< Zefaniya 2 >
1 Ku tattaru, ku tattaru, Ya ku al’umma marar kunya,
Yaa saba qaanii hin qabne, walitti qabamaa; walitti qabamaa;
2 kafin ƙayyadadden lokacin nan yă zo ranan nan kuma ta share ku kamar ƙaiƙayi kuma kafin fushi mai tsanani na Ubangiji yă auko muku, kafin ranar fushin Ubangiji ta auko muku.
utuu yeroon murtaaʼe sun gaʼee guyyaan sun akkuma habaqiitti isin hin haxaaʼin, utuu aariin Waaqayyoo bobaʼaan sun isinitti hin dhufin, utuu guyyaan dheekkamsa Waaqayyoo isinitti hin dhufin walitti qabamaa.
3 Ku nemi Ubangiji, dukanku ƙasashe masu tawali’u, ku da kuke yin abin da ya umarta. Ku nemi adalci da tawali’u; mai yiwuwa ku sami mafaka a ranar fushin Ubangiji.
Isin garraamonni lafaa kanneen waan inni ajaju hojjettan hundi Waaqayyoon barbaaddadhaa. Qajeelummaa barbaadaa; gad of qabiisa barbaadaa; isin guyyaa dheekkamsa Waaqayyootti ni golbomamtu taʼaatii.
4 Za a yashe Gaza a kuma bar Ashkelon kango. Da tsakar rana Ashdod za tă zama babu kowa a kuma tumɓuke Ekron.
Gaazaan duwwaa hafti; Ashqaloon immoo ni onti. Sabni Ashdood guyyuma Saafaadhaan ariʼamee baʼa; Eqroon immoo ni buqqifamti.
5 Taku ta ƙare ku da kuke zama a bakin teku, Ya ku mutanen Keretawa; maganar Ubangiji tana gāba da ke, Ya ke Kan’ana, ƙasar Filistiyawa. “Zan hallaka ki kuma babu abin da zai rage.”
Yaa Kereetota qarqara galaanaa jiraattan, isiniif wayyoo; yaa Kanaʼaan, biyya Filisxeemotaa, dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee sitti dhufeera; “Ani sin barbadeessa; namni tokko iyyuu hin hafu.”
6 Ƙasar da take a bakin teku, inda Keretawa suke zaune, za tă zama wurin da makiyaya da ta garken tumaki.
Biyyi qarqara galaanaa, iddoon Kaliitonni jiraatan, iddoo tiksoonni jiraatanii fi gola bushaayee taʼa.
7 Za tă zama mallakar raguwar gidan Yahuda; a can za su sami wurin kiwo. Da yamma za su kwanta a gidajen Ashkelon. Ubangiji Allahnsu zai lura da su; zai maido musu da martabarsu.
Innis handhuuraa hambaa mana Yihuudaa taʼa; isaan achitti lafa dheedaa argatu. Isaan galgala galgala mana Ashqaloon keessa ciciisu. Waaqayyo Waaqni isaanii isaan tiksa; boojuu isaaniis ni deebisaaf.
8 “Na ji irin zagin da Mowab take yi, da kuma ba’ar Ammonawa, waɗanda suka zagi mutanena suna kuma yi barazana a kan ƙasarsu.
“Ani arrabsoo Moʼaabii fi Qoosaa Amoonotaa, warra saba koo arrabsanii fi biyya isaanii doorsisan sanaa dhagaʼeera.
9 Saboda haka, muddin ina raye,” in ji Ubangiji Maɗaukaki, Allah na Isra’ila, “tabbatacce Mowab za tă zama kamar Sodom, Ammonawa kuma kamar Gomorra, ƙasa mai ciyayi da rammukan gishiri, ƙasa marar amfani har abada. Raguwar mutanena za su washe su; waɗanda suka rage na al’ummata za su gāda ƙasarsu.”
Kanaafuu akkuma ani dhugumaan jiraataa taʼe sana” jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel; “Moʼaab dhugumaan akkuma Sodoom, Amoononnis akka Gomoraa, iddoo aramaatii fi boolla soogiddaa, lafa bara baraan one ni taʼu. Hambaan uummata kootii isaan saamu; warri saba koo keessaa badii jalaa baʼan biyya isaanii ni dhaalu.”
10 Wannan ne zai zama sakamakon girmankansu, saboda zagi da kuma ba’ar da suka yi wa mutanen Ubangiji Maɗaukaki.
Kun gatii isaan of tuulummaa isaaniitiif argatanii dha; isaan saba Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼuu arrabsanii itti qoosaniiruutii.
11 Ubangiji zai zama abin tsoro a gare su sa’ad da ya hallaka allolin ƙasar. Al’ummai a kowane bakin teku za su yi masa sujada, kowa a ƙasarsa.
Waaqayyo yeroo waaqota biyyattii hunda barbadeessutti, akka malee isaan sodaachisa. Saboonni qarqara galaana hundaa irra jiraatan, namni biyya isaa keessa jiraatu hundinuus isa waaqeffata.
12 “Ku ma, ya Kushawa, za a kashe ku da takobina.”
“Yaa warra Itoophiyaa isinis goraadee kootiin ni gorraʼamtu.”
13 Zai kuma miƙa hannunsa gāba da arewa yă kuma hallaka Assuriya, zai mai da Ninebe kango gaba ɗaya ta kuma zama busasshiya kamar hamada.
Inni kaabatti harka ol fudhata; Asoorinis ni barbadeessa; Nanawwee guutumaan guutuutti ni onsa; akkuma gammoojjiitti gogsee hambisa.
14 Garkuna za su kwanta a can, da kowace irin halitta, Mujiyar hamada da bushiya za su zauna a kan ginshiƙanta. Kukansu za tă ratsa tagogi, ɓuraguzai za su tare ƙofofin shiga, za a kware ginshiƙan al’ul.
Bushaayee fi loon, uumamawwan gosa hundaa achi ciciisu. Urunguu fi dhaddeen utubaa ishee irra boqotu. Sagaleen isaanii foddaawwan keessaan dhagaʼama; diigamni balbala isaanii dura jira; demdemoon birbirsaa hundinuu qullaa hafa.
15 Birnin da yake harka ke nan da take zaune lafiya. Ta ce wa kanta, “Ni ce, kuma babu kamata.” Dubi irin kangon da ta zama mana, mazaunin namun jeji! Duk wanda ya wuce ta sai ya yi mata tsaki yana kaɗa kai.
Kun magaalaa of hin eegganne kan garuu nagumaan jiraattuu dha. Magaalaan kun, “Anuma qofa malee kan biraa na bira hin jiru” ofiin jette. Isheen akkam akkas ontee, iddoo bineensi bosonaa jiraatu taate! Namni ishee bira baʼee darbu hundinuu ni qoosa; harka isaas ni raasa.