< Ioba 41 >

1 E HOOPAA anei oe i ka leviatana me ka makau? A e kaomi i kona alelo me ke aho?
“Ati hokkoo qurxummiitiin Lewaataan harkiftee baasuu yookaan arraba isaa funyoodhaan hidhuu ni dandeessaa?
2 E hiki anei ia oe ke hookomo i ke kaula kaluha i kona ihu? A me ka makau e hoolou i kona iwia?
Funyaan isaa keessa funyoo baasuu yookaan lafee mangaagaa isaa hokkoodhaan uruu ni dandeessaa?
3 E hoomahuahua anei ia i ka nonoi ana ia oe? E olelo anei ia i na mea hooluolu ia oe?
Inni akka ati isaaf araaramtuuf guddisee si kadhataa? Afaan nagaatiinis sitti ni dubbataa?
4 A hoopaa anei ia i ka berita me oe? E lawe anei oe ia ia i kauwa mau loa?
Akka ati bara baraan garbicha godhattuuf inni si wajjin kakuu ni galaa?
5 E paani pu anei oe me ia me he manu la? E hoopaa anei oe ia ia no kou poe wahine opio?
Ati akka simbirroota wajjin taphattu isa wajjin ni taphattaa? Yookaan shamarran keetiif isa ni hiitaa?
6 E hana anei na makamaka ia ia i mea ahaaina? E mahele anei lakou ia ia iwaena o ka poe kuai?
Daldaltoonni isa irratti gatii wal dubbatuu? Warra bitee gurguruufis isa ni qooduu?
7 E hiki anei ia oe ke hoopiha i kona ili i na mea oi? I kona poo hoi i na o-ia?
Ati gogaa isaa xiyyaan, yookaan mataa isaa hokkoo ittiin qurxummii qabaniin wawwaraanuu ni dandeessaa?
8 E kau oe i kou lima maluna ona, E hoomanao i ke kaua, a e hooki iho.
Yoo harka keetiin isa tuqxe, walʼaansoo sana ni yaadatta; deebitees waan sana hin gootu!
9 Aia hoi, o ka manao e paa aku ia ia ua make hewa: Aole anei e hina ilalo ka mea e nana aku ana ia ia?
Isa moʼanna jedhanii abdachuun soba; ijumaan isa ilaaluunuu nama hollachiisa.
10 Aohe mea aa e hoala ia ia: A owai la hoi ka mea e hiki ke ka imua o'u?
Namni isa dammaqsuuf garaa qabaatu tokko iyyuu hin jiru. Egaa namni na dura dhaabachuu dandaʼu eenyu?
11 Owai ka i hana mua mai na'u, a e uku aku au? O na mea a pau malalo o ka lani, no'u ia.
Namni waa natti kennatee ani deebisuufii qabu eenyu? Wanni samii jala jiru hundinuu kanuma koo ti.
12 Aole au e huna i kona mau lala, Aole hoi i ka ikaika a me ka nani o kana mea kaua.
“Ani waaʼee harkaa fi miilla isaa, waaʼee jabinaa fi dhaaba toluu isaa dubbachuu hin dhiisu.
13 Owai ka mea e wehe ae i ke alo o kona kapa? Owai ka mea e komo iloko o kona mau a palua?
Eenyutu uffata inni irraan uffatu irraa baasa? Eenyutu luugama qabatee isatti dhiʼaata?
14 Owai ka mea e wehe ae i na pani o kona maka? O kona mau niho a puni he mea weliweli ia.
Eenyutu balbala afaan isaa isa ilkaan isaa sodaachisaa sanaan marfame banuu dandaʼa?
15 O kona haaheo, o kona mau palekaua paa no ia, I hoopiliia i ka mea kapili paa.
Dugdi isaa gaachanawwan tarree galan, kanneen akka malee walitti maxxanfaman qaba;
16 Ua pili kekahi i kekahi, Aole e komo ka makani iwaena o lakou.
tokkoon tokkoon gaachanawwan sanaa akka qilleensi gidduu isaanii hin baaneef baayʼee walitti maxxanu.
17 Ua pili pu kekahi me kekahi, Ua hui pu ia lakou, aole e hiki ke hookaawaleia'e.
Isaan jabeeffamanii walitti qabsiifaman; waan walitti fayyaniif gargar hin baafaman.
