< Ayuba 38 >

1 Sa’an nan Ubangiji ya amsa wa Ayuba. Ya ce,
Kana irratti Waaqayyo bubbee jabaa keessaa Iyyoobitti dubbate. Akkana jedhes:
2 “Wane ne wannan da yake ɓata mini shawarata da surutan wofi?
“Namni dubbii beekumsa malee dubbatamuun karoora koo dukkanneessu kun eenyu?
3 Ka sha ɗamara kamar namiji; zan yi maka tambaya, za ka kuwa amsa mini.
Mee akka gootaa mudhii kee hidhadhu; ani sin gaafadha; ati immoo deebii naa kenni.
4 “Kana ina lokacin da na aza harsashen duniya? Gaya mini, in ka sani.
“Yeroo ani hundee lafaa kaaʼetti ati eessa turte? Yoo hubatte mee natti himi.
5 Wane ne ya zāna girmanta? Ba shakka ka sani! Wane ne ya ja layin aunawa a kanta?
Eenyutu balʼina ishee murteesse? Dhugumaan ni beektaa? Eenyutu ulee safaraa ishee irra harkise?
6 A kan me aka kafa tushenta, ko kuma wa ya sa dutsen kan kusurwarta,
Hundeen ishee maal irra dhaabame? Yookaan eenyutu dhagaa golee ishee dhaabe?
7 yayinda taurarin safe suke waƙa tare dukan mala’iku kuma suka yi sowa don farin ciki.
Kunis yeroo bakkalchoonni barii walii wajjin faarfatanitti, yeroo ilmaan Waaqayyoos ililchanitti ture.
8 “Wane ne ya rufe teku a bayan ƙofofi, lokacin da ya burtsatso daga cikin ciki.
“Yeroo galaanni cabsee garaa lafaa keessaa baʼetti eenyutu balbala itti cufee ittise?
9 Lokacin da na yi wa gizagizai riga na kuma naɗe su a cikin duhu sosai,
Yeroo ani duumessoota uffata isaa godhee dukkana guddaan maretti,
10 sa’ad da na yi masa iyaka na sa masa ƙofofi da wurin kullewa.
yeroo ani daangaa isaa dhaabee balbalaa fi danqaraa hojjedheefitti,
11 Sa’ad da na ce ga iyakar inda za ka kai, ga inda raƙuman ruwanka za su tsaya?
anis, ‘Ati hamma asiitti dhufta; garuu darbuu hin dandeessu; dambaliin of jajuu keetii illee asumatti dhaabata!’ jedheen.
12 “Ko ka taɓa ba safiya umarni ko kuma ka sa asuba ta fito,
“Ati bara jireenya keetii barraaqa ajajjee yookaan barii obborootti iddoo isaa argisiiftee beektaa?
13 don ta kama gefen duniya ta kakkaɓe mugaye daga cikinta?
Akka inni handaara lafaa qabatee namoota hamoo achi keessaa hurgufu gooteertaa?
14 Ƙasa ta sāke siffa kamar laka da aka yi wa hatimi; ta fito a fili kamar riga.
Lafti akka suphee chaappaa jala jiruutti bifa geeddaratti; bifti ishees akka bifa uffataatti mulʼata.
15 An hana mugaye haskensu, hannun da suka ɗaga an karya shi.
Hamoonni ifa isaanii dhowwatamaniiru; irreen isaanii inni ol kaʼes cabeera.
16 “Ko ka taɓa tafiya zuwa maɓulɓulan teku, ko kuma ka taɓa zuwa cikin zurfin lungun teku?
“Ati gara burqaa galaanaa gad buutee yookaan tuujuba bishaanii seentee hundee isaa irra deemtee beektaa?
17 Ko an taɓa nuna maka ƙofar mutuwa? Ko ka taɓa ganin ƙofar inuwar duhun mutuwa?
Karri duʼaa sitti mulʼifameeraa? Karra gaaddidduu duʼaas argiteertaa?
18 Ko ka gane fāɗin duniya? Gaya mini, in ka san wannan duka.
Balʼina lafaa guddaa sana hubatteertaa? Yoo kana hunda beekte dubbadhu.
19 “Ina ne hanyar zuwa gidan haske? Kuma a ina duhu yake zama?
“Karaan iddoo ifni jirutti nama geessu kami? Dukkannis eessa jiraata?
20 Ko za ka iya kai su wurarensu? Ka san hanyar zuwa wurin da suke zama?
Iddoo isaaniitti isaan geessuu dandeessaa? Daandii lafa jireenya isaaniitti geessu beektaa?
21 Ba shakka ka sani, gama an riga an haife ka a lokacin! Ka yi shekaru da yawa kana rayuwa.
Ati dhugumaan ni beekta; yeroo sana dhalatteertaatii! Ati bara hedduu jiraatteerta!
