< Luka 16 >

1 Che Yesu ŵaasalile ŵakulijiganya ŵao kuti, “Jwapali jwachipanje juŵakwete jwakwimilila ipanje yakwe. Jwachipanje ŵasalilwe kuti jwakwimililajo akonanga ipanje yenu.
Yesuus barattoota isaatiin akkana jedhe; “Namicha sooressa nama hojii isaa adeemsisuuf qabu tokkotu ture; akka hojii adeemsisaan sun qabeenya isaa jalaa balleessaa jirus sooressa sanatti himan.
2 Nipele jwachipanje jo ŵambilasile ni kunsalila kuti, ‘Ana achi ni chichi chinguchipikana chachikungamba mmwejo? Mmalanje imwatite pakwimilila ipanje yangu yose, ligongo ngamma jwakwimilila ipanje yangu sooni’
Sooressi sunis hojii adeemsisaa sana ofitti waamee, ‘Wanni ani waaʼee kee dhagaʼu kun maalii? Ati siʼachi waan hojii adeemsisaa taʼuu hin dandeenyeef, hojii adeemsisaa turte sana irratti gabaasa naa dhiʼeessi’ jedheen.
3 Jwakwimilila jula ŵaganisisye mu ntima mwakwe achitiji, ‘Ambuje ŵangu akuuminga masengo ga kwimilila ipanje yao, sambano chindende chichi? Ngangombola kulima ni kuŵa ŵakuŵendaŵenda ikundesya soni.
“Hojii adeemsisaan sunis garaa isaa keessatti akkana jedhe; ‘Waan gooftaan koo hojii keessaa na baasuuf, maal naa wayya? Lafa qotuuf humna hin qabu; kadhachuu immoo nan qaanaʼa.
4 Elo, nachimanyi chakutenda, kuti patachiminga masengo ga kwimilila ipanje ŵandu akombole kumbochela mmajumba gao.’
Akka yeroo ani hojii keessaa ariʼamutti namoonni mana isaaniitti na simataniif waanan godhu anuu beeka.’
5 “Nipele, ŵaaŵilasile ŵaali ni magambo wose ŵa ambujegwe jumo jumo, ŵambusisye jwaandanda, ‘Mwakongwele ilingwa kwa ambuje ŵangu?’
“Innis warra gatiin gooftaa isaa irra jiru tokko tokkoon waamee, isa jalqabaatiin, ‘Idaan gooftaa koo hammamitu sirra jira?’ jedhee gaafate.
6 Nombe ŵanjanjile ‘Mapipa mia moja ga mauta ga seituni’ Ni ŵansalile, ‘Ntole chikalata cha ligambo lyenu, ntame kwachitema ni kulemba mapipa ansini.’
“Namichis, ‘Zayitii ejersaa hubboo dhibba saddeeti’ jedhee deebise. “Hojii adeemsisaan sunis, ‘Waraqaa walii galtee kee hooʼu; dafii taaʼiitii dhibba afur jedhii barreessi’ jedheen.
7 Nipele, ŵammusisye jwamagambo jwine kuti, ‘Nomweji mwakongwele ilingwa?’ Ŵatite, ‘Magunia mia tatu ga ngano.’ Ni ŵansalile, ‘Ntole chikalata cha ligambo lyenu ni kulemba kwachitema magunia mia mbili ni alobaini.’
“Isa lammaffaadhaanis, ‘Sirra immoo hammamitu jira?’ jedhee gaafate. “Innis, ‘Qamadii guuboo kuma tokkoo’ jedheen. “Hojii adeemsisaan sunis, ‘Waraqaa walii galtee kee hooʼuutii, 80 jedhii barreessi’ jedheen.
8 “Nambo mmbujegwe jula ŵannapile jwakwimilila ipanje yakwe jwangakukulupilichika jula ligongo ŵatesile mwakalamuka. Pakuŵa ŵandu ŵa pachilambo chi akalamwiche kwannope kwakupanganya indu yao ni achinjao kupunda ŵandu ŵaali mu Umwenye wa Akunnungu.” (aiōn g165)
“Hojii adeemsisaan hin amanamne sun waan abshaala taʼeef gooftichi isa jaje; namoonni addunyaa kanaa warra akka isaanii wajjin haajaa isaanii guutachuu irratti namoota ifaa caalaa abshaalotaatii. (aiōn g165)
9 Nombe Che Yesu ŵapundile kuŵecheta, “None ngunsalila kuti ntende uganja ni ŵane kwa ipanje ya pachilambo kuti, ipanje pachiilepele kunkamusya mpochelwe mu utame wa moŵa gose pangali mbesi. (aiōnios g166)
Ani isinittin hima; akka isaan yeroo qabeenyi sun dhumutti mana bara baraatti isin simataniif qabeenya addunyaatiin ofii keessaniif michoota horadhaa. (aiōnios g166)
10 Jwakukulupilichika mu yamwana nnope jwelejo akukulupilichika atamuno mu yeikulungwa nombeyo. Ni jwangakukulupilichika mu yamwana ngaakukulupilichika atamuno mu yeikulungwa nombeyo.