18 Ma kona kiha ana alohi mai la ka malamalama, O kona mau maka ua like me na lihilihi o ke kakahiaka.
Haxxissoon isaa balaqqeessa ifaa baasa; iji isaa immoo akkuma ifa biiftuu reefuu baatuu ti.
19 Mailoko mai o kona waha hele aku na lapalapa, A lele aku na huna ahi.
Afaan isaa keessaa arraba ibiddaatu baʼa; qaanqeenis afaan isaa keessaa ni faffacaʼa.
20 Mailoko mai o kona mau pukaihu puka aku ka mahu, E like me ko ka ipuhao wela, a me ka ipuhao lapalapa.
Akkuma aara xuwwee ibidda shambaqqoo irratti dafqu keessaa baʼuu funyaan isaatii aarri ni baʼa.
21 Hoa aku kona hanu i na lanahu, A mai kona waha puka aku ka lapalapa.
Hafuurri afaan isaatii baʼu cilee ibiddaa qabsiisa; afaan isaa keessaas arrabni ibiddaa ni baʼa.
22 Maloko o kona a-i ke noho la ka ikaika, A lelele ka weliweli imua ona.
Morma isaa keessa jabinatu jira; sodaachisuunis fuula isaa dura ni utaala.
23 O na wahi lewalewa o kona io ua pilipaaia, Ua paa ia ia, aole e hoonaueia.
Dachaan foon isaa wal qabateera; dachaan sunis walitti fayyeera; hin sochoʼus.
24 O kona naau ua paa, me he pohaku la, A ua paakiki e like me ka pohaku lalo o ka wili.
Lapheen isaa akka kattaa jabaata; akka dhagaa daakuus jabaa dha.
25 I kona ea ana iluna, makau ka poe ikaika; No ka weliweli pihoihoi lakou.
Yeroo inni ol kaʼutti, jajjaboonni ni sodaatu; yommuu inni lafa sochoosaa dhufutti isaan of irra garagalanii baqatu.
26 O ke kau ana o ka pahikaua ia ia aole ia e paa: O ka pahi o, o ka ihe, a me ka pololu.
Goraadeen itti buʼu illee homaa isa hin godhu; eeboon yookaan xiyyi yookaan ankaaseenis homaa isa hin godhu.
27 Ua manao no ia i ka hao he like ia me ka mauu maloo, A i ke keleawe me he laau popopo la.
Inni sibiila akka cidiitti, naasii immoo akka muka tortoreetti heda.
28 Aole e hiki i ka pua pana ke hooauhee ia ia: O na pohaku o ka maa, ua like ia me ka opala.
Xiyyi isa hin baqachiisu; dhagaan furrisaa isaaf akkuma habaqii ti.
29 Ua manaoia ka newa e like me ka opala; Ua akaaka no ia i ka naue ana o ka ihe.
Bokkuun isaaf akkuma cidii ti; inni mirmirfamuu eebootti ni kolfa.
30 Malalo ona na apana ipu lepo: Hohola aku ia i ka mea oi maluna o ka lepo.
Garaan isaa jalli akka cabaa okkotee kan qara qabuu ti; akka muka ittiin midhaan dhaʼaniittis dhoqqee baqaqsa.
31 Hoopohapoha no ia i ka hohonu, me he ipuhao la: Hana no ia i ke kai me he ipu mea hamo la.
Inni tuujuba akka okkotee dafquutti koqsiisa; galaanas akkuma bilqaaxxii dibataa raasa.
32 Waiho no ia i ala malamalama mahope ona; Ua manaoia ka hohonu, he poohina.
Inni duuba isaatiin akka karaan ifu ni godha; namni waan tuujubni sun rifeensa adii qabu seʼa.
33 Aohe mea like maluna o ka honua, Ka mea i hanaia me ka makau ole.
Uumamni homaa hin sodaanne, kan isaan qixxaatu tokko iyyuu lafa irra hin jiru.
34 Nana mai no ia i na mea kiekie a pau; Oia ke alii maluna o ka poe haaheo a pau.
Inni warra of tuulu ni tuffata; warra of jaju hunda irratti mootii dha.”

< Ioba 41 >