< Halelu 40 >

1 U A kali ahonui aku la au ia Iehova, A maliu mai ia me ka hoolohe i ko'u hea ana.
Dura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit. Ani obsaan Waaqayyoon nan eeggadhe; innis gara kootti garagalee iyya koo naa dhagaʼe.
2 Ua lawe mai oia ia'u mai loko mai o ka lua weliweli, Mai loko mai o ka lepo poho, A ua hooku i ko'u mau kapuwai maluna o ka pohaku, A ua hooku pono oia i kuu hele ana.
Inni boolla sodaachisaa keessaa, dhoqqee nama liqimsu keessaas na baase; miilla koo kattaa irra dhaabe; ejjeta koos naa jabeesse.
3 Ua haawi mai oia i ka mele hou iloko o kuu waha, I ka hoolea i ko kakou Akua: E ike auanei na mea he nui, a e weliweli hoi, A e hilinai aku hoi ia Iehova.
Innis faarfannaa haaraa, faarfannaa galataas afaan koo keessa Waaqa keenyaaf kaaʼe. Namoonni baayʼeen arganii Waaqayyo sodaatu; isas ni amanatu.
4 Pomaikai ke kanaka i hoolilo ia Iehova i mea e hilinai ai nona: Aole hoi i mahalo i ka poe haaheo, Aole hoi i ka poe kapae ma ka wahahee.
Namni Waaqayyoon abdatu, kan gara of tuultotaa hin ilaalle, namni warra karaa irraa jalʼatanii waaqota sobaa duukaa buʼinitti hin gara galle eebbifamaa dha.
5 He nui na mea kupaianaha au i hana'i, e Iehova kuu Akua, A me ou manao ia makou; Aole ia e helu pololei ia'ku ia oe: Ina makemake au e hai heluhelu aku, Ua nui loa ia, aole e pau i ka heluia.
Yaa Waaqayyo Waaqa ko, dinqiin ati hojjette baayʼee dha; waan ati nuuf yaadde, namni tokko tokkoon sitti himuu dandaʼu tokko iyyuu hin jiru; yoo ani waaʼee isaanii labsee dubbadhe illee, baayʼinni isaanii hamma hin qabu.
6 O ka mohai a me ka alana kau i makemake ole ai; O ko'u mau pepeiao kau i hoohakahaka mai ai; O ka mohalkuni a me ka mohailawehala kau i kauoha ole mai ai.
Ati aarsaa fi kennaa hin feene; gurra koo garuu naa banteerta; aarsaa gubamuu fi aarsaa cubbuu ati hin barbaanne.
7 Alaila i aku la au, Eia, ke hele mai nei au; Ma ka buke palapala i kakauia'i no'u,
Yeroo sana ani akkana nan jedhe; “Ani kunoo ti; ani dhufeera; waaʼeen koo kitaaba maramaa keessatti barreeffameera.
8 Ke hauoli nei au i ka hana aku i kou makemake, e ko'u Akua: Oiaio, o kou kanawai hoi eia iloko o ko'u naau.
Yaa Waaqa ko, ani fedhii kee raawwachuutti nan gammada; seerri kee garaa koo keessa jira.”
9 Ua hai aku au i ka pono i ke anaina nui: Eia hoi, aole au i hoopaa i kuu mau lehelehe, E Iehova, ua ike no hoi oe.
Ani yaaʼii guddaa keessatti qajeelummaa nan labsa; Yaa Waaqayyo, akkuma ati beektu, ani afaan koo hin qabadhu.
10 Aole au i huna i kou pono iloko o ko'u naau; Ua hai aku no hoi au i kou oiaio a me kou ola: Aole au i huna i kou lokomaikai, a me kou oiaio, i ke anaina nui.
Ani qajeelummaa kee garaa koo keessa hin dhoksu; waaʼee amanamummaa keetiitii fi waaʼee fayyisuu keetii nan odeessa; jaalala keetii fi dhugaa kees yaaʼii guddaa duraa hin dhoksu.
11 Mai aua mai oe i kou aloha ia'u, e Iehova; E hoomalu mau mai kou lokomaikai me kou oiaio ia'u.
Yaa Waaqayyo araara kee na hin dhowwatin; jaalalli keetii fi dhugaan kee yeroo hunda ana haa eegan.
12 No ka mea, ua hoopuni mai ia'u na mea ino, aole e pau i ka heluia: Ua lalau mai ko'u mau hewa ia'u, Aole hiki ia'u ke nana iluna: Ua oi aku lakou mamua o na lauoho o kuu poo: Nolaila i haalele ai ko'u naau ia'u.
Rakkinni hamma hin qabne na marseeraatii; cubbuun koos na liqimseera; arguus dadhabeera; cubbuun koo rifeensa mataa koo caalaa baayʼata; onneen koos na keessatti laafteerti.
13 E oluolu hoi oe, e Iehova, e hoola ia'u: E wiki mai, e Iehova, e kokua mai ia'u.
Yaa Waaqayyo, na fayyisuutti gammadi; yaa Waaqayyo, na gargaaruudhaaf dafii kottu.
14 E hoohilahilaia, a e hoka pu ka poe imi mai i ko'u uhane e hoomake mai ia; E kipakuia'ku i hope ka poe i makemake e poino au.
Warri lubbuu koo galaafachuu barbaadan hundinuu, haa qaanaʼan; haa burjaajaʼanis. Warri badii koo hawwan hundi, qaanaʼanii duubatti haa deebiʼan.
15 E hooneoneoia hoi lakou i uku no ka hilahila o lakou, Ka poe i olelo mai ia'u, Aia la, aia la!
Warri, “Baga! Baga!” anaan jedhan, qaanii isaaniitiin haa rifatan.
16 E hauoli aku a e olioli no hoi ia oe, Na mea a pau i imi aku ia oe: A e olelo mau ka poe makemake i kou ola, E hoonaniia'ku o Iehova.
Warri si barbaadan hundinuu garuu sitti gammadanii haa ililchan. Warri fayyisuu kee jaallatan yeroo hunda, “Waaqayyo guddaa dha!” haa jedhan.
17 Aka, ua haahaa au a me ka nele; Hoomanao mai no nae ka Haku ia'u: O oe no ko'u kokua a me ko'u Hoola; Mai hookaulua iki oe, e ko'u Akua.
Ani garuu hiyyeessaa fi rakkataa dha; taʼus Gooftaan naaf yaada. Ati gargaarsa koo fi fayyisaa koo ti; yaa Waaqa ko, hin turin.

< Halelu 40 >