keessatti akka hirmaatan cimsanii nu kadhatan.
5 Hagi e'inahu hugahaze huta tagesa antahi ozamunanagi, pusazana zamagrazmi Ramofo amite'za, Anumzamofo avesite tagrira tami'naze.
Isaan garuu duraan dursanii Gooftaaf, ergasii immoo fedhii Waaqaatiin nuuf of kennan malee akka nu eegne hin goone.
6 E'i ana hu'negu zago eritruhu eri'za tagripima erigafa hu'nemo, Taitusi'a tamagrane umani'neno tamazahina, ana erizana eri vagaregahaze.
Kanaafuu Tiitoon akkuma duraan jalqabe sana hojii arjummaa kana gama keessaniin akka fiixaan baasuuf isa kadhanne.
7 Hianagi tamagra hakare zampina knare hu'naze, tamentinti zampima, kegaga huzampima, mika Anumzamofo erizankura kazigazi nehuta, tagrikura tamavesi nerantaze. Ana hukana huta amizampina vugota hutma muse'zampinti zamiho.
Isin garuu akkuma waan hundaan jechuunis amantiin, dubbiin, beekumsaan, tattaaffii guutuu fi jaalala nuuf qabdaniin caaltan sana, kennaa arjummaa kaaniinis akka caaltan mirkaneessaa.
8 Nagra ama kema nehuana, amiho hu'na huhankvetina hunormantoe. Hianagi rumo'za kazigazi hu'za nezamizankna huta zmavesinezmenteta, zamigahazafi hu'na reramahena kenaku nehue.
Ani tattaaffii namoota kaaniitiin wal bira qabee jaalalli keessan dhugaa taʼuu isaa qoruu barbaadeeti malee isin ajajaa hin jiru.
9 Na'ankure Rantimofo Jisas Kraisi asunku'zana tamagra antahi'naze. Fenone ne'mo'agi, tamagriku huno amunte omne nekna hu'ne, e'i anama hu'neana Jisasi'a amunte omnezama'afinti feno vahe tamazeri fore hanigu anara hu'ne.
Isin ayyaana Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos ni beektuutii; inni utuu sooressa taʼee jiruu akka isin hiyyummaa isaatiin sooromtaniif isiniif jedhee hiyyoome.
10 Zago eritruhu erizamofonku nagrani'a antahintahi hu'ama huzahue. Koma evia kafure zago eritru huno ami eri'zana tamagra'a erigafa huneta, ana erizankukera osunazanki, tamagu'areti ene huta ami'naze.
Waan kana irratti gorsi ani waaʼee waan hunda caalaa isiniif wayyuu irratti kennu kanaa dha. Isin waggaa darbe kennuu qofaan utuu hin taʼin fedhii kennuuf qabdaniinis kanneen jalqabaa turtan.
11 Menina ana erizana eri vagaresageno, tamagu'areti tamavenesigeta zago ami eriza eri vagaregahune huta hu'nazazamo'a, zago ante'naza avamente magozahu hugahie.
Ammas fedhiin cimaan isin hojii sanaaf qabdan isa fiixa baasuu keessaniin akka mirkanaaʼuuf waanuma qabdaniin hojii sana fiixaan baasaa.
12 Na'ankure mago'mo'ma feno amizamofo avesizama me'nenkeno'a, onte'nesia avamentera omigahianki, nazano ante'nea avamente aminigeno'a, Anumzamo'a muse hugahie. (Mak 12:41-44)
Erga fedhiin jiraate kennaan sun akkuma waan namni qabuutti fudhatama malee akka waan namni hin qabneetti miti.
13 Tagri tavesimo'a ruga'amokizmi nezamisageza fru hu'za manisnageta, tamagra atupa huta manisnaze nosunanagi, mani'naza avamente manisnazegu nehune.
Fedhiin keenya akka isin rakkattanii warra kaanitti immoo toluuf utuu hin taʼin akka wal qixxummaan jiraatuuf.
14 Menina tamagripi rama'a me'negu, atupa hu'za mani'naza vahe zamaza hanageno, henka'a tamagrama atupa hanage'za tamaza hugahaze. E'i ana hanuta magoke avamente manigahaze.
