< Uromawa 11 >

1 Indi iki, nani Asere anyarizi me anu ameme? Idake icukono ani ba. Mi unu Uisraila mani bisana bi Ibrahim, ani lem ni Biliyaminu.
Anis, “Egaa Waaqni saba isaa ni gatee ree?” jedhee nan gaafadha. Kun gonkumaa akkas miti! Ani iyyuu Israaʼelicha, sanyii Abrahaam keessaa gosa Beniyaam.
2 Ugomo mada nyari me anu ameme sa ma rusi we dati utuba ba. Ida rusa unyertike utize ta Asere taa buki ahira aIliya, sa maa riki Ugomo Asere tari anice anu Israila?
Waaqni saba isaa warra duraan dursee beeke sana hin ganne; isin waaʼee Eeliyaas, inni akkamitti Waaqa duratti akka Israaʼelin himate Katabbiin Qulqulluun maal akka jedhu hin beektanii? Innis akkana jedha:
3 “Ugomo Asere ahuzi anu ubezizi utize ti we me. Wa kure wa pusi ubagadi uwe me. Mi mani cas ma dee, wa nyara wa huum.
“Yaa Gooftaa isaan raajota kee ajjeesaniiru; iddoo aarsaa keetii illee diiganiiru; anuma qofatu hafe; anas ajjeesuu barbaadu.”
4 Ugomo Asere maa kabirka ma gu me nyanini? Ma kabirka ma gu “ma inko any a'ino usanare an desa daki tunguno makiri ba'al ba.”
Garuu deebiin Waaqni isaaf kenne maal ture? “Ani ofii kootiif namoota Baʼaaliif hin jilbeenfatin 7,000 hambifadheera.”
5 Vatin ani me, ana me ukasu urani sa a zauka we barki iriba isheu.
Akkasuma yeroo ammaas hambaawwan ayyaanaan filataman jiru.
6 Inki ya cukuno barki iriba isheu ini, daki ya cukuno barki katuma ku unu ba. Daki ya cukuno iriba sheu ida daza me iriba isheu ba.
Erga ayyaanaan taʼe immoo siʼachi hojiin miti; utuu hojiin taʼee immoo ayyaanni silaa ayyaana hin taʼu ture.
7 Nyanini idi ku zi? imum be sa A, Israilawa wa zi unu nyara me, daki wa du ku kem ba, iye ya cukuno an desa azauka we kem ukasu wa cukuno gbas.
Egaa maali ree? Israaʼel waan jabeessee barbaade sana hin arganne; warri filataman garuu argataniiru. Warri kaan immoo mataa jabaatan.
8 Ya cukuno gusi sa anyertike “Ugomo Asere maa nya we bi be bi ugbas nan ituri, a je sa wada hira me ahira ni ba, ti tui sa wadi da kunna me tize ni ba, a nyimo uwui ugeme.''
Kunis isa, “Waaqni hamma guyyaa harʼaatti, akka iji isaanii hin argineef, akka gurri isaaniis hin dhageenyeef, hafuura nama dawweessu isaaniif kenne” jedhamee barreeffamee dha.
9 Dauda ma guna “caa utebur uweme ucukuno gusi imum i mensi icere, imum imensi inama, nipoo ni upilizino nan nugarza imum be sa wa wuza.
Daawitis akkana jedha; “Maaddiin isaanii iddaa fi kiyyoo, gufuu nama gufachiisuu fi adaba isaanitti haa taʼu.
10 Ca aje aweme acukuno bibit bati kati wa hiri ahira ba. Amaru aweme adi tunguron sarki umarsa.''
Akka arguu hin dandeenyeef iji isaanii haa haguuggamu; dugdi isaaniis bara baraan haa goophatu.”
11 Har kanime izin unu iko, “nani upilliko me udi biki uguna wa rizi?” Asere awu kati icukuno ani me ba. Barki usiziki uweme anu amadini wa kem masaa, bati wa kunna ishina.
Anis deebisee, “Isaan hamma kufanii kaʼuu hin dandeenyetti gufatanii?” jedheen gaafadha. Kun gonkumaa akkas miti! Garuu akka sabni Israaʼel hinaafuuf sababii balleessaa isaaniitiif fayyinni Namoota Ormaatiif dhufe.