22 “Ka taɓa shiga rumbunan dusar ƙanƙara ko ka taɓa ganin rumbunan ƙanƙara
“Mankuusa cabbii seentee yookaan mankuusa dhagaa cabbii argiteertaa?
23 waɗanda nake ajiya domin lokacin wahala, domin kwanakin yaƙi da faɗa?
Kan ani yeroo rakkinaatiif, guyyaa waraanaa fi lolaatiif ol kaaʼadhe argiteertaa?
24 Ina ne hanyar zuwa wurin da ake samun walƙiya, ko kuma inda daga nan ne ake watsa iskar gabas zuwa ko’ina cikin duniya?
Karaan iddoo ifni itti bittinnaaʼutti yookaan gara iddoo bubbeen baʼaa itti lafa irra faffacaʼuutti nama geessu kami?
25 Wane ne ya yanka hanyar wucewar ruwa, da kuma hanyar walƙiyar tsawa
Eenyutu lolaadhaaf boʼoo, bakakkaadhaaf immoo daandii baasee,
26 don ba da ruwa a ƙasar da ba kowa a wurin jeji inda ba mai zama ciki
lafa namni tokko iyyuu keessa hin jiraanne, gammoojjii namni tokko iyyuu keessa hin jirre bishaan obaasuuf,
27 don a ƙosar da wurin da ya bushe a sa ciyawa ta tsiro a can?
lafa namni keessa hin jiraannee fi lafa onaa quubsee margas itti biqilchu eenyu?
28 Ruwan sama yana da mahaifi? Wa ya zama mahaifin raɓa?
Roobni abbaa qabaa? Copha fixeensaa eenyutu dhalche?
29 Daga cikin wane ne aka haifi ƙanƙara? Wane ne ya haifi jaura daga sammai
Cabbiin garaa eenyuutii baʼa? Qorra samii eenyutu dhala?
30 lokacin da ruwa ya zama da ƙarfi kamar dutse, lokacin da saman ruwa ya daskare?
Bishaanonni akka dhagaa jabaatu, fuulli tuujubaas akka cabbii taʼa.
31 “Za ka iya daure kyakkyawar kaza da’ya’yanta? Ko za ka iya kunce igiyoyin mafarauci da kare da zomo?
“Urjiiwwan babbareedoo Torbii jedhaman hidhuu ni dandeessaa? Yookaan hidhaa Urjii Sadee jedhamuu hiikuu ni dandeessaa?
32 Za ka iya tattara taurari bisa ga lokacinsu ko kuma ka bi da beyar da’ya’yanta zuwa waje?
Tuuta urjiiwwanii waqtiilee isaaniitti fiduu yookaan urjii Amaaketa jedhamu ilmaan isaa wajjin bobbaasuu ni dandeessaa?
33 Ka san dokokin sammai? Ko za ka iya faɗar dangantakar Allah da duniya?
Seera samiiwwanii beektaa? Bulchiinsa isaanii lafa irratti hundeessuu ni dandeessaa?
34 “Za ka iya tsawata wa gizagizai ka kuma rufe kanka da ambaliyar ruwa?
“Ati sagalee kee gara duumessaatti ol fudhattee, lolaa bishaaniitiin of haguuguu ni dandeessaa?
35 Kai ne kake aika walƙiya da tsawa zuwa inda suke zuwa? Ko suna zuwa wurinka su ce, ‘Ga mu nan mun zo?’
Ati bakakkaa daandii isaa irra erguu ni dandeessaa? Innis, ‘Kunoo ani asan jira’ siin jedhaa?
36 Wane ne yake cika zuciya da hikima ko kuma yake ba zuciya ganewa?
Eenyutu yaada garaatiif ogummaa yookaan sammuudhaaf hubannaa kenne?
37 Wane ne yake da hikimar iya ƙirga gizagizai? Wane ne zai iya karkato bakunan tulunan sammai
Eenyutu duumessoota lakkaaʼuuf ogummaa qaba? Eenyutu okkotee bishaan samii
38 sa’ad da ƙura ta yi yawa ta daskare a wuri ɗaya?
yeroo biyyoon jabaattutti, yeroo supheen wal qabattutti jalʼisuu dandaʼa?
39 “Za ka iya farauto wa zakanya nama, ka kuma kawar wa zakoki yunwarsu.
“Ati leenca dhalaadhaaf nyaata adamsitee saafela leencaas beela baaftee
40 Lokacin da suka kwanta cikin kogunansu, ko kuma lokacin da suke a wurin ɓuyansu?
yeroo isaan manʼee isaanii keessatti riphanitti yookaan yeroo isaan daggala keessatti riphanii waa eeggatanitti beela ni baaftaa?
41 Wane ne yake ba hankaka abinci lokacin da’ya’yansa suke kuka ga Allah, kuma suna yawo don rashin abinci?
Eenyutu yeroo ilmaan ishee gara Waaqaatti iyyan, yeroo isaan nyaata dhabanii jooranitti, arraagessaaf nyaata kenna?

< Ayuba 38 >