Akka wanti isaan irraa hafu hirʼina keessan guutuuf, yeroo ammaa wanti isin irraa hafu hirʼina isaanii ni guuta. Yoos wal qixxummaan ni jiraata;
15 Anumzamofo avontafepina anage huno krente'ne, Rama'a ne'zama eritru hu'namo'za agatere'za rama'a onte'naze. Hagi osia'a ne'zama eri tru hu'namo'za atupara osu'naze. (Diu-Kas 16:18)
kunis akkuma, “Isa baayʼee walitti qabateef baayʼeen hin hafne; isa xinnoo walitti qabatettis wanni tokko iyyuu hin hirʼanne” jedhamee barreeffamee dha.
16 Tamagriku'ma kazigazi hu'na antahi neramuankna antahintahima, Anumzamo'ma Taitusima azeri otigenoma tamagrikuma antahineramia zankura Anumzamofona muse hunentoe.
Waaqa yaaduma ani isiniif qabu garaa Tiitoo keessa kaaʼe sana nan galateeffadha.
17 Na'ankure Taitusi'a tagrama hu'na nanekereke ovianki, tamagenakura agra'a avesiramante'negu, kazigazi huno tamagritega e'ne.
Tiitoon gorsa keenya fudhachuu qofaan utuu hin taʼin fedhii guddaan ofuma isaatiin kaʼee gara keessan dhufaa jiraatii.
18 Mago nerafu, Jisasi knare museke huama nehige'za maka mono vahe'mo'za agenke'a antahinaza nera, tagra huntonkeno Taitusi ene vu'na'e.
Nus obboleessa tajaajila wangeelaatiin waldoota kiristaanaa hundaan jajame sana isa wajjin ni ergina.
19 Ana nera mono vahe'mo'za Jerusalema zagoma omezminaku'ma hanunana, tagrane vugahie hu'za huhamprinte'naza ne'mo, tagranena vugahie. Anumzamofo ra agi aminaku anara nehuta, tamage huta zamaza hu'zana eriama hugahune.
Kana malees inni hojii nu ulfina Gooftaatii fi fedhii gaarii qabnu mulʼisuuf hojjennu keessatti akka nu wajjin deemuuf waldoota kiristaanaatiin filatameera.
20 Hanki mago'mo'e huno antahi haviza huorantenogu, rama'a vahe'mota magoka ana musezama tami'nazana kva huta erita neone.
Nu kennaa arjummaa kana hojii irra oolchuu keessatti akka namni kam iyyuu maqaa nu hin balleessine of eegganna.
21 Anumzamofo avurekera fatgo huta omanisunanki, vahe'mofo avure enena fatgo huta manisunazanku tavenesie.
Nu utuu fuula Gooftaa qofa duratti hin taʼin fuula namootaa durattis waan qajeelaa hojjechuuf tattaaffanna.
22 Ete mago nerafuna hakare zupa reheta konana, mikazampina fatgo huno nemanino, Korinti vahe'motagu antahineramino tamaza hunaku nehia nera, Taitusi zane vugahaze.
Kana malees obboleessa keenya isa nu yeroo baayʼee waan hedduun qorree nama hisataa taʼuu isaa mirkaneeffanne sana isaan wajjin ergineerra; innis waan amantii guddaa isin irraa qabuuf kan duraa caalaa ni yaada.
23 Hanki Taitusi'a tamaza hu'naku nagrane eri'za e'neria nere. Hagi agrane tare vana'a nerafukiznia mono nagapinti huzanente'naze. Kraisi agi erisaga nehaza vahe nevaze.
Waaʼee Tiitoo irratti, inni garee koo kan na wajjin isin gidduu hojjetuu dha; waaʼee obboloota keenyaa immoo isaan bakka buʼoota waldoota kiristaanaatii fi ulfina Kiristoos.
24 E'ina hu'negu zamesi'nezmanteta zamazeri so'e nehinke'za, Anumzamofo naga'mo'za nege'za, Poli'ma Korinti vahe'mokizmi zamavu'zamavaku'ma nehiana tamage hu'ne hu'za hugahaze.
Kanaafuu akka waldoonni kiristaanaa arguu dandaʼaniif dhugaa jaalala keessaniitii fi sababii nu isiniin of jajnuuf namoota kanneenitti argisiisaa.

< 2 Korinti 8 >