12 Inki usiziki uwe me wa cukuno ukem une uni, u dira uwe me ukem wa na amadini uni, nyinini uwa uvu uweme udi bezi?
Yoos erga balleessaan isaanii addunyaaf badhaadhummaa fidee, kufaatiin isaaniis erga Namoota Ormaatiif badhaadhummaa fidee, guutummaan isaanii immoo hammam caalaa badhaadhummaa haa fiduu ree?
13 Ana me izin tize nan shi ana madini, mi sa inzi unu dungura ahira ashi ana madini in kunna in katuma kam.
Yaa Namoota Ormaa, ani isinittin dubbadha. Ani waanan ergamaa Namoota Ormaa taʼeef, tajaajila koo nan kabaja.
14 Inhira indi dari mu riba ma desa tizi a'inde nan we. In hira ti di benki aye awe me.
Kanaanis ani tarii saba koo hinaaffaaf kakaasee isaan keessaa tokko tokko fayyisuu abdadhee ti.
15 Inki ya cukuno unyare uwe me udi cukuno abarka une uni, ukaba uweme udi cukuno ukem uvegize uni usuro iwono?
Erga gatamuun isaanii addunyaaf araara fidee, fudhatamuun isaanii immoo warra duʼan keessaa jireenyatti kaafamuu malee maal fida ree?
16 inki a barka bisana bituba uhina, ane ani nitini me. Inki abarka niji ni bisana me, ane ani irii me.
Kutaan bukoo kan akka kennaa hangafaatti dhiʼeeffame tokko erga qulqulluu taʼee, bukoon guutuun qulqulluu dha; hiddi erga qulqulluu taʼee, dameewwan isaas akkasuma qulqulloota.
17 Ana me ingi amu pusa ire iri, ingi hu iri utiti uni jaa, apata nan we, inki iciki nigoo me ati jii ti utiti u'olive.
Dameewwan sana keessaa tokko tokko caccabsamnaan ati utuma lataa ejersa bosonaa taatee jirtuu iddoo dameewwan caccabaniitti fayyifamtee soora hidda ejersaa irraa argamu kan qooddattu taanaan,
18 kati uwuzi irii me uwetere ba. Inki wa wetere ma, daki ha mani u'inta tiji me ba, tiji me tini ti inta we.
dameewwan sanatti hin koorin. Yoo of jajje garuu hidda sanatu si baata malee akka ati hidda sana hin baanne hubadhu.
19 Idi ku gunna, iri me ya pusa bati mi in kem ahirabumeki.
Atis, “Akka ani itti fayyifamuuf dameewwan sun caccabsaman” ni jetta.
20 Kadure kani, barki uzatu unya ace awe ani ine ini ya wu wa pusa, tonno nin ini kara barki uhem ushi me. Kati i yeze ace ashi ba, k unna nin biyau ba Asere.
Kun dhuguma. Isaan waan amantii hin qabneef caccabsaman; ati garuu amantiidhaan dhaabatteerta. Kanaafuu sodaadhu malee of hin tuulin.
21 Sarki Ugomo Asere ma tarsin iri ituba shi ma mada tarsan inshi ba.
Waaqni yoo dameewwan uumamaatiif hin hilin siifis hin hiluutii.
22 Duku ira nin, abaga upazaza Ugomo Asere. Nire nikira, u pazaza wa e anice na Ayahudawa sa wa rizi. Nire nikira usheu Ugomo Asere wa e ace ashi me, inki ya re aje anyimo usheu umeme. Nani shi ma adi koruko shi ma avete nin.
Egaa arjummaa fi gara jabina Waaqaa hubadhu: gara jabinni isaa warra kufan irratti; arjummaan isaa garuu hamma ati arjummaa isaa keessa jiraattutti siif; yoo kanaa achii atis ni kutamta.
23 Sarki daki wa ri aje unu zati unya ace, a da meki we a zeni. Ugomo Asere mada ke ma kuri ma zen we.
Isaanis yoo amantii dhabuutti fufuu baatan itti fayyifamu; Waaqni deebisee itti isaan fayyisuu ni dandaʼaatii.
