< Ioba 40 >

1 OLELO mai hoi o Iehova ia Ioba, i mai la,
Waaqayyos Iyyoobiin akkana jedhe:
2 O ka mea hoopaapaa i ka Mea mana, e ao mai anei ia ia ia? O ka mea e ao mai i ke Akua, nana no e ekemu mai.
“Namni Waaqa Waan Hunda Dandaʼuun falmu tokko isa ni qajeelchaa? Namni Waaqa himatu deebii haa kennuuf!”
3 Alaila, olelo aku o Ioba ia Iehova, i aku la,
Iyyoobis akkana jedhee Waaqayyoof deebise:
4 Aia hoi, ua inoino wau; Heaha ka'u e ekemu aku ai ia oe? E kau aku au i kuu lima maluna o kuu waha.
“Ani nama faayidaa hin qabnee dha; akkamittin deebii siif kenna? Harka koo afaan koo irra nan kaaʼadha.
5 Hookahi ka'u olelo ana, aka, aole au e ekemu hou; A elua hoi, aka, aole au e olelo hou aku.
Ani yeroo tokko dubbadheera; garuu ani waanan deebisu hin qabu; siʼa lama dubbadheera; kana caalaa garuu homaa hin jedhu.”
6 Alaila olelo mai o Iehova ia Ioba mailoko mai o ka puahiohio, i mai la,
Kana irratti Waaqayyo bubbee jabaa keessaa Iyyoobitti dubbate:
7 E kakoo oe ano, me he kanaka la, i kou puhaka: E ninau aku au ia oe, a hoike mai oe ia'u.
“Akka dhiiraatti mudhii kee hidhadhu; ani sin gaafadha; ati immoo deebii naa kennita.
8 E hoole anei hoi oe i ko'u pono? E hoahewa anei oe ia'u, i hoaponoia'i oe?
“Ati murtii koo qajeelaa sana gatii dhabsiistaa? Ofii keetii qajeelaa taʼuuf na himattaa?
9 He lima anei kou e like me ko ke Akua? E hiki anei ia oe ke hoohekili me ka leo e like me kona?
Irree akka irree Waaqaa qabdaa? Sagaleen kees akka sagalee isaa qaqawweessaʼuu dandaʼaa?
10 E hoonani oe ano ia oe iho me ka hanohano a me ko kiekie; E hoaalu hoi ia oe iho i ka nani a me ka mahalo.
Ulfinaa fi guddinaan of miidhagsi; kabajaa fi barreedina uffadhu.
11 E hookuu aku oe i kou huhu ikaika: A nana aku i ka mea kiekie a pau, a hoohaahaa ia ia.
Dheekkamsa kee kan guutee irra yaaʼu sana dhangalaasi; nama of tuulu kam iyyuu ilaalii qaanessi.
12 E nana aku i ka mea haaheo a pau, a e hookulou ia ia; A e hehi iho ilalo i ka poe hewa ma ko lakou wahi.
Nama of tuulu hunda ilaalii gad deebisi; hamoota illee iddoodhuma isaan dhaabatanitti caccabsi.
13 E hoonalo pu ia lakou iloko o ka lepo; E uhi i ko lakou maka i ka pouli.
Isaan hunda walitti qabii biyyoo keessatti awwaali; fuula isaaniis awwaala keessa dhoksi.
14 Alaila e hooia aku au ia oe, E hiki no i kou lima akau ke hoola ia oe iho.
Yoos ani mataan koo, akka harki kee mirgaa si oolchuu dandaʼu siifin mirkaneessa.
15 E nana ano i ka behemo, ka mea a'u i hana'i me oe; Ua ai no ia i ka weuweu e like me ka bipi.
“Bihemootin ani akkuman si uumettin uume, kan akkuma qotiyyoo marga dheedu sana mee ilaali.
16 Aia hoi, ano, o kona ikaika ma kona puhaka, O kona mana hoi ma na wahi paa o kona opu.
Jabinni isaa dugda isaa keessa, humni isaa immoo ribuu garaa isaa keessa jira!
17 Ua kunini no ia i kona huelo me he laau kedera la, O na olona o kona uha ua ulana pu ia.
Eegeen isaa akkuma muka birbirsaa raafama; ribuun tafa isaa wal keessa xaxamaa dha.
18 O kona mau iwi me na auka keleawe, O kona mau iwi, ua like me na auka hao.
Lafeen isaa akka ujummoo naasii ti; harkii fi miilli isaa immoo akka ulee sibiilaa ti.
19 Oia ke pookela o na hana a ke Akua! O ka mea nana ia i hana, haawi no ia i pahikaua nana.
Inni uumamawwan Waaqaa keessaa hangafa; garuu inni isa uume goraadee isaatiin isatti dhiʼaachuu dandaʼa.
20 Ua hoohua mai na mauna i ka ai nana, A malaila na holoholona a pau o ke kula i paani ai.
Gaarran marga ni kennuuf; bineensonni hundi naannoo isaa ni burraaqu.
21 Moe iho no ia malalo o na laau malu, Maloko o kahi nalo o ka ohe a me ke kiolepo.
Inni huuxxii qoraattii qabu jala ciisa; shambaqqoo lafa dhaqdhaqii keessa dhokata.
22 Uhi iho la na laau malu ia ia me ko lakou malu; A puni mai ia ia na wilou o ke kahawai.
Gaaddisni huuxxii qoraattii qabuu isa haguuga; alaltuun lagaas isa marsa.
23 Aia hoi, huai mai ka muliwai, aole ia i holo aku, Noho malie no ia i ka wa i huai mai ai o Ioredane i kona waha.
Yommuu lagni cabsee yaaʼutti iyyuu kunoo, inni hin rifatu. Lagni Yordaanos afaan isaa irra garagalu iyyuu inni hin shishu.
24 Imua o kona mau maka e hopu anei kekahi ia ia? A e hoopuka aku i kona ihu i ka lou?
Namni utuma inni arguu isa qabuu yookaan kiyyoodhaan isa qabee funyaan isaa uruu dandaʼu tokko iyyuu jiraa?

< Ioba 40 >