< Ayuba 6 >
1 Sa’an nan Ayuba ya amsa,
Iyyoobis akkana jedhee deebise:
2 “Da kawai za a iya auna wahalata a kuma sa ɓacin raina a ma’auni!
“Utuu gaddi koo safaramee dhiphinni koo hundis madaalii irra kaaʼamee jiraatee!
3 Ba shakka da sun fi yashin teku nauyi, shi ya sa nake magana haka.
Waan inni cirracha galaanaa caalaa ulfaatuuf, ariitiin dubbachuun koo nama hin dinqisiisu ture.
4 Kibiyoyin Maɗaukaki suna a kaina, ruhuna yana shan dafinsa; fushin Allah ya sauka a kaina.
Xiyyawwan Waaqa Waan Hunda Dandaʼuu na keessa jiru; hafuurri koo summii isaanii dhuga; sodaachisuun Waaqaa natti hiriireera.
5 Jaki yakan yi kuka sa’ad da ya sami ciyawar ci, ko saniya takan yi kuka in ta sami abincinta?
Harreen diidaa utuu marga qabuu halaakaa? Yookaan qotiyyoon utuu okaa qabuu baroodaa?
6 Akan cin abinci marar ɗanɗano ba tare da an sa gishiri ba, ko akwai wani ƙanshin daɗi a cikin farin ruwan ƙwai?
Nyaanni hin miʼoofne soogidda malee nyaatamaa? Yookaan bishaan hanqaaquu ni miʼaawaa?
7 Na ƙi in taɓa shi; irin wannan abinci zai sa ni rashin lafiya.
Ani isa tuquu hin fedhu; nyaanni akkasii na dhukkubsa.
8 “Kash, da ma Allah zai ba ni abin da nake fatar samu, da ma Allah zai biya mini bukatata,
“Utuu kadhannaan koo deebii argatee, Waaqnis waan ani hawwu naa kennee jiraatee,
9 wato, Allah yă kashe ni, yă miƙa hannunsa yă yanke raina!
utuu na caccabsuun fedhii Waaqaa taʼee, utuu harki isaa hiikamee na galaafatee!
10 Da sai in ji daɗi duk zafin da nake sha ban hana maganar Mai Tsarkin nan cika ba.
Silaa kun jajjabina naa taʼa ture; dhukkuba hamaa keessatti iyyuu nan gammada ture; ani dubbii Qulqullicha sanaa hin ganneetii.
11 “Wane ƙarfi nake da shi, har da zan ci gaba da sa zuciya? Wane sa zuciya ne zai sa in yi haƙuri?
“Ammas akkan abdadhuuf jabinni koo maali? Akkan obsuufis humni koo maali?
12 Da ƙarfin dutse aka yi ni ne? Ko jikina tagulla ne?
Ani jabina dhagaa qabaa? Foon koos naasiidhaa?
13 Ina da wani ikon da zan iya taimakon kai na ne, yanzu da aka kore nasara daga gare ni?
Ani of gargaaruuf humna tokko illee qabaa? Ogummaan na keessaa badeera mitii?
14 “Duk wanda ya ƙi yă yi alheri ga aboki ya rabu ta tsoron Maɗaukaki.
“Namni michuu isaatiif garaa hin laafne Waaqa Waan Hunda Dandaʼu iyyuu sodaachuu dhiiseera.
15 Amma’yan’uwana sun nuna ba zan iya dogara gare su ba, kamar rafin da yakan bushe da rani,
Obboloonni koo garuu akka doloolloo, akkuma laga yeroof guutee darbuu gowwoomsitoota;
16 kamar rafin da yakan cika a lokacin ƙanƙara, yă kuma kumbura kamar ƙanƙarar da ta narke,
isaan laga cabbiidhaan booraʼee yommuu cabbiin sun baqutti immoo guutee irra yaaʼuu ti.
17 amma da rani sai yă bushe, lokacin zafi ba a samun ruwa yana gudu a wurin.
Lageen yeroo bonni cimutti ni goggogu; yeroo hoʼaatti immoo iddoo isaaniitii badu.
18 Ayari sukan bar hanyarsu; sukan yi ta neman wurin da za su sami ruwa, su kāsa samu har su mutu.
Warri gaalaan daldalan karaa isaanii irraa jalʼatu; gammoojjiitti namʼanii dhumu.
19 Ayarin Tema sun nemi ruwa, matafiya’yan kasuwa Sheba sun nema cike da begen samu.
Daldaltoonni Teemaa kanneen gaalaan daldalan bishaan barbaadu; karaa adeemtonni Shebaa immoo isaan abdatu.
20 Ransu ya ɓace, domin sun sa zuciya sosai; sa’ad da suka kai wurin kuwa ba su sami abin da suka sa zuciyar samu ba.
Isaan waan abdatanii turaniif ni qaanaʼan; achi gaʼaniis waan jedhan wallaalan.
21 Yanzu kuma kun nuna mini ba ku iya taimako; kun ga abin bantsoro kuka tsorata.
Ammas isin akka waan faayidaa hin qabnee taatan; gidiraa koo argitanii sodaattan.
22 Ko na taɓa cewa, ‘Ku ba da wani abu a madadina, ko na roƙe ku, ku ba da wani abu domina daga cikin dukiyarku,
Ani takkumaa, ‘Waa naaf kennaa’ yookaan ‘Qabeenya keessan furii naaf godhaa’ jedheeraa?
23 ko kuma kun taɓa kuɓutar da ni daga hannun maƙiyina, ko kun taɓa ƙwato ni daga hannun marasa kirki’?
Yookaan, ‘Harka diinaa jalaa na baasaa’ yookaan, ‘Harka cunqursitootaa jalaa na furaa’ jedheeraa?
24 “Ku koya mini, zan yi shiru; ku nuna mini inda ban yi daidai ba.
“Na barsiisaa; ani nan calʼisa; iddoo ani itti dogoggores na argisiisaa.
25 Faɗar gaskiya tana da zafi! Amma ina amfanin gardamar da kuke yi?
Dubbiin qajeelaan akkam ulfaataa dha! Falmiin keessan garuu maal mirkaneessa?
26 Ko kuna so ku gyara abin da na faɗi ne, ku mai da magana wanda yake cikin wahala ta zama ta wofi?
Isin waan ani jedhu qajeelchuu, dubbii nama abdii kutatees akka bubbeetti heduu barbaadduu?
27 Kukan yi ƙuri’a a kan marayu ku kuma sayar da abokinku.
Isin ijoollee abbaa hin qabnetti ixaa buufattu; michoota keessaniifis boolla qottu.
28 “Amma yanzu ku dube ni da kyau, zan yi muku ƙarya ne?
“Amma garuu yoo fedhii keessan taʼe na ilaalaa. Ani fuula keessan duratti nan sobaa?
29 Ku bi a hankali, kada ku ɗora mini laifi; ku sāke dubawa, gama ba ni da laifi.
Deebiʼaa; murtiis hin jalʼisinaa; hubadhaa; ani nama qajeelaadhaatii.
30 Ko akwai wata mugunta a bakina? Bakina ba zai iya rarrabewa tsakanin gaskiya da ƙarya ba?
Jalʼinni arraba koo irra jiraa? Afaan koo daba addaan baasuu hin dandaʼuu?