24 Inki akoruko anyimo utiti usas, nan unu wuna Asere ma inki shi anyimo utiti uriri. Aneni abanga Ayahudawa, sa we wani iri me Asere abarka anyimo utiti ulive uwe me?
Ati muka uumamaan ejersa bosonaa taʼe irraa muramtee karaa seera uumamaatiin ala taʼeen muka ejersaa kan dhaabame irratti erga fayyifamtee, dameewwan uumamaa kunneen hammam caalaa muka ejersa isaanii irratti deebifamanii hin fayyifaman ree!
25 Inda nyaram shi icukuno sarki urusa imum ini hunzi ni geme ba nihenu, kati icuno sarki ubasa ti memeru. Imum ini hunzi ni geme ya in ni jas cingili ahira Ayahudawa, u duku hana anice ana madini.
Yaa obboloota, ani akka isin ogeeyyii of seetanii icciitii kana wallaaltan hin barbaadu; hamma lakkoobsi Namoota Ormaa guutuun seenutti Israaʼel gariin mata jabinaan jiraachaa turan.
26 Vat in ani me, gusi ubuka anyimo unyettike me Aisraila wadi kafa vat uwe. “unu benki me madi suri Usihiyona. Madi suso anu zatu unya ace anyimo a Yakubu.
Kanaafuu Israaʼel hundi ni fayyu; akkana jedhamee barreeffameeraatii: “Inni furu Xiyoonii ni dhufa; Yaaqoob irraas Waaqa malee jiraachuu ni balleessa.
27 Udi cukuno une uni barka utize tum nan we, uganiya sa indi kpici madini ma we me.”
Yommuu ani cubbuu isaanii isaan irraa fuudhutti, kakuun koo kan ani isaan wajjin qabu kana.”
28 Abanga atize ta Asere, a game we barki shi. Nire nikira barki uzau ka Ugomo Asere, a nyara we barki anu tuba aweme ani.
Akka wangeelaatti isiniif jecha isaan diinota; akka filannootti garuu abbootiif jecha isaan jaallatamoo dha;
29 Unyanki imum i ugomo Asere mada gamara me ba.
kennaan Waaqaatii fi waamichi isaa gaabbii hin qabuutii.
30 Azi anu uzatu ukunna utize ta Asere ani unu tuba, shi be ya kem uvenke, barki uzatu ukunna utize ti we.
Akkuma isin kanaan dura Waaqaaf ajajamuu diddanii amma garuu ajajamuu diduu isaaniitiin araara argattan sana
31 Ine ini ya cukuno barki ukem uvenke ushi me, we ma wa dake wa kem uvenke.
isaanis akkasuma araara Waaqaa kan isin argattaniin akka araara argataniif amma ajajamuu didan.
32 Barki Ugomo Asere ma korso uzatu ukunna utize, bati ma bezi iriba ish eu imeme anice nanu vat. (eleēsē g1653)
Waaqni hunduma isaaniitiif araara buusuuf jedhee namoota hunda ajajamuu diduu jala galche. (eleēsē g1653)
33 Wuyi!, uconco urusa nan ugbardang Ugomo Asere uda zo me ini imum bata ba. Adi wuu aneni abati u'inko utize timeme, ada ke arusi nibaba ni meme ba.
Badhaadhummaan ogummaatii fi beekumsa Waaqaa hammam gad fagaata! Murtiin isaa qoramee bira hin gaʼamu! Karaan isaas barbaadamee itti hin baʼamu!
34 Aveni mada ke ma rusi iriba i Ugomo Asere? Nani aveni ma bari ma cukuno unu gamara ume tize?
“Eenyutu yaada garaa Gooftaa beeke? Yookaan eenyutu gorsaa isaa ture?”
35 Aveni ma tuba unya Ugomo Asere ire imum, sa di kurzo me ini?
“Yookaan akka Waaqni deebisee isaaf kennuuf jedhee, eenyutu takkumaa Waaqaaf waa kenne?”
36 Barki me mani, usuro ume uni nan ahira ame ani vat akenzi timumum nin. Caa tinonzuko niza ni meme sarki umara, na icuno ani me. (aiōn g165)
Wanti hundinuu isa irraa dhufe; isumaan dhufe; isaaf dhufe. Bara baraan ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen. (aiōn g165)

< Uromawa 11 >