< Ishaya 17 >

1 Abin da Allah ya faɗa game da Damaskus. “Duba, Damaskus ba za tă ƙara zama birni ba amma za tă zama tsibin juji.
Raajii Damaasqoodhaan mormu: “Kunoo, Damaasqoon tuullaa diigamte taati malee siʼachi magaalaa hin taatu.
2 Za a watse a bar biranen Arower a bar wa tumaki da shanu, waɗanda za su kwanta, ba tare da wani wanda zai tsorata su ba.
Magaalaawwan Aroʼeer ni onu; bushaayeen achi ciciisu; wanni isaan sodaachisu tokko iyyuu hin jiru.
3 Birni mai katanga za tă ɓace daga Efraim, ikon sarauta kuma daga Damaskus; raguwar Aram za tă zama kamar darajar Isra’ila,” in ji Ubangiji Maɗaukaki.
Magaalaan jabeeffamtee ijaaramte Efreem keessaa, humni mootummaas Damaasqoo keessaa ni bada; hambaan Sooriyaa akka ulfina Israaʼelootaa taʼa” jedha Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu.
4 “A wannan rana ɗaukakar Yaƙub za tă ƙare; kitsen jikinsa zai lalace.
“Bara sana keessa ulfinni Yaaqoob gad deebiʼa; furdinni dhagna isaas ni huqqata.
5 Zai zama kamar sa’ad da mai girbi ya tara hatsin da yake tsaye ya kuma girbe hatsin da hannunsa kamar sa’ad da mutum ya yi kala kawunan hatsi a Kwarin Refayim.
Akkuma namni midhaan haamu tokko, midhaan dhaabbatu walitti qabee irree isaatiin haamu sana kunis akkuma yeroo namni tokko Sulula Refaayim keessaa qarmii funaanuu ni taʼa.
6 Duk da haka waɗansu kala za su ragu, sai ka ce sa’ad da an karkaɗe itace zaitun, aka bar’ya’yan zaitun biyu ko uku a can ƙwanƙolin rassan, ko kuma aka bar huɗu ko biyar a rassa na gefe na itace mai’ya’ya,” in ji Ubangiji, Allah na Isra’ila.
Taʼus akkuma yeroo mukni ejersaa dhaʼamuutti, qarmii guuruun amma iyyuu jira; fiixee ol aanu irratti gumaa lama yookaan sadiitu hafa; damee gad aanu irratti gumaa afur yookaan shantu hafa” jedha Waaqayyo, Waaqni Israaʼel.
7 A wannan rana mutane za su nemi Mahaliccinsu su kuma juye idanunsu ga Mai Tsarkin nan na Isra’ila.
Gaafas namoonni gara Uumaa isaanii ilaalu; ija isaaniis gara Qulqullicha Israaʼel deebifatu.
8 Ba za su dubi bagade ba, waɗanda suke aikin hannuwansu, ba za su kuma kula da ginshiƙan Ashera ba da kuma bagadan turaren da yatsotsinsu suka yi.
Isaan gara iddoo aarsaa, gara hojii harka isaanii hin ilaalan; isaan galma waaqeffannaa Aasheeraa, iddoo aarsaa ixaanaa kan quba isaaniitiin tolchanis wayittuu hin lakkaaʼan.
9 A wannan rana biranensu masu ƙarfi, waɗanda suka bari saboda Isra’ilawa, za su zama kamar wuraren da aka ƙyale suka zama kufai a jeji. Za su kuma zama kango.
Gaafas magaalaawwan jajjaboon isaan sababii Israaʼelootaatiif keessaa baʼan sun akkuma lafa bosona keessaa kan namni dhiisee deemee taʼu. Hundi ni onu.
10 Kun manta da Allah Mai Cetonku; ba ku tuna da Dutse, kagararku ba. Saboda haka, ko da yake kun fita ku shuka tsire-tsire mafi kyau kuka kuma shuka inabin da aka sayo daga waje,
Ati Fayyisaa kee, Waaqa irraanfatteerta; ati kattaa, daʼoo kee hin yaadanne. Kanaafuu yoo biqiltuu akka malee gaarii dhaabbattee muka wayinii kan alaa dhufe biqilfatte iyyuu,
11 ko da yake a ranar kun shuka su, kuka sa su yi girma, da safe kuma sa’ad da kuka shuka su, kuka sa suka yi toho suka yi fure, duk da haka girbin ba zai zama kome ba a ranar cuta da zafin da ba ta da magani.
yoo guyyuma dhaabde sana akka inni biqilu goote iyyuu ganama yeroo dhaabdetti akka inni daraaru goota; garuu guyyaa dhukkubaa fi dhibee hin fayyineetti wayinichi homaa hin fayyadu.
12 Kash, ga hayaniyar al’ummai masu yawa suna hayaniya kamar rurin teku! Kash, ga fushin mutane suna ruri kamar rugugi kamar manyan ruwaye!
Saboota baayʼee kanneen aaraniif wayyoo! Isaan akkuma galaana aaruutti aaru! Saboota wacaniif wayyoo! Isaan akkuma bishaan guddaan huursutti huursu.
13 Ko da yake mutane suna ruri kamar sukuwar raƙuman ruwa, sa’ad da ya tsawata musu za su gudu can da nisa, aka kore su kamar yayinda iska ya hura a kan tuddai, kamar tattake kuma a cikin guguwa.
Saboonni akkuma huursaa bishaan cabsee deemuu yoo huurse iyyuu yommuu inni isaanitti dheekkamu isaan baqatanii badu; akkuma habaqiin tulluu irraa fuula bubbee dura ariʼamu, akkuma awwaarri fuula bubbee hamaa duraa bittinnaaʼu isaan ni bittinnaaʼu.
14 Da yamma, sai razana ba tsammani! Kafin safiya, duk sun ɓace! Wannan ne rabon waɗanda suka washe mu, rabon waɗanda suka yi mana ƙwace.
Galgala sodaan akkuma tasaa isaan qabatti! Isaan utuu lafti hin bariʼin ni dhabamu! Kun qooda warra nu boojiʼee, hiree warra nu saamee ti.

< Ishaya 17 >