“Namni waan xinnootti amanamu kam iyyuu waan baayʼeettis ni amanama; namni waan xinnootti hin amanamne kam iyyuu immoo waan baayʼeettis hin amanamu.
11 Nipele iŵaga ŵanyamwe ngankukulupilichika mu ipanje ya pachilambo ŵaani ŵachachimpa ipanje yaili isyene?
Yoos isin yoo qabeenya addunyaatti hin amanamne, qabeenya dhugaatti immoo eenyutu isin amana ree?
12 Iŵaga ŵanyamwe ngankukulupilichika mu indu ya mundu jwine ana ŵaani ŵachampe yaili yenu mwachinsyene?
Yoo isin qabeenya nama biraa irratti hin amanamne, qabeenya mataa keessanii immoo eenyutu isinii kenna ree?
13 “Ngapagwa kapolo jwakukombola kwatumichila achambuje ŵaŵili, pakuŵa chanchime jumo ni kunnonyela jwine pane chanchimbichisye jumo ni kunnyelusya jwine. Ngankukombola kwatumichila Akunnungu akuno nchitumichilaga mbiya kwanakamo.”
“Namni gooftota lama tajaajiluu dandaʼu tokko iyyuu hin jiru. Isa tokko jibbitee isa kaan jaallattaatii; yookaan isa tokkoof of kennitee isa kaan immoo tuffatta. Isinis Waaqaa fi maallaqa tajaajiluu hin dandeessan.”
14 Mafalisayo ŵakunonyelwa mbiya paŵagapilikene gelego ŵanyelwisye Che Yesu.
Fariisonni warri maallaqa jaallatan waan kana hunda dhagaʼanii Yesuusitti qoosan.
15 Pelepo Che Yesu ŵaasalile, “Mwanya nkuliŵalanjila nli ŵambone pa meeso pa ŵandu, nambo Akunnungu akujimanyilila mitima jenu. Pakuŵa chindu chachikuoneka chili chambone kwannope pa meeso pa ŵandu paujo pa Akunnungu chikuoneka chili chindu cha uchimwa.
Innis akkana isaaniin jedhe; “Isin warra fuula namootaa duratti qajeeltota of gootanii dha; Waaqni garuu garaa keessan beeka. Wanni nama biratti akka malee kabajamu fuula Waaqaa duratti jibbisiisaadhaatii.
16 “Malajisyo ga che Musa ni malembelo ga ŵakulondola ŵa Akunnungu galiji ganinkulalichikwa mpaka paŵaiche che Yohana Ŵakubatisya. Chitandile kele katema Ngani Jambone ja Umwenye wa Akunnungu jikulalichikwa ni jwalijose akwinjila mwelemo kwa machili.
“Seerrii fi raajonni hamma Yohannisitti labsaman. Yeroo sanaa jalqabee wangeelli mootummaa Waaqaa lallabamaa jira; namni hundinuus itti galuuf wal dhiiba.
17 Nambo kwinani ni chilambo ikukomboleka kumala, kupunda kalembo kamo ka Malajisyo ga che Musa kutyosyekwa.
Seera keessaa tuqaan hundumaa gadii dhabamuu irra samii fi lafti dhabamuutu salphata.
18 “Mundu jwalijose jwakulekangana ni ŵankwawo ni kulombela jwine akutenda chikululu ni jwakunnombela juŵalekangene ni ŵankwawo, akutenda chikululu.”
“Namni niitii isaa hiikee dubartii biraa fuudhu kam iyyuu ejja raawwata; namni dubartii dhirsa ishee hiikte fuudhus ejja raawwata.
19 “Jwapali mundu jwachipanje juŵawalaga iwalo ya ndalama jekulungwa ni kupoka moŵa gose.
“Namicha sooressa uffata dhiilgee haphii kan quncee talbaa irraa hojjetame uffatee, guyyuma guyyaan qananiidhaan jiraatu tokkotu ture.
20 Paliji ni jwakulaga liina lyakwe che Lasalo juŵagumbele maŵanga pachiilu chose nombe ŵandu ŵane ŵagonekaga ŵelewo pannango wa nyuumba ja jwachipanje.
Karra isaa dura immoo namichi hiyyeessi Alʼaazaar jedhamu kan dhagni isaa hundi mammadaaʼe tokko ciisaa ture.
21 Che Lasalo ŵalajile apegwe mbakatika sisyagwaga pakulila pa jwachipanje jo ni kupunda yeleyo mbwa syaikaga kukulapita maŵanga gakwego.
