< Zabura 88 >
1 Waƙa ce, Zabura ta’ya’yan Kora maza. Don mai bi da kaɗe-kaɗe. Bisa ga mahalat leyannotmaskil na Heman dangin Ezra. Ya Ubangiji, Allah wanda ya cece ni, dare da rana ina kuka a gabanka.
Dura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Ilmaan Qooraahi kan maahilaati liinootiin Faarfatame. Maskiilii Heemaan Izraahichaa. Yaa Waaqayyo, Waaqa na fayyiftu, ani halkanii fi guyyaa fuula kee duratti nan iyyadha.
2 Bari addu’ata ta zo a gabanka; ka kasa kunne ga kukata.
Kadhannaan koo fuula kee duratti haa dhiʼaatu; atis gurra kee gara iyyannaa kootiitti qabi.
3 Gama raina yana cike da wahala rayuwata tana gab da kabari. (Sheol )
Lubbuun koo rakkinaan guutamteertii; jireenyi koos awwaalatti dhiʼaateera. (Sheol )
4 An lissafta ni cikin waɗanda suka gangara zuwa cikin rami; ni kamar mutumin da ba shi da ƙarfi ne.
Ani warra boolla keessa buʼanitti nan lakkaaʼame; akka nama humna hin qabnees nan taʼe.
5 An ware ni tare da matattu, kamar waɗanda aka kashe da suke kwance a kabari, waɗanda ba ka ƙara tunawa, waɗanda aka yanke daga taimakonka.
Ani akka nama gorraʼamee awwaala keessa ciisuutti, akka nama ati deebitee hin yaadanneetti, akka warra eegumsa kee jalaa baʼaniitti, warra duʼan wajjin gatameera.
6 Ka sa ni a ramin da yake can ƙasa cikin zurfafa mafi duhu.
Ati boolla gad fagoo keessa, dukkana hamaa keessas na buufteerta.
7 Hasalarka tana da nauyi a kaina; ka turmushe ni da dukan raƙumanka. (Sela)
Dheekkamsi kee ulfaatee narra ciiseera; dambalii kee hundas narra garagalchiteerta.
8 Ka ɗauke abokaina na kurkusa daga gare ni ka sa na zama abin ƙyama a gare su. An kange ni, ba yadda zan kuɓuta
Michoota koo narraa fageessiteerta; isaan biratti jibbamaa na gooteerta; akka ani jalaa hin baanettis balballi natti cufameera.
9 idanuna ba sa gani sosai saboda baƙin ciki. Ina kira gare ka, ya Ubangiji, kowace rana; na tā da hannuwana zuwa gare ka.
Iji koo gaddaan dadhabeera. Yaa Waaqayyo, ani guyyuma guyyaan sin waammadha; harka koo illee gara keetti nan balʼifadha.
10 Kakan nuna wa matattu ayyukanka na banmamaki ne? Waɗanda suka mutu sukan tashi su yabe ka ne? (Sela)
Ati dinqii kee warra duʼanitti ni argisiiftaa? Warri duʼanis kaʼanii si galateeffatuu?
11 Ana furta ƙaunar a cikin kabari ne, ana zancen amincinka a cikin Hallaka ne?
Jaalalli kee awwaala keessatti, amanamummaan kee immoo Qilee keessatti ni labsamaa?
12 An san ayyukanka masu banmamaki a wurin duhu ne, ko ayyukan adalcinka a lahira?
Dinqiiwwan kee dukkana keessatti, yookaan qajeelummaan kee biyya irraanfannaa keessatti ni beekamaa?
13 Amma ina kuka gare ka neman taimako, ya Ubangiji; da safe addu’ata kan zo gabanka.
Yaa Waaqayyo, ani garuu akka ati na gargaartuuf gara keetti nan iyyadha; ganamaanis kadhannaan koo fuula kee duratti ni dhiʼaata.
14 Don me, ya Ubangiji, ka ƙi ni ka kuma ɓoye fuskarka daga gare ni?
Yaa Waaqayyo, ati maaliif na gatta? Fuula kees maaliif na duraa dhokfatta?
15 Tun ina ƙarami na sha wahala na kuma yi kusa in mutu; na sha wahalar razanarka kuma na kuma fid da zuciya.
Ani ijoollummaa kootii jalqabee rakkadhee duʼuu gaʼeen ture; naasisuun kee na dhiphiseera; abdiis kutadheera.
16 Hasalarka ta sha kaina; razanarka ta hallaka ni.
Dheekkamsi kee narra yaaʼe; naasisuun kees na balleesseera.
17 Dukan yini sun kewaye ni kamar rigyawa; sun mamaye ni ɗungum.
Isaan guyyaa guutuu akkuma lolaa bishaanii na marsu; guutumaan guutuuttis na liqimsaniiru.
18 Ka ɗauke abokaina da ƙaunatattuna daga gare ni; duhu ne abokina na kurkusa.
Michoota koo fi warra na jaallatan narraa fudhatteerta; dukkana qofatu michuu naa taʼe.