Innis hambaa maaddii sooressa sanaa irraa harcaʼu illee nyaachuu ni kajeela ture; saroonni iyyuu dhufanii madaa isaa arraabu turan.
22 “Lyuŵa limo jwakulaga jo ŵawile ni achikatumetume ŵa kwinani ŵanjigele ni kummika chiŵandi ni che Iblahimu. Nombe jwachipanje jula ŵawile ni kusikwa.
“Gaaf tokko namichi hiyyeessi sun duunaan ergamoonni Waaqaa isa baatanii gara bobaa Abrahaamitti isa geessan; sooressichis duʼee awwaalame.
23 Jwachipanje jo ŵalasile nnope kwiuto kwa ŵandu ŵawile ni ŵalolite kwinani ni kwaona che Iblahimu ali atemi pachiŵandi ni che Lasalo. (Hadēs g86)
Utuu Siiʼool keessatti dhiphachaa jiruus ol milʼatee Abrahaamin fagootti, Alʼaazaarin immoo bobaa Abrahaam keessatti arge. (Hadēs g86)
24 Ŵanyanyisye achitiji, ‘Atati che Iblahimu, mungolele chanasa, mwalajisye che Lasalo kuti anyoye kumbesi kwa chala chakwe mmeesi ni asisimisye lulimi lwangu, pakuŵa ndili nkusauka nnope mu mooto wu.’
Innis iyyee, ‘Yaa Abbaa koo Abrahaam, waan ani ibidda kana keessatti dhiphachaa jiruuf maaloo garaa naa laafiitii akka inni fiixee quba isaa bishaan keessa cuuphee arraba koo naa qabbaneessuuf Alʼaazaarin naa ergi’ jedheen.
25 “Nambo che Iblahimu ŵajanjile, ‘Mwanangu, nkumbuchile kuti mmwe pamwaliji ni umi pachilambo mwamasile kupochela yambone yose iyammajile nombe che Lasalo ŵalasile. Nambo sambano akuno che Lasalo ali nkutuswa ntima ni mmwe ndi mkusauka.
“Abrahaam garuu akkana jedhee deebise; ‘Yaa ilma ko, ati bara jireenya keetiitti waan gaarii akka argatte, Alʼaazaar immoo waan hamaa akka argate yaadadhu; amma garuu asitti isatti toleera; ati immoo dhiphachaa jirta.
26 Kupunda yeleyi, pasikati jetu ni ŵanyamwe kwana lisimbo lyekulungwa pakuti ŵakusaka kutyoka akuno kwika kweleko anakombole ni anajomboche mundu jwakweleko kwika akuno.’
Waan kana hunda irrattis, akka warri nu biraa gara keessan dhufuu barbaadan dhufuu hin dandeenyeef yookaan akka warri isin biraa gara keenyatti ceʼuu hin dandeenyeef nuu fi isin gidduu boolla guddaatu jira.’
27 Pele jwachipanje jula ŵatite, ‘Ngunchondelela, atati che Iblahimu kuti munnajisye che Lasalo jo ajaule kwa achalongo ŵangu,
“Dureessi sunis akkana jedhee deebise; ‘Yoos yaa Abbaa, akka ati gara mana abbaa kootti Alʼaazaarin naa ergitu sin kadhadha;
28 ligongo ngwete achapwanga nsano, ajaule akaajamuche kuti nombewo anaiche peuto pamasausyo pano.
ani obboloota shan qabaatii; akka isaanis iddoo dhiphinaa kana hin dhufneef inni dhaqee isaan haa akeekkachiisu.’
29 “Nambo che Iblahimu ŵansalile, ‘Achapwenu akwete malembelo ga che Musa ni ŵakulondola ŵa Akunnungu mwaleche ŵapilikanile ŵelewo.’
“Abrahaam garuu, ‘Isaan Musee fi raajota qabu; isaanuma haa dhagaʼan’ jedhe.
30 Nambo jwachipanje jo ŵatite sooni, ‘Atati che Iblahimu ngaŵa yeleyo nambo iŵaga mundu jumo chasyuche ni kwajaulila, chaleche sambi syao.’
“Dureessichis, ‘Akkas miti; yaa abbaa koo Abrahaam; yoo warra duʼan keessaa namni tokko gara isaanii dhaqe garuu, isaan qalbii ni jijjiirratu’ jedheen.
31 Nombe che Iblahimu ŵatite, ‘Iŵaga ngakugapilikanichisya ni kugakulupilila malembelo ga che Musa ni ŵakulondola ŵa Akunnungu atamuno asyuche jwalijose ni kwajaulila ngakombola kwanyenga.’”
“Abrahaamis, ‘Isaan yoo Musee fi raajota hin dhageenye, yoo namni tokko warra duʼan keessaa kaʼe illee hin amanan’ jedheen.”

< Luka 16 >